cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Personal Development

Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala

Show more
Finland925The language is not specifiedEducation19 033
Advertising posts
9 284
Subscribers
-1124 hours
-477 days
-20230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Namonni #MOONBIX Akkaata isaa isinif hin galiin akkana taphatan.Binance Game kun akkuma beekkamuu binance dhaan launch kan tahee yoo tahu game yeroo amma kanatti popular tahee keessaa tokko 1. Dhakaa Keelloo yoo tahee fudhachuudha qabdu point isinif idaha. 2. Dhakaa Gurraacha yoo tahe point isinirraa hirisa waan tahef isa hin fuutan. 3. Game tokko taphachuuf second 45 qofa isinif kennama 4. TASKS Dalagaa Binance account yoo qabaattan connect godhaani 5. Daily check in gochuus hin dagatinaa Namoonni hin eegalle yeroo waan qabdaniif eegala project guddadha.
Show all...
👍 2 1
Donald J. Trump irratti si'a 2ssoof yaaliin ajjeechaa raawwatame. Pireezidaantii Ameerikaa duraanii Doolaand J Tiraamp irratti ammas si'a 2ssoof yaaliin ajjeechaa raawwatamuu himame. Yaaliin kun kan raawwatame kutaa Ameerikaa #Filooridaa jedhamu keessatti yoo ta'u, miidhaan akka irra hin dhaqqabin gabaaffameera. Shakkamaan yaalii kana irratti nama maqaansaa Ryan Wesley jedhamu yoo ta'u akka to'atame ibsameera. Yaalii ajjeechaa kun adoo Turaamp dirree keessa dhaabbatuu fageenna meetira 445 irratti baddaa keessa dhukaasni qawwee akka irratti banameedha kan ibsame. ✅Major Yeroo dhihootti Qarshiitti akka jijjiramuus hin dagatinaa warreen hojii kana hin eegalle #Start jechuun #Coin Kana #Walitti qabadhaa 👉   Yeroo nama 1 affeertan urjii. 750 argattu 750 Gatiin amma 1599 yeroo list ta'u heedduu Olka'aa ta'aa #hojjedhaa bor akka hin gaabbineef Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa walitti qabadhaa link kanaan 👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=5932461404
Show all...
Donald J. Trump irratti si'a 2ssoof yaaliin ajjeechaa raawwatame. Pireezidaantii Ameerikaa duraanii Doolaand J Tiraamp irratti ammas si'a 2ssoof yaaliin ajjeechaa raawwatamuu himame. Yaaliin kun kan raawwatame kutaa Ameerikaa #Filooridaa jedhamu keessatti yoo ta'u, miidhaan akka irra hin dhaqqabin gabaaffameera. Shakkamaan yaalii kana irratti nama maqaansaa Ryan Wesley jedhamu yoo ta'u akka to'atame ibsameera. Yaalii ajjeechaa kun adoo Turaamp dirree keessa dhaabbatuu fageenna meetira 445 irratti baddaa keessa dhukaasni qawwee akka irratti banameedha kan ibsame.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
Wallet

Purchase cryptocurrency by bank card, exchange, and transfer to other wallets. Support: @wallet_supportbot

#Ariitiin Carraa Kanatti fayyadamaa #bor akka hin gaabbineef ⭐️ Major Star - Game haaraa coin 5000 kennu fidee jira ⬆️ Game kunis Puzzle Durov jedhama, Reward Tab jalaa argattu ⬆️ Taphnisaa baay'ee salphaadha. Daily combo fakkaata. Suuraalee jiran keessaa 4 tartiibaan irra tuqnee check gochuu qofa dha. Fakkeenyaaf kan guyyaa har'aa tartiibnisaa kana fakkaata! ⬆️ Tartiiba doggoggoraa ykn suuraa doggoggoraa irra tuqnaan coin kun nuuf hin kennamu. Yaaliinsaa altokko qofa waan ta'eef sirriitti ilaalaa guutaa! ⬆️ Tapha kana altokko taphannee sa'atii 18'n haareffama. Sa'atii 18 booda irra deebiin taphannee coin 5000 argachuu dandeenya jechuudha 🔗Link: Eegaluuf kunoo ✅✅👇👇✅✅👇👇 https://t.me/major/start?startapp=5932461404 ⭐️ Guyyaan itti list ta'ullee baay'ee dhiyaatee jira. Jabeessaa coin keessan funnaannadhaa! #Dogs kan hojjettan #Doolara argattan isinifan dhiisa
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Bu'aan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Ifoome. Barattoonni fi Maatiin yeroo kana irraa eegalee bu'aa qormaataa ilaaluu ni danda'u. Qabxii barataa ilaaluuf: ► Portaliidhaan 👉 https://result.eaes.etErgaa barreeffamaa gabaabaadhaan 👉 6284 ► Telegram bot irratti ilaaluudhaaf 👉 https://t.me/EAESbot. Hanqinni cimdaa(network) olaanaa waan ta'eef obsaan suuta yaalaa... Galatoomaa
Show all...
👍 5
❒ Barnootawwan 10n kitaaba "Lola Keessoo Kee Injifadhu" jedhu kan Deris Fooroo barreesse irraa fudhatame 1. Milkaa'ina kee irratti gufuun guddaan addunyaa si'in ala jiru osoo hin taane addunyaa keessa kee jirudha: Sodaan, shakkiinii fi tasgabbii dhabuun kee diina dhugaa injifachuu qabdudha. 2. Sodaan dhugaa miti: Sodaan miira yoo ta’u, miirrii immoo dhugaa miti. Sodaan sitti dhagahama waan ta’eef qofa, wanti sodaachuu qabdu jira jechuu miti. Sodaan miira humna guddaa qabu ta'us, waan ittiin to'atamuu qabdu miti. 3. Ati waan yaadde caalaa cimaadha: Waan hubattu caalaas dandeettii qabda. Sodaa kee mo'attee kaayyoo kee galmaan ga'uuf humna qabda. Sodaan kee jireenya kee isa gaarii jiraachuu irraa si hin dhowwiin. 4. Galma baafadhu akkasumas tarkaanfii fudhadhu: Lola keessoo kee injifachuu yoo barbaadde galma baafachuu fi tarkaanfii fudhachuu qabda. Waan galmaan gahuu barbaaddu qofa teessee abjuudhaan hin abjootin. Karoora baafadhuutii har'uma galma kee ga'uuf hojjechuu jalqabi. 5. Abdii hin kutin: Daandiin milkaa'ina yeroo hunda salphaa miti. Yeroon abdii kutachuu barbaaddu ni jiraata. Garuu yoo abdii kutatte gonkumaa kaayyoo kee galmaan hin geessu. Kanaaf qabsaa'uu itti fufi, gara fuulduraatti dhiibuu itti fufi, abjuu keetiif gonkumaa abdii hin kutatin. 6. Ofii keetiif gaarummaa qabaadhu: Ati qeeqaa kee isa hamaa dha. Garuu ofiif gaarummaa qabaachuu qabda. Dogoggora kee irratti of hin miidhiin. Isaan irraa barachaa itti fufi. 7. Yeroo ammaa keessa jiraadhu: Waan darbe keessa hin jiraatiin akkasumas waa'ee egeree hin yaadda'iin. Yeroo ammaa kana irratti xiyyeeffachuun imala keetti gammadi! 8. Waan qabduuf galateeffadhu: Waan hin qabne irratti xiyyeeffachuun salphaadha. Garuu waan qabnuuf galateeffachuun barbaachisaadha. Galateeffannaan wantoota gaarii jireenya kee keessatti argaman dinqisiifachuu fi yaada gaarii qabaachuuf si gargaara. 9. Namoota biroo gargaari: Namoota biroo gargaaruun addunyaa kana irratti jijjiirama fiduuf akkasumas ofiif miira gaarii akka qabaattuuf karaa gaarii dha. Akkasumas waan qabduuf caalaatti akka galateeffattu si taasisa. 10. Kaayyoodhaan jiraadhu: Kaayyoon jireenya kee maali? Maal irratti quuqama qabda? ✈️🚅 Qillensa Irra Balaali'uu feeta?garuu ni daganne malee Sammuu isa baliilisutu nu Keessa jira Kaayyoo kee barbaadiitii akkaataa sanaan jireenya kee jiraadhu. ❌Dhugaa jiru dubbachuuf warreen Ofta"uu dhiisanii #Somba namaatiin qilleensa baafatan boqonnaa akka hin qabneef bor akka hin milkoofnees hin dagatin » Barumsi kun lola keessoo kee injifachuu fi jireenya gammachiisaa akka jiraattuuf akka si gargaaru abdiin qaba.
Show all...
👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
የመምህርነት የስራ ቅጥር ማስታወቂያ! (ነሀሴ 28/2016 ዓ.ም) መመዝገቢያ ሊንክ liinkii banuun galmahaa https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSensDQJzOctuLPEhhxZdK58018cC-U_DyCZxc8EoHLy2h7ZVA/viewform Website: - aaceb.gov.et Email;- [email protected]
Show all...
👍 3😁 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.