cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Oduu Sinbirtuu Oromiyaa

โœ”๏ธNuti Oromodhaa โœ”๏ธIlmaan Oromootii โœ”๏ธBiyyii teenyaas Oromiyaadha โœ”๏ธOromoof qabsoofnaa โœ”๏ธOromiyaa bilsoomsinaa โœ”๏ธJOIN โœ”๏ธSHARE Waliif godhaa @oduusinbirtuuoromiyaa

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedPolitics24 121
Advertising posts
696
Subscribers
+524 hours
+227 days
+6830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost fromย Faana Sinbiraa
00:16
Video unavailableShow in Telegram
K/Abiyyi Dollar argate sanaan akkasitti hojiitti seenee jira. Si magan warri biyya keenyatu guddate jettan du'aaf harka reeba jirtan.
Show all...
9.82 MB
๐Ÿ‘ 3
Repost fromย Faana Sinbiraa
00:16
Video unavailableShow in Telegram
K/Abiyyi Dollar argate sanaan akkasitti hojiitti seenee jira. Si magan warri biyya keenyatu guddate jettan du'aaf harka reeba jirtan.
Show all...
9.82 MB
Repost fromย Faana Sinbiraa
Photo unavailableShow in Telegram
Injifannoo Boonsaa Surroo Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaa kaampii diinaa Ganda sororoo odaatti argamu leencichi cabsee itti seenun waraana immiyyee Itoophiyaa ari'e baaseera. IUOf
Show all...
Repost fromย Faana Sinbiraa
00:16
Video unavailableShow in Telegram
K/Abiyyi Dollar argate sanaan akkasitti hojiitti seenee jira. Si magan warri biyya keenyatu guddate jettan du'aaf harka reeba jirtan.
Show all...
9.82 MB
Repost fromย Faana Sinbiraa
Photo unavailableShow in Telegram
Injifannoo Boonsaa! WBO Baha Shaggar Ona Fantaallee fi Kaaba Shaggar Warra Jaarsootti leencichi diina hedduu haleelee jira. Ona Fantaallee keessatti Kutaan waraanaa 37ffaa Cibraan Nebelbaal guutuutti kan dhumatte yoo tahu, gama meeshaa waraanaa *Diishqaa 8 *Bireenii 13 *Kilaashiin 236 hanga ammaa booji'amee jira. Injifannoon itti fufa! IUOf ๐™’๐˜ฝ๐™Šn ๐™ƒ๐™–๐™– ๐™’๐™–๐™–๐™ง๐™ช
Show all...
๐Ÿ‘ 5๐Ÿ”ฅ 2๐Ÿ‘Ž 1โค 1
Repost fromย Faana Sinbiraa
Photo unavailableShow in Telegram
Oromoon Baga Gammaddan. Mooraan leenjii WBO guddichii kibba Oromiyaa kaadhimamtoota haaraa leenjii loltummaa fi siyaasaa barsiisaa ture milkiin xummuree marsaa "TOKKUMMAA" Jechuun eebbisisee gara dirqama itti aanutti bobbaasee jira. Firaaf gammachuu Diinaaf bowwoo mataa. ๐™’๐˜ฝ๐™Š ๐™’๐™–๐™ก๐™ž๐™ž๐™ฃ ๐™๐™ช๐™ก๐™™๐™ช๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž
Show all...
Repost fromย Faana Sinbiraa
Irraa Oftiksaa Miseensoonni tola oltummaa hundi tikadha. Yunversiitii Dilla, Hawassa fi Jimmaatti warra leenjii tikaa fudhatedha quba qabaadha!!
Show all...
Repost fromย Faana Sinbiraa
02:44
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿ•ณ๏ธWBOn Bakka dhaqqabe hundatti ummata isaaf ๐—ง๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ถ๐—ณ ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ dhukkuba daddarbaa kennaa jira. ๐™’๐˜ฝ๐™Šn ๐™ƒ๐™–๐™– ๐™’๐™–๐™–๐™ง๐™ช
Show all...
17.17 MB
Repost fromย Faana Sinbiraa
Photo unavailableShow in Telegram
Tiraamp filannoof duula osoo geggeessaa jiranii daqiiqaa muraasa dura waltajjii irratti dhukaasni dhaga'amee eegdonni isaanii dafanii waltajjii irraa gadi isa buusaniiru. Suuraan kun akka agarsiisutti dhukaasni kun rasaasas ta'ee meeshaa gubachuu danda'u naannoo gurra isaaniitti rukutee dhiigni isaanii dhangala'e jira.
Show all...
Repost fromย Faana Sinbiraa
Xiyyeeffannoo. ============= Yeroo ammaa kana PPn godinoota WBOn keessa socho'uu keessatti Qindeessitota mana barnootaa fayyadamuun hanga gandaatti gadii buute caasa (network) ijaara akka jirtu 100% bira geenyerra. Kanaaf warroon ijaarsa caasaa network kana ijaaraa jirtanis ta'e ijaaramaa jirtan hojii itti jirtan kanarraa of hin qusattan tanaan kanaan booda dhiifamni tokko akka isiniif hin godhamne beektan akka itti seentan isiin beeksisu feena.
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.