cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇 https://t.me/Ibrahim_92taf

Show more
Finland744The language is not specifiedReligion & Spirituality8 447
Advertising posts
11 447
Subscribers
No data24 hours
+1337 days
+77030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

✍️ Guyyaaa jum’aa keessaa yeroo takkatu jira kan du’aa’ii namni yeroo sana kadhate hanga bakka geettutti gadin deebine….. Sa’aatii sana yoomi mee?
Show all...
والصبح إذا تنفس. ✍️ Rabbiin barii yaanni keessan keessatti furmaata argatu; kan qomti keessan keessatti baldhatu; kan Rabbiin kadhaa teessan keessa awwaatu isiniif haa taasisu….Aamiin🤲🏿 Oolmaa gaarii
Show all...
14
#Hin_bareedu_dhugatti! Afaaniin nama sobaa Garaan namatti maluun Bifaan nama fakkaataa Qaamaan Bosona galuun ⭐ Caba ofii dhoffataa Isa namaa odeessuun Dhugaa namaa awwaalaa Garaa namaa bobeessuun ⭐ Afaan Damma dibataa Qeensa namatti qabuun Daba namatti yaaduuf Lagarra namatti labuun ⭐ Hin bareedu dhugatti Nama dhugaa dubbatu Afaan isaa ukkaamsuun Mana haqaan dalagu Haqaan malee itti saamsuun ⭐ Daandii qajeelaa dhiiftee Isa dabaa filatuun Abbaa yakkaa dhossitee Isa fayyaa himatuun ⭐ Daandii haqaarra deemta Jedhaa nama ugguruu Dhugaa lafarra jirtu Maallaqatti gurguruu ⭐ Rasaasa summii baattee Mana namaa naannayuu Har'a hannaaf bobbaatee Boru immoo qaanayuun Hin bareedu dhugatti Aangoof qabeenna keetiin Hiyyeessarratti duuluu Qabeenya haqaan malee Kuusaa keetitti tuuluu ⭐ Leenjii shiraan guuttameen Baatee nama dararuu Kijiba isan jirre Kiiloo Dhibbaan safaruu ⭐ Hin bareedu dhugaa! ✍️Ahmed Husen Gishe https://t.me/tafak_or
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

👍 18 4🥰 2
Biyyi yeroo jalqabaatiif television 📺 laalte biyya tami____?Anonymous voting
  • A) Raashiyaa
  • B) Chaayinaa
  • C) Ameerikaa
0 votes
👍 14 7
✍️ Yaa Rabbi faana gaarii yoo ani asirraa deemes hin deemne wahii na taasisi…Yaa Allaah🤲🏿
Show all...
17
☆☆﷽☆☆ 👌#JECHOOTA Abdii namatti horanii fi nama kakaasan!! ✍Jireenya keessatti...guyyaan hundi gammachuu miti.... 🌺Obsaan dabarsi... ✍waan kaleessa darbe Irranfadhu.... 🌺kan boriitiif tattaafadhu.. ✍Mo'ataa kan si taasisu baay'ina dargaggootaa osoo hin taane...... 🌺 yaadaa fi ofitti amanamummaa ati qabduudha. ✍Soba waliin fiiguu dandeessa.garuu....... 🌺dhugaa jalaa dhokachuu hin dandeettu... ✍waan feetuu fi hawwitu yoo dhabde...Allhtti hin gaddin.... 🌺Allahn waan ati barbaaddu osoo hin taane waan si barbaachisu siif kenna.🥰 ✍Abdii hin kutatin.... 🌺Lafa dukkanti jirtu hundumaa ifti yeroo isaa eeggatee dhufa. ✍Gufuu fuuldura kee jiru osoo hin taane.... 🌺Kaayyoo keessa kee jiru ilaalii tarkaanfadhu. 👇 https://t.me/tafak_or
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

🥰 12 2👍 1
✍️ Ilmi namaa yeroo hedduu amalli kee isaanitti jijjiiramuu fi adeemsa duraa irraa akka ati jijjiiramte qofa siif himu. Garuu gochi isaanii jijjiiramuu kee akka fide isaaniif hin mullatu… Kankee malee kan isaanii isaanitti goonkumaa hin muldhatu….🤔 https://t.me/tafak_or
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

👍 16 2
✍️ Waa’een duniyaa sin yaachisin duniyaan harka Rabbii jirti, Waayeen Rizqii sin yaachisin rizqiinis Rabbiin biraa dhuftii, Fuuldurri keetis sin dhibin…fuuldurri keetis harka Rabbii jiraa…. Wanti si yaachisuu qabu akkamitti Rabbii koo jaalachiisaa qofa tahuu qaba… Oolmaa gaarii qabaadhaa 👇🏻 https://t.me/tafak_or
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

👍 6 3
Cuunfaan isaa 1) Arkaana islaamaa shanan 2) Arkaana Iimaanaa jahan, 3) Shuruuxa salaataa saglan, 4) Arkaana salaataa kudha afran, 5) Waajibaata salaata saddeettan, 6) Wantoota salaata balleessan saddeettanii fi….!! Wantoonni amma isiniif hime kunniin wantoota sammuutti beekuun dirqamaati…..👇🏻 Comment 👇🏻 https://t.me/tafak_or
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

👍 13 10👎 1😁 1
أركان الإسلام الخمسة بالترتيب: 1) الشهادتان 2) إقامة الصلاة 3) إيتاء الزكاة 4) صوم رمضان 5) حج البيت لمن استطاع إليه سبيلا.. أركان الإيمان وهي: 1-الإيمان بالله 2-الإيمان بملائكته 3-الإيمان بكتبه 4-الإيمان برسله 5-الإيمان باليوم الآخر 6-الإيمان بالقدر خيره وشره شروط الصلاة وهي تسعة: 1_الإسلام 2_والعقل 3_والتمييز 4_ورفع الحدث 5_و إزالة النجاسة 6_وستر العورة 7_ودخول الوقت 8_واستقبال القبلة 9_والنية.. اركان الصلاة وهي أربعة عشر: 1-القيام مع القدرة 2_وتكبيرة الإحرام 3_وقراءة الفاتحة 4_والركوع 5_والاعتدال بعد الركوع 6_والسجود على الأعضاء السبعة 7 _والرفع منه 8_والجلسة بين السجدتين 9_والطمأنينة في جميع الأفعال 10_ والترتيب بين الأركان 11_والتشهد الأخير 12_ والجلوس له 13_والصلاة على النبي صل الله عليه وسلم 14_ والتسليمتان.. واجبات الصلاة وهي ثمانيه: 1_جميع التكبيرات غير تكبيرة الأحرام 2_وقول: سمع الله لمن حمده للإمام والمنفرد 3_وقول :ربنا ولك الحمد للكل 4- وقول: سبحان ربي العظيم في الركوع 5- وقول: سبحان ربي الأعلى في السجود 6_وقول : ربي اغفر لي، بين السجدتين 7_والتشهد الأول 8_والجلوس له.. : مبطلات الصلاة وهي ثمانية: 1- الكلام العمد مع الذكر والعلم أما الناسي والجاهل فلا تبطل صلاته بذلك 2- الضحك 3- الأكل 4- الشرب 5- انكشاف العورة 6- الإنحراف الكثير عن جهة القبلة 7- العبث الكثير المتوالي في الصلاة 8- انتقاض الطهارة.. لابد من حفظ هذه الواجبات والشروط والسنن والأركان...والله ولي https://t.me/tafak_or
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

16👍 7
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.