cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

Show more
Finland957The language is not specifiedReligion & Spirituality11 233
Advertising posts
8 940
Subscribers
No data24 hours
+657 days
+49030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Haqaa fi dhugaan gabbaramaan Rabbii tokkicha malee hin jiru. Maarqoos;- 10:17-18 #ቸር #አንድ #አምላክ #ብቻ ነዉ” "Yesuus adeemuudhaaf karaa irra yommuu ba’utti, namichi tokko itti fiigee, fuula isaa duratti jilbeenfatee, “Yaa barsiisaa gaarii! Jireenya bara baraatti galuudhaaf maal gochuutu anaaf ta’a? jedhee gaafate. Yesuus ammo “maaliif #gaarii naan jetta? #Waaqayyo isa #tokkicha #duwwaa malee, namni gaariin tokkollee hin jiru." Akka keyyata kanaatti; namtichi, “yaa barsiisaa gaarii” jedhee waamnaan, Yesuus garuu, “maaliif gaarii naan jetta” jedhee ofirraa morme. Jecha #gaarii” jedhu ni morme. Itti aansuun; “Waaqayyo isa tokkicha #duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru” jedhe. As irratti; #Waaqayyo #tokkicha” yeroo jedhu, Yesuus; waa’ee tokkichummaa Waaqayyo barsiisaa kan ture ta’uu hubanna. Egaa! Yesuusii waa’ee tokkichummaa Waaqayyo barsiisuu, otuu ummatni yeroo sana ture Yesuus barsiisaa Waaqayyo biraa kan ergame ta’uu otuu ragaa bahuu, “Yesuus #gooftaadha” jedhanii waan macaafa keessa hin jirren lallabuun, karaa jallina isa hamaa ta’e hordofuu malee, maal faayidaa qaba? Yesuus barnoota seeraa dhaloota isin dura jiru diiguuf akka hin dhufne dubbateera. Innis kanuma osoo hin diigin barsiisaa akka ture keyyata kana irraa ni hubanna. ✍ Maarqoos;- 12:32 "Barsiisichi seera sun immoo, “ Ba’eessa dubbatte Yaa barsiisa! #inni #tokkicha, isa malee kan biraa #hin_jiru” isa jette dhugaa dubbatte” jedheen." Mee keyyata kanas hubannoon ilaalaa! As irratti; Yesuus, “Waaqni #tokkicha, isa malee kan biraa hin jiru” jedhee dubbatee, ummata barsiifnaan, barsiisichi seeraa immoo, #dhugaa #dubbatte” jechuun ragaa bahaa jira. Barsiisichi seeraa kun kitaaba kakuu moofaa fi wangeela Yesuus lallabu irraa wal bira qabee ilaalee barnoonni Yesuus waa’ee Waaqayyo kennu sirrii ta’uu dubbate. Barsiisichi seeraa kun #Yaa #barsiisa” jechuun isaa maal agarsiisa? Akka kiristaanotaa, “Yaa Gooftaa ” jedhee maaliif hin waamne? Yesuus #gooftaa #akka_hin _taane waan beekuuf, “yaa goofta” jedhee hin waamne. Hojiin Yesuus ummata Israa’el barsiisuu waan ta’eef, “Yaa barsiisa” jedhee waame. As irratti; Yesuus gooftaa osoo ta’e, #lakkii an gooftaadha malee #barsiisaa #miti” jedhee ofirraa morma. Garuu; Yesuusis, barsiisichis, ummatni isaan wajjin jiranus barsiisummaa Yesuus beekaniif callisani. Ammas, Maarqoos abbaan kitaaba kana barreesses barsiisummaa isaa hin mormine. Ummattoonni Yesuusiin ijaan arganii barnoota isaa irraa isaa irraa baratan, “yaa barsiisa” erga jedhanii, warri ijaan arganii hin beekne akkamitti Yesuusiin, “yaa Gooftaa” jechuu danda’ani? Barsiisaan waa’ee Waaqayyo barsiisu, ofumaa deebi’ee Waaqayyo akkamitti ta’a? Fuula telegram 👇 https://t.me/Dhugaa_Dhokate Fuula telegram 👇 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d Fuula Facebook keenya 👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Show all...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

👍 1
01:27
Video unavailableShow in Telegram
🦻
Show all...
5.12 MB
00:29
Video unavailableShow in Telegram
o0VBAoZNAGuhXGy2RtiB6sG0IdHbN0FEEPix4.mp44.89 KB
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
👍 10
Muslimni waan hin ajajamne hin raawwatu. Mowlida kabajuu hin ajajamne. ❌❌❌ Mowlida ❌❌❌
Show all...
👍 5 1
"Abbaan koo ana caala" jedhe Yesuus. Yohannis:- 14:28 ('Amma nan adeema deebi'ees isin bira nan dhufa' akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; utuu na jaallattu taatanii, waanan gara abbaa dhaquuf in gammaddu turtan, #abbaan na #caala'o,) Gaaffiin asitti nu qabnu:- 1. Kiristaanotni fi pirootestanotni Yesuus Waaqa jedhu. Waaqni lamatu jiraa? 2. Akkamitti wal caalu? 3. Waaqni, Yesuusiin ni caala erga ta'ee, Yesuus akkamitti Waaqa jedhamee gabbarama? 4. Abbaa isa Yesuusiin caalu dhiisanii waan biraa gabbaruun maal fayyada? 5. Barnoota nabiyyoota durii kessatti Waaqa dhiisanii waan biraa gabbaruun jiraa? 6. Waan abbootiin keenya durii hin beekne eessaa fuudhanii fidani? 7. Tarii falaasamaa Phaawuloos ta'innaa laata? Fuula telegram keenya👇 https://t.me/Dhugaa_Dhokate Fuula telegram keenya👇 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d Fuula Facebook keenya 👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Show all...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

Photo unavailableShow in Telegram
Suratu Al mulk (1~12) // Tafsiira Qur'aanaa Afaan Oromoo // 🎙𝐒𝐡𝐞𝐢𝐤𝐡 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐥𝐤𝐚𝐫𝐢𝐢𝐦 𝐀𝐡𝐦𝐚𝐝 - 𝐇𝐚𝐟𝐢𝐳𝐚𝐡𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡 YouTube : https://youtu.be/Hs4gJHIrbWc?si=1K--gf4Fr0faa5jT https://t.me/sheyk_abdulkarim/862
Show all...
Yesuus akka ofiin hin dubbanne. Yohaannis:- 8:28 (Kanaaf Yesus, #Ilma #namaa kana erga muka irratti ol fuutanii, eenyu akkan ta'e, ani isa abbaan na barsiise akkan dubbadhu malee, #ofiin #homaa akka ani in hojjennes in hubattu.) Gaaffiin asitti nu qabnu:- 1. Yesuus, "ilma namaa" ofiin jedhe. Ilmi namaa akkamitti Waaqayyo ta'e? 2. Dubbiin inni dubbatu kan abba erga ta'ee, ergamaa akka ta'e hin ibsuu? 3. "Ofiin hin dubbanne" jedhe. Akka Yesuus Waaqayyo hin taane, Ragaa kana caalu maal barbaaddu? 4. Ammas "ofiin homaa hin hojjedhu" jedhe. Kun Yesuus Humna akka hin qabne hin ibsuu? 5. Mee ulaagaa akkamiitiin Yesuus Waaqayyo jedhame? Fuula telegram keenya👇 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d Fuula Facebook keenya 👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Show all...
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

👉

https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

👍 7
sticker.webp0.31 KB
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.