Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Ciroo/Chiro College of Teacher Education
Dhaabbata Barnoota mootummaa bara 2003 A.L.I.tti kan hundaa'e/ Governmental Educational organization stablished in 2003 E.C
Show more8 728
Subscribers
+1024 hours
+597 days
+25330 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
KBBn Ciroo mana haadha harka qalleettii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo araddaa Qillisoo keessaatti argamu haaromsa jalqabsiisee jira.
=======================================================
Dhaabbii biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisa bara 2016 irratti hawaasni kolleejjii Barnoota Barsiisotaa yommuu hirmaatan
Gareen ogeeyyii Biiroo Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa dhufan Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti argamuun, haala hojii waliigala kolleejjichaa , haala leenjiin itti kennamaa jiruufi qophii simannaa kaadhimamtootaa bara 2017tiif taasifamaa jiru daawwataniiru
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti leenjiin barsiisota BSTDtiif kennamaa jiru ogeeyyii BBO irraa dhufaniin daawwatameera
This is to inform you that you can access text books on this link ➡️http://t.me/oeb2020
Kolleejjii Barnoota Barsiisota Cirootti ,leenjifamtoota sagantaa adda addaatiin ganna bara 2016tiif oranteeshinni kennameera
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti haala qophii simannaa leenjii ganna bara 2016 fi haala qophii simannaa kaadhimamtoota idilee bara 2017 fi kallattii hojii Kolleejjii gara fuulduraa irratti Iddoo Pireezdaantiin Yuunivarsiitii Odaa Bultum fi walitti qabaan boordii KBB Ciroo Pirofeesar Muktaar Mahammad fi Darekteerri Daarektoreetii Barnoota ol'aanoo Qorannoofi Qo'annoo Biiroo Barnoota Oromiyaa Obboo AdmaasuuWaggaarii argamanitti mariin geeggeffamerra, daawwannaan hojii waliigalaas mooraa KBB Ciroo keessaatti geggeeffameera
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.