QEERROO PRESS
✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu. Kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, Tokkummaadha Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️ @Sololoobot
Show more5 284
Subscribers
+1224 hours
+707 days
+25930 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
01:34
Video unavailableShow in Telegram
#Darraa
#Salaalee_Aanaan_Darraa tohannoo humnoota Finxaaleyyii Amaaraa Faannoo jala galuun beekame ‼️
Aanaan Darraa xiyyeffannoo barbaaddi oromoo golee hundarraa 💪🏼
ቱክረት ለደራ
Shawaa kaaba goodina salaalee aanaa #Darraa gareen faannoo qaama caasaa mootummaa pp fi RIB (makkalaakayan) lolee injifatuun haala asii suur sagalee argamuun dargaggoo Oromoo qabee ugguruun Shanee qabne jedhee alaabaa pp gubsiisaa jira.
Gareen Faannoo kun aanaa #Darraa keessatti manneen barumsaa aanicha keessatti argamuu fi mana yaala gandoota garaa garaa gubuun garii immoo mooraa waraanaa godhatee itti gargaaramaa jira.
4.93 MB
😭 4
Photo unavailableShow in Telegram
Saba Ofiif wantii
Hin taa'amne hin jiru.
Jooraa Kessaan isa sabaaf jedhe
Hadhaa qabsoon qabduu dhamdhamu.♥️💚♥️💪🏻🏧
❤ 3
#Salalee Anaa darraa
Nama gaddisiisa
Namni asii gaditti argaa jirtan kun
#Geetachoo_magarsaa jedhama
Humna fixxaaleyyii amaraan qabamuun
Niibeekama haaluma kanaan erga qabanii booda Maati isaatti bilbiluun qarshii
Miilihoona 1 tokko yoo kaffaltan male mucaa
Keessan hinajjesna jechuun gaafatan
Maatiinis erraa hafuu dadhabuun qarshii kana
Waan qaban hunda itti fixanii ummannis gargaaruun Erga kaffalanii boodas humni finxaaleyyii kun garaa jabaachun ajjeesan
Warri biraa jiran rasaasan rukutamanii
Bishaatti of Darbuun lubbuun hafan nidubbatu
Maatinis qarshii ykn mucaatti hin hafne😭😭
Waaqawwo Maatiif Hiriyoottan isaaf
Jajjabina hakennu jenna 💔💔😭😭😭😭
Yoomuma imimmaan keenya qoora 🖤💔😭
#አሳዛኝ_መረጃ፦ይህ የምትመለከቱት #ጌታቸው_መገርሳ ይባላል በጽንፈኛው ፋንዶ ፋኖ ተይዞ አንድ ሚሊየን ብር እንዲከፍሉ እና እንደሚለቋቸው ተነግር አንድ ሙሊየን ብሩን ቤተሰብ ወደላይ ወደታች ተሯሩጦ ጌረቤትና የሰፈር ሰው አስቸግሮ ከከፈሉ በኋላ ይህን የአንድ ልጅ አባት ጌታቸውን ጨምሮ ለመረሽን ሲተኩሱባቸው ጌታቸው ሕይወቱ ሲያልፍ አብረውት የነበሩት ራስልቸውን ውሀ ውስጥ በመወርወር በሕይወት የተረፉት ተናግረዋል.....ብልፅግናው የሚረዳው ፋኖ እንዱህ ነው!
ለመላው ቤተሰብ ዘመድና ወዳ መጽናናትን እንመኛለን!
Photo unavailableShow in Telegram
~“Qurtummicha fi Galaanicha”
#SIMBOO_OROMUMMAA!
t.me/Qeerroo_press
❤ 7
Shabiyaan Zalambassaa to'aatetti.
Kanaan duraa Oromoon iddoo kanatti wan isa hin ilaalanneti ilmaan isaa kuma dhibbaa oli itti gabbareera.
Amma moo PPn meeqa itti gabbarsiisuf qopheessiteti laa????
Photo unavailableShow in Telegram
~Yeroon Itti Handhuura Oromiyaa #Finfinnee irratti mirmirsinu fagoo miti. #Jabaa_Waaqa! waa ta’uuf jira Nu Milkesssi Milkeesso.
t.me/Qeerroo_press
❤ 6
Photo unavailableShow in Telegram
~Namni Kaayyoo Kichuu hin qabu Obomboleessa ololaan osoo hin raafamiin Galma Kaayyoo isaa qofaaf kaata. Galmas ni gaa’a.
👍 3
Ati kaayyoo irraatti yoo ijaaramtee,namni ati ijaartee kaayyoof dalaga, namni nama ijaaruu sunuu dantaa ofii isarraatti ummata kan ijaaruu taanaan Dhimmi sabaa dursa hin argatu...
Namni namarratti ijaaramee...
Yeroo gabaabduu keessatti qabsoo gana..
Leencoo lataa, Dawud ibaasaa hammaa Goolichaa Dheengeetti fkn dhiyoo Jaallattootaa degertoota ofi ijaaraan hedduu fuudhataanii pp ti heerumanidha..
Kanaaf namatratti miti kayyoo irratti ijarami..
Jaal Siinaan Tumsaa
#Kaaba_Shaggar Hidhaabuu Abooteetti guyyaa har'aa PP'n network balleessitee uummata nagaa irratti meeshaa gurguddaa dhukaasaa oolte.
😢 6
#Xiyyeeffannoo!
Biltsiginnaan Qubsuma ishee haala sadiin Qooddee bobbaaftee jirti.1ffaa ,2ffaa,3ffaa 4ffaa jettee suuta suuta Baadiyyaa to'achuuf tarsiimoo baafattee hojiitti Galtee jirti.
1ffaa.(Naannoo #Magariisaa)(Qaxanaa Diina irraa Bilisaa)Humni 1ffaa Humana Aanaa irra taa'ee humna Kallattii Ajejaa Hoji kennuu, Bakka Kuusaa Meeshaa,Bakka Humna Dabalataa irraa ergamuu fi Loojistiksii adda addaa irraa dhihatuudha.Iddoo kana humna ga'aa fi Meeshaa Gurguddaa qabdi.Bakka Loli itti raawwachuu danda'uu jedhanii amananiidha.WBO'n iddoo kanatti utuu lola hin eegalin humna hangami, iddoo akkamii fi Meeshaa akkami akka jiru dursee ciminaan qorannoo gochuun dirqama.
2ffaa.Naannoo #Keelloo (Bakka shakkiin Diina xiqqoo ta'e)Humna 2ffaa Qubsiisuu.Humna Aanaa irraa Km Gabaabaa xiqqoo siqee Qubateedha.Jechuun Gandoota Magaalaati dhihoo jechuudha.Humni kun akka humna ittisaati Qubatee jira .Kan Qubatee jirus(Milishaa, police Gaachana Sirnaa, Basaastoota fi Kaabinee dha). Humni bakka Kana qubbattee kun lolaaf Meeshaa fi Humna ga'aa hin qabdu.Qawwee dhukaasani Sagaleen Ittisa gaggeessuuf humna qubate jechuu ni dandeenya.dhukaaftee nama hin ajjeeftu jechuu miti.humna ga'a miti lola jala hin dhaabbatu qawween itti dhukaanaan albaatiin qeenxoo sagal Jechuudha.yaa kotte na Baasii jetti.buqqisuuf ni salphata.
3.Naannoo #Diimaa (Qaxanaa Diinaa Cimaa)Humna 3ffaa Qubsiisuu.
Humni kun humna aanaa irraa km dheeraa Fagaatee humna Qubsiifamuudha.Iddoon kun bakka lola itti gaggeessuuf Karoora qabaniidha.RIB Baayyee Qubsiisu, Meeshaa Gurguddaa akka bireenii, Snapper,Dishqa jiraachuu ni mala.Humna Lolaaf qophaa'ee dha.Kanaaf WBO iddoo kanati RIB meeqaa fi meeshaa akkami akka qaban dursee ciminaan daataa qorachuu qaba.
4ffaa Humna #4ffaa jedhama.humni kun humnàa aanaa irra taa'ee yeroo lolli cimuu humna dabalataa ta'ee dhaquudha.ammaaf bakkuma humna tokkoffaan jiru qubatee jiru qophaa'ee (Stand By) ta'ee akkuma rakkoon argameen bobbaa éegala jechuudha
Oromiyaan biyya💪
W30n Duratti
👍 9👏 3
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.