cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Hurgufaa Roorroo

ABO-WBOn haa waaruu !!!

Show more
Finland3 318The language is not specifiedPolitics23 005
Advertising posts
798
Subscribers
+824 hours
+517 days
+26230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

01:34
Video unavailableShow in Telegram
4.93 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2
Kutannoon: Humna Yaadaaf Qalbii, Oonnachiiftuu Qaama Miiraaf Milkeessituu Galma Kaayyooti. Namni kaayyoo, kaayyoofi Akeeka angafoonni itti dhuman galmaan ga'uuf obsa kudhaammata. Namni obsa qabu hamma jedhu gaha, lafa yaades dhaqqaba. Qabsoon ijibbaata! Ijibbaata ammoo abdii herreganii obsaan injifatu. Imala kaayyoo kaleessa akka dhaabuu hindandeenyetti eegalle galmaan gahuun hundaa ol Kutannoo gaafata. Kutannoon mul'ata yaadaaf qalbii miiressituu miira qaamaa milkeessituu galma kaayyooti. Dhugaadha! Xurree qabsoo dhiigaaf lafeen gudunfuutti jirrurra heddummachuun shiraaf dabaa waan jiraati. Ammoo daandii imala kaayyoo keenyarra gufuufi gufaati baay'achuun calaqqee amala qabsooti. Warqeen dheedhii ibidda yoo bu'e malee akkuma warqummaan isaa hin mul'anne, namni kaayyoos kaayyoo amanameef yoo kutannoon hin qabsoofne ciminaafi danda'ummaan isaa awwaalamee hafa. Akkuma Warqeen gubamee miidhagee mormaaf qubarra qaalii ta'eef jiraati, namni kaayyoos rakkoofi gidiraa akkasumas hadhaa qabsoon qabdu hunda obsaan keessa kutee kutannoon yoo injifate; inni warraaqaa jabaa, fakkiifi mallattoo cichoomaa dhaloota har'aafi egeree ta'uun seenaan weeddifamee kabajaan dhaloota dhalootatti darbee jiraata. Kanaaf, hadhaa qabsoon qabduufi darbannaa shira shirtootaa Xurree qabsoorratti furguggifamu hunda cabsanii darbuun Kutannoo sibiila diimaarra jabaatu nama gaafata. Kutannoon oonnachiiftuu, finiinsituufi milkeessituu akeekaafi kaayyoo nuti irbuu dhiigaan angafoota keenyarraa fuune kaleessaati. Kutannoon meeshaa lolaa isa qaalii kan qabsa'aan qabsoo bilisummaa Oromoo lapheetti kudhaammatee ittiin xurii seenaafi tulluu garbummaa diigudha. Kutatan kutaa uffatu jedhu mitiiree? Kutannoon Meeshaa Lolaa Warraaqaa Qabsoo Bilisummaa Oromooti! Oromiyaan Biyya! ~Barii Bilisummaa✍️
Show all...
G/Lixaa #Surroo_barguddaa fi #Galaanaatti waraanaa fi Kaadiree pp dhabama godheera. OROMIYAAN BIYYA
Show all...
#Xiyyeeffannoo! Biltsiginnaan Qubsuma ishee haala sadiin Qooddee bobbaaftee jirti.1ffaa ,2ffaa,3ffaa 4ffaa jettee suuta suuta Baadiyyaa to'achuuf tarsiimoo baafattee hojiitti Galtee jirti. 1ffaa.(Naannoo #Magariisaa)(Qaxanaa Diina irraa Bilisaa)Humni 1ffaa Humana Aanaa irra taa'ee humna Kallattii Ajejaa Hoji kennuu, Bakka Kuusaa Meeshaa,Bakka Humna Dabalataa irraa ergamuu fi Loojistiksii adda addaa irraa dhihatuudha.Iddoo kana humna ga'aa fi Meeshaa Gurguddaa qabdi.Bakka Loli itti raawwachuu  danda'uu jedhanii amananiidha.WBO'n iddoo kanatti utuu lola hin eegalin humna hangami, iddoo akkamii fi Meeshaa akkami akka jiru dursee ciminaan qorannoo gochuun dirqama. 2ffaa.Naannoo #Keelloo (Bakka shakkiin Diina xiqqoo ta'e)Humna 2ffaa Qubsiisuu.Humna Aanaa irraa Km Gabaabaa xiqqoo siqee Qubateedha.Jechuun Gandoota Magaalaati dhihoo jechuudha.Humni kun akka humna ittisaati Qubatee jira .Kan Qubatee jirus(Milishaa, police Gaachana Sirnaa, Basaastoota fi Kaabinee dha). Humni bakka Kana qubbattee kun lolaaf Meeshaa fi Humna ga'aa hin qabdu.Qawwee dhukaasani Sagaleen Ittisa gaggeessuuf humna qubate jechuu ni dandeenya.dhukaaftee nama hin ajjeeftu jechuu miti.humna ga'a miti lola jala hin dhaabbatu qawween itti dhukaanaan albaatiin qeenxoo sagal Jechuudha.yaa kotte na Baasii jetti.buqqisuuf ni salphata. 3.Naannoo #Diimaa (Qaxanaa Diinaa Cimaa)Humna 3ffaa Qubsiisuu. Humni kun humna aanaa irraa km dheeraa Fagaatee humna Qubsiifamuudha.Iddoon kun bakka lola itti gaggeessuuf Karoora qabaniidha.RIB Baayyee Qubsiisu, Meeshaa Gurguddaa akka bireenii, Snapper,Dishqa jiraachuu ni mala.Humna Lolaaf qophaa'ee dha.Kanaaf WBO iddoo kanati RIB meeqaa fi meeshaa akkami akka qaban dursee ciminaan daataa qorachuu qaba. 4ffaa Humna #4ffaa jedhama.humni kun humnàa aanaa irra taa'ee yeroo lolli cimuu humna dabalataa ta'ee dhaquudha.ammaaf bakkuma humna tokkoffaan jiru qubatee jiru qophaa'ee (Stand By) ta'ee akkuma rakkoon argameen bobbaa éegala jechuudha Oromiyaan biyya💪 W30n Duratti
Show all...
(Inbox) #Salaalee_Aanaan_dharraa xiyyeffannoo barbaaddi oromoo kutaa 11 irra ቱክረት ለደራ Shawaa kaaba goodina salaalee aanaa dharraa gareen faannoo qaama caasa mootumma fi RIB (makkalaakayan) nurratti ijaarrameeru haala kanaan alaaba oromiyaa tarsaasanii, ibiddaan gubuun ifaan ifatti sagalee (darraa yee amaaraa new) jedhu midiya isaanitiin dabarsa jiru. Gareen faanno kun akkuma beekkamu aanaa dharraa keessatti haala kanaan manneen barumsa aanicha keessatti argamuu fi mana yaala gandoota garaagara gubuu fi manneen barumsa gandoota sanii kaanbii godhachuun argama. Garuu fallan ammo qaamni sera rib makalakayan aanicha keessatti argamu opireshini shanee balleessa jirra jedhun gandoota oromoon keessatti argamu doorsisuun meesha irraa hiikun mana hidhaatti darbachaa jira. Oromoonni gandichaa qabeenya qabu gurguree garee badii faannoo tana ofirraa dhorkuuf meeshaa bitateeru makkalakayaan isin shaneedha WBO deeggartuudha jechuun meeshan irraa hiikkamaa jira. dhageessu oromoon dharraa taaten aanaa kana keessatti ta'aa jiru addaadha oromoon dharraa gocha minilik calanqotti godhe kalee seenan dhagayaa turre harra aanaa dharraa keessatti ifaan ifatti harka nu muranii luka nu muranii morma nuu qalanii ibiddaan nuu gubanii midiyaan irratti utaala jirti diinni biyya garaaga irraa dhuftee ummata dharraa irratti duula bahachaa jirti Garuu eessa jira oromoon kutaa 11 essa jira sagaleen guguddon ijoolle shawwaa essa jira ijollen salaalee aanaan tun godinuma salaaletti argamti ummanni tunis oromoodha garuu maaf irraa callifamee kun gaafi ummata darraati. Oromoo koo vidoo tana sher gochuun lammiile oromoo mara biraan naaf gayaa #waliyaa
Show all...
Kabinoonni Goroo Doolaa Shiraa Gujii fi Booraana Wal nyaachisuuf dalagdaan Ammas Fashalaa'eera. Gujiif Booraanni Foonii fi dhiiga tokko kanaan booda Shira keessaniin dignity isaa jiguu fi lubbuun isaa ba'uu hin jiru... Jaarooleen waan kana keessa harka qabdaan Namni Shan maqaa fi suura keessan maxxansuuf akkekkachiisa xumuraati..!! #AbbaaSardaati!!
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Oromoon ilaalcha itoophiyummaa horate hortee itoophiyaa tahuu hin danda'u.  Gantoonni gaafa garaa guutatan waan warroomaan itti fakkaata... Ati Ethiyoophiyaa lubbuu kee laatullee Ethiyoophiyaan empiyera Oromoon keessatti Kabajamu miti... Sirnaa ulaagaa ijaaramusaa keessatti Oromoo fi Oromummaa cabsuun dursee eerameedha. Falli jiru wareegama gaafatu kafalanii dhabamsiisuu ykn dhabamuudha... Mirga namummaa sarbaa jiraachuurraa Mirga Ofii falmataani dachee kanarraa godhaanuutu dhaloota egereef fala waaraan dhufa.. Jaal Siinaan Tumsaatiin https://t.me/KiyaSimale1213
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.