ABDII SABAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa π¬NU QUNNAMUUFπ¬ @AbdiiSabaaDm π―BARNOOTAAF @Abdiisabaa π―MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
Show more447 610
Subscribers
+44724 hours
+3 2667 days
+30 97230 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Photo unavailableShow in Telegram
Bu'aan barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 ifoomeera.
Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera
https://result.ethernet.edu.et/ irraa argattu.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
π 870β€ 200π€― 62π₯° 59π 49π± 43π₯ 37π 37π 34π¨ 33π 26
#Waamicha
#yuunivarsitii_Arsii
Barattoota idilee akkasumas bara 2017 Barattoonni haaraa Yuunivarsitii Arsiitti ramadamtan guyyaan seensaa fi galmee
Fulbaana 20 fi 21/2017 taβuu Yuunivarsitichi beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
π 568β€ 98π 42π 41π₯ 37π«‘ 7π€― 3π± 3
#Waamicha
#yuunivarsitii_Asoosaa
Yuunivarsitiin Asoosaa yeroon galmee barattoota idilee bara barnootaa 2017 Fulbaana 27 fi 28/2017 taβuu beeksise.
Guyyaan galmee barattoota yeroo boqonnaa Fulbaana 25 fi 26/2017 akka taβe ibsamee jira.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
π 287β€ 50π₯ 17π€ 17π¨ 14π 11π 11π₯° 1π 1
#Komii_barattootaa.
#Salaale.
Waamicha manneen barnoota olaanoo yeroo hammaa kana taasifamaa jiruun wal qabatee barattoonnii iddoowwaan rakkoo nageenyaa jirutti argaman rakkinaa fi yaaddoo hamaa keessa jiraachuu isaanii himan.
Akkuma beekkamu yunivarsiitiiwwa addaa addaa wayita kana barattootaa waamaa kan jiran yoo ta'u Kanuma ilaalchisuudhaan barattoonni naannolee rakkoon nageenyaa muudatee jirutti argaman rakkoo networkiitiin rakkachaa akka jiran heeraniiru.
Keessumayyuu barattoonni salaaleetti argaman hedduu rakkachaa akka jiranii fi qaamni dhimmichi ilaallatu furmaata akka itti laatuuf gaafataniiru.
Haalli nageenyaa jirus yaaddeessa ta'uu heeraan.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
π 505β€ 67π’ 53π 26π€― 14π₯° 8π₯ 7π± 3
Photo unavailableShow in Telegram
#iyyaafannoo
Namni asii suuraan mula'attu tun kan maqaan ishee Madaanit Gizaaw Hordofaa jedhamtu Gaafa guyyaa 5/12/2016 saβa 7:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Roobee Ganda Caffee Doonsaattii manaa baatee manatti hin debi'nee, gaafa manaa baatuu surree bifa daalachaa qabuu, kootii gurraachaa fi shurraabii bulee godhattee manaa baate. Kanaafuu namoonni argitan ykn iddoo isheen jirtuu beektan nugargaraa jedhuu maatin ishee.
Gatii dadhabbii keessaniis ni kaffala jedhu maatiin.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
π 213β€ 33π₯° 13π 13π 11π± 7π₯ 2
Photo unavailableShow in Telegram
#iyyaafannoo
Namni asii suuraan mula'attu tun kan maqaan ishee Madaanit Gizaaw Hordofaa jedhamtuu Gaafa guyyaa 5/12/2016 sa'atti 7:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Roobee Gandaa Caafee Doonsaattii manaa baate manaatii hin debi'nee, gaafa manaa baatuu suree bifaa dallachaa qabuu, kootii gurrachaa fi shurrabii bulee godhatee manaa baatee kanafuu namonnii argitaan yookiin iddoo ishee jirtuu beektan nugargaraa jedhuu maatin ishee.
Gatii dadhabii kessaanis ni kaffala jedhuu maatiin ishee.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
#Ads
Barattoota barnoota fayyaa gatii madaalawaan oonlaayin viidiyoo qulqullina isaa eeggateen Afaan Oromoon barachuu barbaaddan marti karaa @fayyaa_courses nu hordofaa.
Galmeee eegallee jirra namoota dursanii galmaaβaniif 50% gatii hirrisnee jirra
FAYYAA COURSES
π 213β€ 23π 23π«‘ 9
#Waamicha
#yuunivarsitii_Hawaasaa
Yuunivarsitiin Hawaasaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 taβuu beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
π 162β€ 19π 8π 7
#Waamicha
#yuunivarsitii_Gaambeellaa
Yuunivarsitiin Gaambeellaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 taβuu beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
π 429β€ 78π 38π€― 37π₯ 12π₯° 1π 1
#Waamicha
#yuunivarsitii_Gaambeellaa
Yuunivarsitiin Gaambeellaa guyyaan waamichaa Fulbaana 21 - 21/2017 taβuu beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.