cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

JECHOOTA KAKAโ€™UMSAA ๐Ÿช™

๐—ฆ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎโ€™๐—ถ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ ๐—ธ๐˜‚๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐˜‚ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐—ธ๐˜‚๐—ณ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ถ๐—บ๐—บ๐—ผ๐—ผ ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—บ๐—ผ'๐—ฎ๐—บ๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎโ€™๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐˜๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐˜‚๐˜‚.

Show more
Finland234The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
33 141
Subscribers
+2824 hours
+487 days
+67130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Gatii Yeroo Yeroon jireenya, jireenyi yeroo dhaan murtaa'a. Yeroon akkaataa jireenyi keenya bu'a qabeessa ta'u murteessa. Yeroo hogganuu hin dandeessu, yeroo keessatti garuu jireenya kee hogganuu dandeessa. Yeroon qabeenya qabeenya caaluudha. Yerootti fayyadamuu jechuun ofiif yaaduu jechuudha. Ammas yerootti fayyadamuun jireenya kee gaggeessuuf murtoo jalqabaa fi olaanaadha. Gatii Jireenyaa "Gatiin jireenyaa dheerina guyyootaa keessa utuu hin taane akkaataa itti fayyadama guyyoota sanaa keessa jira. Namni tokko waggaa dheeraa jiraatee jireenya xiqqoo jiraachuu danda'a." (Michel Montaigne) Dhugaan jiru jireenya kee akka feete gochuu dandeessa. Garuu si'a tokkoo ol jiraachuu hin dandeessu. Namootni guddaa yaadan jireenya isaanii guutummaatti jiraatu. Isaan muuxannoo isaanii guddifachuun addunyaa isaanii bal'ifatu. Kanaaf yeroo baay'ee namoota sammuu dhiphaa caalaa milkaa'odha. Via leadership @segnigudeta @WABIISG
Show all...
โค 10
Namtichatu guyyaa tokko garaa keessa dhukkubsatee Doktora bira deeme;- ๐Ÿ•ตโ€โ™‚#Doktora; Aabboo maal taatan ? ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฒ#Namicha; Doktor gaarama kana keessa dhibamaa maalan beeka ani!. ๐Ÿ•ตโ€โ™‚#Doktora; Ganama maal nyaatte? ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฒ#Namicha; Buddeena gubataadha. ๐Ÿ•ตโ€โ™‚#Doktora; Narsii tokkoon" mee kuulii ijaa naaf laadhu ija kuulaafii" jedhe. ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฒ#Namicha; Doktora kan na dhukkubaa jiru ija osoo hin taane garaa ta'uu bartanii garuu!? ๐Ÿ•ตโ€โ™‚#Doktora; Eeyyan sirriitti bareera, garuu ija tee wanti siif kuuluuf..akka 2ffaa deebitee biddeen gubataa hin nyaanneef..., jedheen. โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป โปโปโปโปโปโปโปโป๐Ÿ˜๐Ÿ˜โปโปโปโปโปโปโป โญ๏ธStars Telegram Stars ๐ŸŒŸ @Jechoota_Kakaumsaa1  โฒ๏ธ
Show all...
๐Ÿคฃ 12๐Ÿ‘ 7โค 3๐Ÿ˜ 2
...Miirakoo ishee hubachiisuuf karaa biroo fayyadamuu akkan qabu yaadeen,"Laal ๐‘€๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘–๐‘’,namoota abidda dhaamsanii jiraatan lamatu gaaftokko bosonatti abiddi qabannaan dhaamsuu dhaqan haa jennu. Erga dhaamsanii boodas, gaafa deebi'an fuula namicha isa tokkoorra cilaattiitu ture; kan isa tokkoo garuu qulqulluu ture. Gaaffiinkoo, namoota kana lamaan keessaa eenyuutu dursee fuulasaa dhiqata?" "Gaaffii akkamiiti kun! Namicha isa fuula isaatti cilaattiin dibateedhaka!" Jette. "Miti, namichi inni fuulli isaa cilaatta'e sun namicha isa fuulli isaa qulqulluu ta'e ilaaleetu, kankoos qulqulluudha jedhee dhiisa. Inni fuulli isaa qulqulluun sun garuu namicha sana gaafa ilaalu, 'Fuullikoos babbadeera ta'a! Dafee dhiqachuutu narra jira!' Jechuu hin oolu." "Maal jechuuf yaalaa jirta?" "Kanin jechaa jiru, yeroon hospitaalatti dabarse sana an yeroo hunda ofiikoo dubartii an jaaladhe keessatti ilaalaa akkan turen hubadhe. Fuula ishee miidhagaa fi qulqulla'aa ilaaleen, calaqqee sana keessatti ofiikoo ilaalaa ture. Isheenis gama biroon, calaqqee cilaatta'aa fuulakoo keessatti of ilaaltee, hagamuu bilchaattuu turtus haalli ishee kan isheen beekturra hammaataa akka ta'etti itti dhaga'ame. Kun sirrattis akka ta'u hin ayyamin!"... Kitaaba ๐๐š๐ฎ๐ฅ๐จ ๐‚๐จ๐ž๐ฅ๐ก๐จ- ๐‘‡โ„Ž๐‘’ ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘–๐‘Ÿ keessaan hiike.
Show all...
๐Ÿ‘ 5โค 3๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ˜ข 1
Repost fromย N/a
If you don't start ๐ŸŽ‰ Start now ๐Ÿ“ˆ40M level to 40๐Ÿ˜ ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ๐†ผ Telegram star โญ๏ธ Telegram star โญ๏ธ Telegram star โญ๏ธ Telegram star โญ๏ธ
Show all...
1. Eessaan dhufe, Eessattin deema, Maaliifin uumamee hubadhu! 2. Seera uumaa (natural law) kabaji! 3. Yeroo hunda dhugaa dubbadhu, haqaan hojjedhu! 4. Amala gaarii, namooma, amanamummaa, naamusa kan kana fakkaatan qabaadhu! 5. Jibba dhala namaa kamuu ofirraa balleessi! 6. Nama miidhuu irraa fagaadhu! 7. Karaa qaxxaamuraa fi daba cubbuu irraa fagaadhu! 8. Amantii qabaadhu, Waaqa kadhachaa, sodaadhu! 9. Haadhaa fi abbaa, maatii keetiif tola oolii gammachiisi! 10. Hiriyaa gaarii filadhu! 11. Mul'ata qabaadhu! 12. Baradhu, barreessi, dubbisi, beekumsa horadhu! 13. Hanga duututti barataa ta'i! 14. Dubbachuu fi hojjechuu dura hubachuu bari! 15. Jaarsolii fi Manguddoo irraa beekumsa argadhu! 16. Du'a akka hin oolle yaadadhu! 17. Taa'uu hin baay'isin socho'i, deemii dalagi! 18. Nama qormaata irra furmaata; boo'icha irra moo'icha irratti xiyyeeffadhu! 19. Waan darbe yaadachaa hin oolin, dhiisi fuuldura ilaali! 20. Keessummaa yookiin nama hayyuu waliin haasa'i, irraa baradhu! 21. Seenaa namoota gaggaarii fi milkaa'anii darbanii dubbisi! 22. Gufuu si mudatu osoo hin dhiphatin akka carraatti fayyadami; kufaatiif harka hin kennin obsi! 23. Oduu dhaggeeffachuu fi Miidiyaa hawaasummaa online hin baay'isin! 24. Namoota si caalan irraa baradhu malee itti hin hinaafin! 25. Namoota gowwaa, hamaa, jibbaa, hinaafaa, fakkeessaa, sobaa, abdii kutataa kan kana fakkaatan irraa fagaadhu! 26. Hedduu dubbachuu hin baay'isin! 27. Waan namni akka siif ta'u feetu dursii namaaf ta'i! 28. Qorichoota si macheessan dhaabi! 29. Halkan yeroon (sa'aa 3 - 4) hirriiba rafi! 30. Ganamaan dammaqi! 31. Ispoortii hojjedhu! 32. Nyaata gosaa (kuduraa fi muduraa baay'isi; cooma, soogiddaa fi sukkaara hir'isi) hamma isaa hanga dandaโ€™ame madaalii nyaadhu! 33. Namootaaf dhiifama gochuu aadeffadhu, araaramaa fi waliigalaa ta'i! 34. Miira dorgommii fi naman caalaa of irraa balleessi! 35. Fedhii, hawwii fi miira kee daangeffadhu! 36. Fudhataa osoo hin taane kennataa ta'uun beekkami! Nama rakkataa gargaarii arjaa ta'i! 37. Waan fedhii itti hin qabne hin hojjetin! 38. Waan dhala namaa fayyaduu fi yoomuu itti yaadatamtu hojjedhu! 39. Yoomuu hin boonin, of hin tuulin, fiinxaalessa hin ta'in, dhala namaaf jiddugaleessa ta'i! 40. Ofii gaarii ta'i! "Cubbuu fi Irbuu" irraa fagaadhu! โญ๏ธStars Telegram Stars ๐ŸŒŸ @Jechoota_Kakaumsaa1  โฒ๏ธ
Show all...
โค 24๐Ÿ‘ 18๐Ÿฅฐ 6
Photo unavailableShow in Telegram
โœ…Ammuma  Yaali! Umriin kee erga darbee booda waan hojjette of duuba deebitee yommuu yaaddu, wanta hin hojjennetu caala. Osoon hojjedhee turee jetta, Ni gaabbita, 'osoo yaalee bareeda ture jetta;  Garuu hin jedhiin, waan amma tuffattes ta'ee waan sodaatte hunda yaaliitii eenyummaa kee ofitti agarsiisi!  Kana ta'uu baannaan bu'aan kee gaabbii qofa ta'a. Kanuma #Dargaggoonni hedduu har'a keessa taa'anii borii isaanii ibsatu, warreen biroon immoo borii isaanii har'a keessatti dukkaneessaa jiraatu. "Youth is the best time to be rich, and best time to be poor" jedhu warri adii! #Dargaggummaan umurii dhala namaa keessaa yeroo baay'ee hawwamaadha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu'anii ba'uun namaaf salphatuudha. #Egaa jireenya keenya gara duraa kan bareechinus ta'e kan balleessinu daangaa umurii dargaggummaa keessatti. #Yaa obbolee ! Waa'ee namaa haasaโ€™uun jireenyakee keessaa daqiiqaa tokko gubuu irra waa'eekee sekoondii tokko yaaduutu bu'aa siif qaba.'' @segnigudeta @WABIISG
Show all...
๐Ÿ‘ 45โค 7๐Ÿฅฐ 1
Repost fromย N/a
แด„สœแด€ษดษดแด‡สŸ แด›แด‡สŸแด‡ษขส€แด€แด ๐Ÿ“‚ Folder Join Us ๐Ÿ“‚ If you don't have ๐Ÿ™๐ŸŽ‰
Show all...
๐Ÿ‘ 4๐Ÿ‘ 1
Repost fromย N/a
๐ŸŽ‰๐Ÿ”Ž#Telegram๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ  Click Here  ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ ๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„ ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ ๐ŸŒผ 2๏ธโƒฃ0๏ธโƒฃ1๏ธโƒฃ7๏ธโƒฃ   ๐ŸŒผ ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป ๐ŸŒป  Happy New Year! ๐ŸŒป ๐ŸŒป๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŒป ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป    Channeli armaan gadii Join taasisuun Ergaalee Adda addaa nama  barsiisan argattu!๐Ÿ’ฏ        โ”โ”“        โ”ƒโ”ƒโ•ฑโ•ฒ        โ”ƒ โ•ฑโ•ฑโ•ฒโ•ฒ        โ•ฑโ•ฑโ•ญโ•ฎโ•ฒโ•ฒ        โ–”โ–โ”—โ”›โ–•โ–”     โ•ฑโ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”  โ•ฒ โ•ฑ       ฯ‰ั”โ„“ยขฯƒะผั”โ„ข            โ•ฒ    โ•ฑโ•ฑ  โ”โ”ณโ”“โ•ญโ•ฎ โ”โ”ณโ”“   โ•ฒโ•ฒ     โ–”โ– โ”—โ”ป   โ”ƒโ”ƒ โ”—โ”ปโ”›  โ–•โ–” Click here - Open Home    แด„สœแด€ษดษดแด‡สŸ แด›แด‡สŸแด‡ษขส€แด€แด ๐ŸŽ‰    แด„สœแด€ษดษดแด‡สŸ แด›แด‡สŸแด‡ษขส€แด€แด ๐ŸŽ‰ ๐ŸŒผ Click and Join All Selected Telegram Channels ๐Ÿ‘‡๐Ÿฅฐ๐Ÿ‘‡ https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0 Folder keep it up https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
Show all...
๐Ÿ‘ 5
BARRI 2๐ŸŒป17 KUN: โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ ๐ŸŒป Kan Gammachuu! ๐ŸŒป Kan Milkaa'inaa! ๐ŸŒป Kan Badhaadhinaa! ๐ŸŒป Kan Jaalalaa! ๐ŸŒป Kan Tokkummaa! ๐ŸŒป Kan Guddinaa! ๐ŸŒป Kan Haaromsaa!! ๐ŸŒบ Isiniif! ๐ŸŒบ Maatii keessaniif! ๐ŸŒบ Ollaa keessaniif! ๐ŸŒบ Hiriyyoota Keessaniif! ๐ŸŒบ Biyya KEENYAAF! ๐ŸŽ„Bara Itti Mul'anni keessan dhugoomu! ๐ŸŽ„Bara itti bakka yaaddan geessan. ๐ŸŽ„Bara itti hojjettanii milkooftan! ๐ŸŽ„ Bara itti firii keessanitti gammaddan! ๐ŸŒบ ISINIIF HAA TA'U! ๐ŸŒป Yoo jennu hawwii guddaa dhaan! โญ๏ธStars Telegram Stars ๐ŸŒŸ @Jechoota_Kakaumsaa1  โฒ๏ธ
Show all...
๐Ÿ‘ 23๐Ÿฅฐ 11โค 6๐Ÿคฉ 3
๐ŸŒป Jaalatamoo maatii channel jechoota kakaโ€™umsa. BAGA JALA BULTII BARA HAARAA 2๐ŸŒป17 NAGAAN GEESSAN! Bara 2016 keessatti kan milkaa'es, kan sichi bara 2017tti milkaa'udhaaf yaadan qophaa'eefis guyyaan har'aa kun baafata (fuula) isa xumuraati. Hunduma keenya karaa fi kallattii hundumaan gargaaree, Nagaa fi fayyaatti nu eegee kan har'aan nu gahe Waaqaaf galanni haa ta'u! Bara Haaraa kanatti milka'ina addaa, waan yaaddanii fi karoorsitanitti akka milkooftan Hawwii fi Abdii guddaa qabna. ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„ ๐ŸŽ„ BAGA GEESSAN! ๐ŸŽ„ ๐ŸŽ„ BAGA GEENYE!!! ๐ŸŽ„ ๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„ ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป ๐ŸŒป Happy New Year! ๐ŸŒป ๐ŸŒป๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŒป ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘โ€Šโ€Š ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โญ๏ธStars Telegram Stars ๐ŸŒŸ @Jechoota_Kakaumsaa1  โฒ๏ธ
Show all...
โค 9๐Ÿ‘ 5๐Ÿ‘ 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.