cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Odaa Tarbii

International Spokesperson of the Oromo Liberation Army

Show more
Finland312The language is not specifiedPolitics2 247
Advertising posts
25 039
Subscribers
+324 hours
+237 days
+12030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

1:09:43
Video unavailableShow in Telegram
Kutaa 2'ssoo Gaaffii fi Deebii Ajalaa Ol'aanaa ABO-WBO, Jaal Marroo fi Itti Aanaa Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Gammachuu Abbooyeetitti dhiyaadhaa ! Dhaamsiif waamichi isaan Oromoof taasisan Oromoo hunda bira akka ga'uuf namuu karaa danda'e qoqqoodee waliin haa ga'u !
Show all...
169.87 MB
❀ 162πŸ‘ 73πŸ‘ 19😁 8πŸ€” 3
Photo unavailableShow in Telegram
Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii GG mooraa barnoota garagaraa keessatti barnoota siyaasaa, waraanaa fi ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiise. https://fb.watch/qvgr5kaam8/
Show all...
❀ 195πŸ‘ 102πŸ‘ 17πŸ€” 14🀩 11🀬 2
❀ 52πŸ‘ 35πŸ₯° 4
On February 22nd, a young woman and 4 young men were summarily executed in front of the public by regime forces in Qarsa Malima, Southwest Shawa.
Show all...
πŸ‘ 11❀ 3😒 3
Repost fromΒ Jabeessaa Qeerroo
β˜…Β  #GaddaπŸ˜₯πŸ˜₯ Aana Qarsaa Maallimaa keessa Gafaa Guraandhala 22/2024 ykn 12/06/016 Namoota 4 Dhiira 4 fi Dubartii tokko Daandii Gubbaati osoo hawwaasni ilaalu ajjefye Kan Maqaa Amma Nu gahe Kunooti 1). #Geetuu 2). #Dajanee 3). #Shittoo Yoo ta’an Nama Lama immoo maqaan nun geenye. Gumaan keessan Dachaan baati. Maatifi Firootaf Jajjabina Hawwina. αˆ˜αˆ¨αŒƒα¦αŠ αˆαŠ• α‰ α‹°αˆ¨αˆ°αŠ• αˆ˜αˆ¨αŒƒ α‹­αˆ… α‹΅αˆ­αŒŠα‰΅ α‹¨α‰°αˆαŒΈαˆ˜α‹ α‰ α‰€αˆ­αˆ³ αˆ›αˆŠαˆ› α‹ˆαˆ¨α‹³ α‰ 22/02/24 αŠ₯αŠ•α‹°αˆ†αŠ α‰³α‹α‰€α‹‹αˆ α‹¨α‰°α‹«α‹™α‰΅αˆ 4 α‹ˆαŠ•α‹Άα‰½αŠ“ 4 αˆ΄α‰Άα‰½ αˆ²αˆ†αŠ‘ αŠ αŠ•α‹°αŠ›α‹‹αŠ• αˆ΄α‰΅ αˆ…α‹α‰₯ αŠ₯ያየ αŠ α‹°α‰£α‰£α‹­ αˆ‹α‹­ αˆ²αˆ¨αˆ½αŠ—α‰΅ αˆˆαŠ αˆαŠ• αˆ΅αˆ›α‰Έα‹ α‹¨α‹°αˆ¨αˆ°αŠ• 1- #αŒŒα‰± 2- #α‹°αŒ€αŠ” 3- #αˆ½α‰Ά α‹­α‰£αˆ‹αˆ‰ α‹¨αˆαˆˆα‰± ሡም αˆˆαŒŠα‹œα‹ αŠ αˆα‹°αˆ¨αˆ°αŠ•αˆ.....αˆˆα‰€α‰°αˆ°α‰¦α‰»α‰Έα‹ αˆ˜αŒ½αŠ“αŠ“α‰΅αŠ• αŠ₯α‹¨α‰°αˆ˜αŠαŠ•..... α‹¨αŠ“αŠ•α‰°αŠ• α‹°αˆ α‰ α‹°αˆ αˆˆαˆ˜α‰ α‰€αˆ α‹›αˆ¬αˆ α‹ˆαŠ•α‹΅αˆžα‰»α‰½αˆ α‰ α‹°αŒ… αŠ αˆˆαŠ•!!!!
Show all...
😒 59πŸ‘ 32❀ 17πŸ‘ 2
"Gorsaan Shimelis duraanii Rooyitarsiif akka himanitti, β€œdhimma barbaachisoo, kan akka ajjeechaa namoota beekamoo” keessatti ajajni kan dhufu Shimelis Abdisa ykn Ararsa Mardasa, komishinara poolisii Oromiyaa, hanga bara darbe itti gaafatamaa nageenyaa ta’ee guddatutti." https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
Show all...
How a secretive Ethiopian security committee ordered killings, arrests

How a secretive Ethiopian security committee ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency in the largest region, Oromiya.

πŸ‘ 58😒 24❀ 5πŸ”₯ 1
"Akka qorannoo Rooyitars gaggeessetti koreen dhoksaa kan Shimelis Abdisaa, Awalu Abdu, Ararsa Mardasaa, Fiqaaduu Tessemaa fi qondaaltota nageenyaa fi siyaasaa biroo 6 kan maqaan isaanii hin dhahamne of keessaa qabu jira. Koreen kun yeroo yerootti walga’ee eenyu akka ajjeefamuu fi eenyu akka hidhamu irratti mari’ata. Ajaja isaanii malee ajjeechaan Oromiyaa keessatti hin raawwatamu. Abiy Ahmad walga'iiwwan kanneen irratti hirmaachuu baatus koreen kun ajaja isaatin bara 2018 uumame. Rooyitars akka gabaasetti ajjeechaan namoota Oromiyaa keessati hiriira bahanii rasaasaan rukkutaman ajaja koree kanaan raawwatame. Dabalataanis jaarsoliin Karrayyuu akka ajjeefaman kan ajajes koree kana."
Show all...
πŸ‘ 58😒 14❀ 5πŸ‘ 2πŸ€” 2🀬 2
β€œA secretive committee of senior officials in Ethiopia’s largest and most populous region, Oromiya, has ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency there, a Reuters investigation has found. Reuters interviewed more than 30 federal and local officials, judges, lawyers and victims of abuses by authorities. The agency also reviewed documents drafted by local political and judicial authorities. These interviews and documents for the first time shed light on the workings of the Koree Nageenyaa – Security Committee in the Oromo language - which began operating in the months after Prime Minister Abiy Ahmed came to power in 2018. The committee’s existence has not been previously reported.” https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
Show all...
How a secretive Ethiopian security committee ordered killings, arrests

How a secretive Ethiopian security committee ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency in the largest region, Oromiya.

❀ 29πŸ‘ 22πŸ€” 6πŸ”₯ 1
NEWS: Graduation Ceremony of New Trainees in the OLA Central Zone (February 2024) https://www.olf-olahq.org/post/news-graduation-ceremony-of-new-trainees-in-the-ola-central-zone-february-2024
Show all...
NEWS: Graduation Ceremony of New Trainees in the OLA Central Zone (February 2024)

Related:Β Latest Batch of Recruits Complete Their Training (August 2023) OLF-OLA (February 17th, 2024) - The Oromo Liberation Army (OLA) is proud to announce the successful completion of rigorous training by a new batch of trainees in the Central Zone. This significant milestone was celebrated in a graduation ceremony that underscored our commitment to excellence, resilience, and the liberation cause. The ceremony, held with due respect for our cultural and revolutionary values, was graced by th

❀ 152πŸ‘ 42πŸ₯° 12πŸ”₯ 6πŸ€” 1
Photo unavailableShow in Telegram
This Facebook account is impersonating me and creating a lot of confusion. Please click the link below and report it: https://www.facebook.com/OdaaTarbii?mibextid=LQQJ4d
Show all...
πŸ‘ 107❀ 31😒 17πŸ”₯ 15πŸ‘ 6😱 3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.