Boonaa Abduu
The Only Official Channel Of Boonaa Abduu Ergaa Qabdan @BoonaaAbdullahi Inbox Ergaa! Web: https://bonaabdu.wordpress.com/ ๐๐ฌ๐๐ฉ๐ฉ๐๐ง https://twitter.com/BoonaaAbduu FB: https://www.facebook.com/BonaAbduu INSTA: https://www.instagram.com/boonaabduu
Show more473
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Jimaafi harargee
https://youtu.be/S49Td6m3Y0c
Mil'uu Tibbanaa Uggura Jimaa fi Hiree Ummata Harargee Waxabajjii 4, 2023
Jechoota gaafii gaafatamu keessummeessuu diddaaf gaafattootaf moggaafamuu malan hanga tokko;
Finxaaleyyii, Mankaraarisaa, Farreen Nageenyaa (Anti-peace Elelments), Amantaa Dahoo godhachuun แแ-แแแแฅแณแ แฅแญแแฑแ แ แแญแ แแแแจแตแฃ Humnoota Badii fi kkf.
Terminology kunniin Dictionary gaafa rakkoon sirna mudatte dubbifamu keessa jira. Jidduu tanas Dictionary sun Library keessaa baafamee dubbifamuu mala.
Kanaaf jechootni kunniin akka haarawatti yoo biyyee hurgufatanii bakka ciisanii ka'anii social media kanarra dhufan waanuma dur barame waan taheef akka haarawa isinitti hin taane jechumaafi.
Garuu Gaafii keessummeessurra gaafataa dhabamsiisuu tarsimoon jettu jaarraa 21ffaa keessa akka hin hojjannes beekun gaaridha.
๐ 1๐ 1
#humanity
Be an Oromo,,
Become an Islam if you want to!
Be Orthodox if you want to
Be a Protestant if you want
Be a worshiper if you want to
Be Oromo and be whatever you want
But do not support any conspiracy to oppress the people under the guise of religion. Don't support it
The people who are harming the people today claiming to have power are human beings
They eat, live & they shall die too
A man who does not know the day of his death would not commit a treachery against man
Injustices is injustice no matter what or where
Everlasting is Allah Only.
So distance yourself from being with oppressors
๐ 1โค 1
Oromoo ta'ii,,,,
Yoo feete Islaama ta'i!
Yoo feete Ortodoksii ta'i!
Yoo feete Piroteestantii ta'i!
Yoo feete waaqeffataa ta'i!
Oromoo ta'ii waanuma feete ta'i!
Garuu shiraa amantii dawoo godhatee ummata joonjessu kamuu hin deeggarin. Hin amanin.
Namoonni hardha humna qabna jedhanii ummata miidhaa jiran kunis namuma.
Ni nyaatu, ni udaanu, hin jiraatu ,hin du'u.
Namni guyyaa du'u hin beeyne nama irrattis, waaqa irrattis silaa daba hin hojjatu.
Zalalam jiraataan rabbi qofa.
Isa jabaan hin cabne. Inni nu haa furu.
Maailf akkanatti na laalta jennaan, Akkan silaalaa jiru osoo nalaaluu baattee wahi agartaa jedhe namichi.
Tiyya malee tee hin taatun, mataan isiituu hin taatu.
๐๐
๐คฃ 4
Photo unavailableShow in Telegram
#Jimaa
Tarkaanfii Gaaridha
Rakkoo Humnaa olii tan Jimaan walqabattee danqaa guddaa taatee jirtu ilaalchisee Ummatni ganamaafi galagala iyyaa jiru dhagahuun waan guddaadha.
Koreen jedhames daddafee hojitti seenee rakkinichi akka furamuufi hojmaata badaa dhufuu malus akkaataa ittiin tohatan lafa kaahu jennee abdana.
Duulli eegale hanga furmaatni waaraan dhufutti itti fufa.
โค 2
Gandummaan Keessoo sabaatti akka dagaagu, saboota garagaraa jidduttis hariirofi walitti dhufeenyi fayyaalessi akka hin dagaagne fi hordooftoota amantaa garagaraa jiddutti jaalalliifi kabajni akka hin waarre gochuudhan GANDUMMAA akka tarsimootti itti dhimma bahuun waan baraafi yeroon irra dabarteedha.
SAbboonummaa sabootaa akka madda sodaa aangotti ilaalufi akka waan summii waliin jireenya ummatootaa tahetti balfanii dadhabsiisuf carraaqun ifis balleessanii biyyas unkuruu yoo taate malee bu'aa buusu hin qabaatu.
Keessafuu Sabni keessoon isaa Daneessummaa qabu kan akka Oromoo kana Summii gandummaa jidduu isaanitti facaasanii akka tokkummaadhan waliif hin tumsine godhuuf bara hedduuf yaalamaa ture, yaalamaa jirasi. Kan dur yaalames hin milkoofne inni ammaa kunis hin milkaahu. Yaalin boru dhufuu malus akka hinn milkoofne akeeka alagaa dursanii itti dammaquu feesisa.
โค 3๐ 2๐ 1
"Beekumsi dhugaa, Waan beeknu akka beeknu beekuufi waan hin beekne ammoo akka hin beekne beekudha."
Hubadhaa!!!
Akka waan mariin PP fi WBO jiddutti eegalamee marsaan lammaffaan isaa tibbana godhamuuf jirutti ololamaa jiru soba adiidha.
Marsaan lammaffaan yoomifi eessatti akka geggeeffamuuf jiru ifatti wanti beekame hin jiru. Mariin eegalame kan itti fufuuf jiru tahuu isaati malee akka amma odeeffamaa jiru torbaan kanas tahe kan dhufutti ni geggeeffama wanti jedhamu hin jiru.
Kanaaf Namootni odeeffannoo sobaatin burjaajii uumtan dhiisaa.
๐ 1
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.