Galaa Dhalootaa
Walaloowwaan, barumsa macaafa qulqulluu, barumsa xiinsammuu,seenaawwaan barsiisoo garaagaraa kan qabatee dhiyaatedha. Yaada qabdan karaa kana nu qunnama๐๐ https://t.me/Sami_tesfaye
Show more1 160
Subscribers
No data24 hours
+17 days
+130 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
#Gaarummaa
Ijoolummaa#
~
Deemsa ijoolumma
Imala yaadoo malee!
Yeroo hameenyi hin jire
Gaarummaan mana dhale!
~~
haaloo yeroo hin qabanne
Araaraf arifannu!
Yeroo gaddi hin jire
gammachudhan jirannu!
~
Yeroo anummaa malee
Afaani walif lannu!
Jireenyi baras hafe
Amma akkami jirannuu?
~
Yeroosantu yeroodha
Anis kanafan farse!
Amma yeroon yaadadhu
hhh bara gaariin dabarsee!
Ijoolummaa๐๐๐
Waloo tokkummaa join gochuun maatii taa'a!
https://t.me/Lammikof
Waloo Tokkummaa
Walaloo, jechoota mimidhagoo, seenaawwan gaggababoofi jechamoota abbooti fi kan saayinsi kanan isinif dhiheessu taha#
Repost fromย Waloo Tokkummaa
You Tube kana seeninu subscribe share gochuun maatii taa'aa!
https://youtu.be/Lm-ZhZ8zdns?si=PUoUQSGICsih7qPA
I am a new YouTuber
on this YouTube channel we can review the best tiktok live performance of the week and viral videos
Repost fromย KANENUS Tech
USSD Code Ethio telecom hunduuma hojii isaanii waliin ๐๐
*999# for ethio gebeta services
*127# to use telebirr services
*810# to use credit service
*994# for contact center service
*804# to check balance
*805# to recharge balance
*806# to transfer balance
*807# for call me back request
*822# to use CRBT
*21# to enable call Divert
#21# to disable call divert
*111# to see your number
*868# for device related service
*922# for Yimulu service (For Distributors Only)
Channel keenya JOIN gochuun tola A/Oromoon odeeffennoo tekinooloojii hordofaa.
๐๐๐๐
โโโโโโโโโโโโ
โจ๏ธ โฆ๏ธ @kanenus_tech โจ๏ธ
โจ๏ธ โฆ๏ธ @kanenus_tech โจ๏ธ
โจ๏ธ โฆ๏ธ @kanenus_tech โจ๏ธ
โโโโโโโโโโโโ
App Tokko Malee Setting salphaa kana qofa sirreessuudhaan qarshii Tokko osoo hin baasin interneetii fayyadamuu dandeessu โ
๏ธ๐ โป๏ธ Hiriyyoota keessaniif share godhaa
Ofii koof check godheen isiniif maxxanse
Warreen siniif hojjette nuuf hojjeteera jedha
@galaa_dhalootaa
Repost fromย Waloo Tokkummaa
Kolfi,kolfa,kolfinuu!!
Bu'aawwan kolfi qabu
โ waan nama miidhu tokko hin qabu,garuu waa bayyeef nama fayyadaa.
โ utuu warra Kennu hin iyyoomsin, warra fudhaatus duroomsa.
โ yeroo muraasaf ta'a, garuu yeroo tokko tokko bara baraan yaadatama.
โ kolfa duroomanif hin argatan, iyyoomaniifis hin dhaban.
โ mana keessatti gammachu uuma, bakka hojiitti fedhii hojii dabala,mallatto hiriyyummaa gaariiti ykn iriyaa gaarii namaf hora.
โ warra dadhabeef boqonna,warra abdi kuteefimmoo ifaa guyyaati. Warra gaddef ifa biftuuti,daawwa uumama miiraa jeeqamee fayyisuudha.
โ garuu bitamuu,liqeeffatamuu, ykn hatamuu hin danda'u, hamma kennamutti waan gaarii tahunsa wan hin beekamneef.
โ warra kennuf hoomaa hin qabne caalaa kan kolfa barbaadu hin jiruu.
โ yoo namoonni waantota ayyaana dhaloota kiristoosiif barbaachisan sitti gurguran kolfu dadhaban, ati kolfakee xiqqoo isaanif kenni!
# kolfikee carraa gaarii baata. Jireenyaa namoota ati agartee hunda ibsa. Fuula isaanii jijjiira. Kolfikee akka biiftuu duumeessa cirtee dachee ibsituuti. Keessumaa yeroo namootni Gaddafi muddama keessa Jiran kolfikee abdii isaanitti hora. Gammachuun biyya lafarra jiraachuu isaanitti agarsiisa.
@ kolfi, kolfa, kolfinuu.
# maati, firoota, hiriyootni koo biyya keessaf alaa jirtan hundinuu Baga geessan
Good morning!! May today bring you the joys of yesterdayโs hopes!โ
Ganama kee akkamitti jalqabda?
Qulqullinni guyyaa keenyaa haaloota guyyaa sana nu mudatan hammam akka dandamanne irratti hundaสผa. Guyyaa keenyaan walitti hidhamuudhaan sammuu keenya deebisnee kaasaa, tasgabbii fi yaada gaggaarii ishee keessatti uumaa dandeettii qaamaa fi sammuu keenya guddisuun waan layyoo miti.
Namoonni baay'een guyyaa isaanii qunnamtii elektirooniksiitiin jalqabu. Jeequmsi addunyaa sammuu jeequmsa, osoo ati guyyaa kee hin jalqabin sammuu kee jeequudha.
Jeequmsa addunyaa kanaan sammuun kee jeeqamnaan ni mufatta, ni gaddita, gammachuu hin argattu kuniis hariiroo namoota biroo wajjin qabdu irratti dhiibbaa qaba.
Guyyaa kee galateeffachuun jalqabi, jireenya guyyaa biraatiif galateeffadhu. Kadhannaa fi xiinxaluudhaan sammuu kee tasgabbeessi.
Deeminsa kee uumama waliin wal qunnamaa karoora guyyaa keetiif uumi. Guyyaan kee caalaatti buโaa qabeessaa godhi
โโโโโ
sสแดสแดโsสแดสแดโsสแดสแดโ
๐บแดแดษชษด๐บ
Nu hordofaa ๐ป
@galaa_dhalootaa
@galaa_dhalootaa
@galaa_dhalootaa
Wantoota 7 har'a ofitti himi!
***
1.Ani qaaliidha.
2.Haala har'aa keessaa boru nan baha.
3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha.
4.Jaalatamuun naaf mala.
5.Nagaafi gammachuun barbaada.
6.Ani dandeettii gahaa nan qaba.
7.Isa hundumaa qabu Waaqas qaba.
โโโโโ
sสแดสแดโsสแดสแดโsสแดสแดโ
๐บแดแดษชษด๐บ
Nu hordofaa ๐ป
@galaa_dhalootaa
@galaa_dhalootaa
@galaa_dhalootaa
01:01
Video unavailableShow in Telegram
Daqiiqaa 15 booda ni haqamaโ๏ธ
Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha
10 + 10 ร 0 +10 =โ
0.47 KB
Abba 25
Abba 50
Abba 100
Badhaffammuf
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.