cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ancient history of oromoo

YouTube kenya https://youtu.be/eq2eWxR8t-w Facebook kenya https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Show more
Kenya14The language is not specifiedFacts4 130
Advertising posts
1 686
Subscribers
+224 hours
+107 days
+4630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
https://t.me/empirebot/game?startapp=hero567113628 kunii tap tapi hinqabutii dafaa seenaa
Show all...
👎 1
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
Biyyii ityoophiyaa jedhamtu tun bifa Amma qabdu kana akka horatuu kan godhe oromoodha.jaarraa 16ffaa keeyssa silaa oromoon Atse sarsa dingil injifachuu baatte sabaa -sablammoota arr'a ityoophiyaa keeyssa jiran Kana arguu hin dandeenyu ture.kan biraa dhisii Biyyii Somalia jedhamtu tun seenaan isii ni jijjirama ture.kan biraa silaa oromoon bara 1559ti Amiir nuur injifachuu baatte arr'a silaa manneen Amantaa gojjaam keeyssa jiruufi masraan mootootii gondar kun hin jiraatu ture. Lola bara dhibba sadihiif maqaa amantiitiin deemaa ture oromoon dhaabsisuun isii gaanfa afrikaa keeyssatti jijjirama waaraa fide.Duuba saboonni kibbaafi bahaa ityoophiyaa jiran irra guddaan isaanni injiffannoo oromo tana akka wabii jireenya isaanitti fudhachuun oromo wajjiin gammachuun jiraachuu itti fufaniis Amaarii garuu akka diinatti qofaa mitti guffuu akeeka isaanni gufachisteetii oromoo laalluu eegale. bara mooticha sarsa dingil bara 31 guutuu injiffannoo oromotiifi seenaa oromo addunyarratti baleesu irratti hojjachaa turan.keessattuu bara 1593ti Atsen sarsa dingil Qeensicha Isa Jala deemee waa barreessaafii ture nama Abbaa baharey jedhamutii dhimma bahuun seenaa oromo jallisee akka barreessu godhe.barri kun bara marsaa gadaa mul'ata keeyssa ture.bara Amaarii guutuu guutuutti Oromoodhaan itti Injiffatame qofa ossoo hin tahiin bara mul'ata gadaa isaa gojjaam keeyssatti tumateedha.bara oromoon lafa Abbaa isaanni tana walloo keeyssa jirtu lafa seenaa qabeessa lafa waaqaatiifi laga bishiloo Deebisttee harkatti galfateedha.mootoota warra Amaaraa keeyssaa mootiin akka sarsa dingilitti Baraa dheeraa oromo wajjiin Lola gageese hin jiru.dadeebi'ee oromoon injifatamuun isaa akeeka Amaarii bara dheeraaf hamma Somalia ti babal'achuuf qabaachaa ture santu Isa wajjiin Injiffatame.haa tahu malee sumiin inni awwaale hamma ammaa ni jirtti.kan biraa dhisii seenaa Abbaa bahareen barreesse sun ykn seenaan oromoon jaarraa 16ffaa keeyssa alaa dhuftte jattu sun barreessitoota seenaa warra kitaaba Abba bahary waabefate warra akka " _ Manuel de almeide - hirb ludoit - Herbert Lewis -Baxer Paul k.k.f seenaa oromo gubbatti akka dogogora hojjatan isaan godhe. #ancient_history_of_oromoo https://t.me/etbisahusen
Show all...
ancient history of oromoo

YouTube kenya

https://youtu.be/eq2eWxR8t-w

Facebook kenya

https://www.facebook.com/ebisaahusen/

👍 1😢 1
https://t.me/etbisahusen #ancient_history_of_oromoo
Show all...
Ob..Alamaayoo:- Gara afaaniitiinis seenan hin barrefamne. Seenaan afaanii biyaalessaa kan ibsamu,Seemetikki,Kushitikii,Niiloo Saahaaratikifi Omootikidha.Sirnooti dabran sun afaanoota kana yoo ibsan, seenaan uummata guddaa (kush) ifa baha. Afaan Oromoo damee kush keessatti ramadama. Nubiyaa kaasee hanga Tanzaaniyaa Arushaati afaan babaldhatee dubatamudha. Barreessitooti sirna nafxanyaa kana sodaa waayee kush kaasuu hin barbaadan. Warri gita bittoota sirna nafxanyaa imaammta loogii baafatanii Oromoo offiraa dhoorguun sun ammas waan haafee hin fakaatu. Oromoon damee kushimmoo kan daangeffamu akka ji’oograafiitti 140 NL – 40LS ta’ee hanga naannoo Mombaasaa– Aruushadha.Akkasumas Tigrayirraa kaasee hanga walaka Keeniyaa Tanzaaniyaas dabalatee,qubatee kan jiraatu, afaan saba bala’aatti. Afaan Oromoo, Afaan daldalaafi dipiloomaasiiti. Hanga Jaaraa 17ffa kaabaa hanga kibbaatti dubatama ture. Biyya Keeniyati TV fi Raadiyooniidhaan tamsaasi sagantaa Afaan Oromoo jira.Mombaasaa keessa Oromoo Meeruu laga Xaanaa, Oromoo gara bahaa, Oroomoo Marawwaa,Oroomoo gara Turkaanaa, Oromoo Hiddi loolaa,cufti Kuushoota bahaa jedhamu. Keeniyaa kessatti TVn Afaan Oromoo magaalaa Naayiroobiirraa tamsa’u sirritti tajaajila keenna jira. Ituu Walloo, Humbaanaa, Marawwaa, Oromoo Raayyaa Walloof abban Bookkuu Marawwoota.Ijoolleen Raayyaa Maccaafi Tuulamadha.Isaan kunniin naanoo Atibaraa irraa kaasee hanga naannoo laga Abayyaa jiru. Oromoon Umuruus, hanga Sudaaniitti jiru.Kanaaf kaabaan bahaa Afrikaa kan Oroomootatti. Afriikaa kabaa bahaa keessa, hanga jahaan Jaawwitti, gosa jahatu jiru. Kunniin hundi kushidha. Adduunyaa irratti hunda dura kan qaroome Kushidha. Garuu qaroomnnni Kush Gibtsootaan saamame.Kuni seenaa keessatti iccitii Gibtsootaa “Egyptian mystry” ta’ee beekama ancient_history_of_oromoo
Show all...
👍 1
Seenaa Oromoo Raayyaa Uummati Oromoo jaarraa tokko dura sirna gadaatiin ofiin of bulchaa ture. Minilik Oromiyaa erga weeraree qabate (gabroomfate) booda garuu sirni gadaa hafee,waanjoo gabrummaa sirna nafxanyaa jalatti bitamaa ture. Egaa baroota sana keessatti uummati Oromoo aadaafi,dudhaasaa akka irraanfatu godhameera. Seenaansaas aguugameefi daguungorsamee barreeffamuudhaan eenyummaasaa akka irraanfatuuf cunquursaan guddaa irratti raawwatamaa ture. Amma garuu sabi guddaa kun mirga argateen, hayyooti seenaa Oromoo qorattan, seenaa dhugaa uummata Oromoo iddoo dhoksamee qotanii baasuudhaan barreesuuratti argamu. Hayyooti qorattooti seenaa Oromoo dhimma kanarratti ijibbaata guddaa guchuurratti argamu.Kitaaboti seenaa Oromoos barreeffamaa jiru.Kabajamoota dubbistoota keenyaa! maxxansa keenya kana keessatti waa’ee seenaa uummata Oromoo keessumaa yeroo ammaatti jiraachuunsaa irraanfatamaa kan jiru seenaa Oromoo Raayyaa akka nuu ibsaniif biiroo aadaafi tuuriizimii Oromiyaatti hayyuu qorataa seenaa Oromoo kan ta’an, obbo Alamaayyoo Haayilee wajjin gaaffiifi deebii goone, kanatti aansinee isin dubbisiisna. Jalqabarratti yeroo hojii isaanii wareeganii waan nu hasofsiisaniif obbo Alamaayyoo Haayilee baayi’ee isaan galateeffanna. Siifsiin:- Seenaan maali? Ob.Alamayehu :- Seenaan ibsituudha. Ibsituu eenyummaa uummata tokkooti. Yaadanoodhas. Uummatni akkamitti akka jirate , Aadaa ,nageenyaafi,dudhaansaa kan kessati ibsamudha. Siifsiin:- Seenaan dhugaafi dhara, dabaafi sirri qabaa? Ob.Alemayehu: Eyyee qaba. Seenaan lammii ofiitiin barreeffamu dhugadha. Gariidhas. Akka carraa ta’ee uumattoota Afrikaa,Lattin Ameerikaa, Eeshiiyaa, Seenaan isaani kan barrefame, abootii humnaa, moototaafi namoota naanoo sana qoratanin barrefame. Ajeja mootota uummattoota sana gadi qabanii jirachisaa turaniin barreeffame. Hanga jaaraa 16ffaatti kan bareefame seenaa moototaa qofadha. Waayee gudinaa haawaasaa,waayee diinagdeesaa, hinibsan ture.Amantaadhanis walqabsiisanii kan ibsan yookin barressan(miitooloogii) baayedha.Montisski namni jedhamu Fransaayifi Awrooppatti jaaraa 18ffa miitooloojii seenattin barressuu jalqabe.Girikoonnis ta’e Chaayinoti kan barreesan amantidhan walqabsiisaniiti. Seenaan uumata Oromoos kan barreeffame gita bittoota sirnoota dabraniinidha. Seenaan Keenya dhalataa kenyaan hin barreeffamne.Kanaaf dudhaan keenya akka doofaa ta’etti busheessanii barreessan. Uummanni kun, siyaasaa kessatti akka hinhirmaane mataa gadii qabachisanii akka abbaa biyaa hintaane godhan. Barreessitooti sirnoota durii seenaa Oromoo dabsanii soobuma sana dhugaa fakkeessanii,barressuudhaan daguungorsanii,akka dhugatti fudhatan.Oromooti Hindiraa dhufni,Madagasgaariraa dhufan jechuudhaan seenaa Oromoo daguungorsuu yaalu. Kan kana godhan gita bittootaata mootummoota Itoophiyaa dabran sana qofa osoo hintaane, Poortugaalootiifi, Awrooppaanooti kaaniifi waldaan Kiristaanaa Ortoodooksii Itiyoophiyaas, keessattuu waldaan Kiristaana Ortodooksii biyya Giriikki Marqooriyoos, badii seenaa uummata Oroomoof gahee guddaa qabu. Siifsiin:- Barreessitooti sirna mootummaa Itoophiyaa durii Oromoon eessaa dhufe jedhan? Ob.Alamayehu: – “Bishaan keessaa bahanii weeraraanii biyya amma irra jiran hunda qabatan…” jechudhaan Oromoon siyaasa kessatti akka hin hirmaane golga guddaa godhan. Seenaan isaan barreessanis arabsoodha. Miidhaginaafi safu saba Oromoo hinibsan. Nama Gaalaafi hoori faanaa deemaa olu “ sabaa Tikaati” jedhu. Akka waan bu’aa loonittin hin fayyadmnetti, Akka waan aannan hin dhugnetti, Akk waan dhadhaa hin jaallanetti.Horsiisee bulaa ta’uusaa hojii tuffatamaa godhanii barreessaniiru.Seenaan kanaan dura barreessitoota sirnoota nafxanyaan barreeffaman seenaa dhugaan Oromoo ibsu mitti. Siifsiin:- Sabni tokko eenyumaan isaa kan madaalamu Afaanifi Aadaa isaattin, damee afur qaba.Seem,Kushifi Niiloo Saharadha. Oroomoon akka seenaatti isa kam kessatti,ramadamaa?
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.