cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Qeerroo Bilisummaa Oromoo

"Ka'i Qeerro!" Follow Us!! Twitter: twitter.com/Qeerroo2011/ Facebook: facebook.com/SQeerroo/ Instagram: instagram.com/Qeerroo2011/ Telegram: t.me/Qeerroo2011/

Show more
Finland430The language is not specifiedPolitics2 875
Advertising posts
18 546
Subscribers
-924 hours
-1027 days
-15330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Waraanni Bilxiginnaa Abdii kutachuun Uummata nagaa Hariiroo waraana Bilisummaa Waliin qabdu jechuun ajjeesuu itti fufe. Godina Shawa Kibba Lixaa Aanaa Walisootti waraanni mootummaa hariiroo WBO waliin qabduu jedhuun ergaa Uummaata nagaa ukkaamsanii hidhanii, mana hidhaa baasanii ajjeesun waan baratameedha. Hagayya 29 bara 20216 A.L.I Manguddoo Obbo Wanduu Abbabaa_Magarsaa dhukkubasatanii yaalaaf ganda isaanii irraa gara magaalaa Walisoo osoo deemanii butamanii ergaa Waajjiraa Aanaa Walisootti hidhamanii baafamanii ajjeefamun karaa bahiinsa ganda Dirree Dullattii jedhamutti qarqara lagaa reebutti gataaman. Manguddoo kana malee namni tokkos tureera. Suura fi Maqaa akkuma qulqulleessineen beeksifna. Ilmi maanguddoo kanaas #Milkii_Wanduu_Abbabaa ji'oota muraasa dura humnoota mootummaan ajjeefamuu isaa kan yaadatamuudha. Maatiin isaanii guyyaa tokko booda barbaadanii reeffa maanguddoo kanaa argachuu fi iddoo dhaloota isaanii ganda Wallu Soomaa jedhamutti gaggeessa rawwaatan.
Show all...
πŸ‘ 33😒 11πŸ”₯ 5❀ 4
Photo unavailableShow in Telegram
Aanaa Gooroo Doolaatti humnoonni mootummaa namoota nagayaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hariiroo qabdu jechuun ajjeessuun ibsame. Ganda Sokoraa Dirribaa jedhamutti qonnaan bulaa maqaan isaa Mootii Waaqoo Jiloo jedhamu ajjeesanii jedhu jiraattonni. Mootii Waaqoo Jiloo abbaa ilmaan 7 fi nama nagahaa hojjatee maatii isaa jiraachisuudha malee yakkamaa mitis jedhu. Bara 2021 Abbaa Mootii Waaqoo Jiloo armaan dura aanaa Waadaraatti hidhanii dararaa erga turanii, gaafa tokko bahii gali jedhaniini yoo inni bahu duubaan hordofanii rasaasaan rukutanii ajjeesuu jiraattonni himaani jiru. Ammas, obboleessi Mootii Waaqoo Barsiisaa Siidaa Waaqoo Aanaa Waadaraatti hidhamee dararamaa jira jedhu. Barsiisaa Siidaa Waaqoo abbaa ijoollee 6 yoo ta’u maatiin isaa ni ajjeesu jedhanii yaaddoo guddaa keessa jiru.
Show all...
πŸ‘ 61😭 24❀ 22😒 5
Photo unavailableShow in Telegram
Weellisaa Kadir Ahmad Du'aan Addunyaa kanarra boqote. (SQ-Hagayyaa 6/2024) Wellisaa Kadiir Ahmad kaleessa Galgala kana du'aan addunyaarraa boqotan. Wallisaan kun dhibee irra tureen magaalaa Adaamaatti yaalamaa turuus dandamachuu hin dandeenye. Yeroo dhiyoo as sirboota Aartii Oromoo hojjachuun wallisaa fudhatama guddaas argateera. Wellisaa Kadir Ahmed jannata hawwaa Maatii fi firoottan isaa akkasumaas Oromoo hundaaf jajjabina hawwa
Show all...
😒 64πŸ‘ 22❀ 4😭 4
Mootummaa Abbaa Irree Abiyyi Ahimed irrattti mormiin eegale. (SQ-Waxabajjii 03, 2024) Murni Abbaa irree Abiyyi Ahimediin durfamu kan Oromoof rifaatuu homaatuu hin qabne, iyyeessota ilmaan Oromoo kuma dhibbaan lakkaawaman maqaa β€œijaarsa seeraan alaa” jedhuun karaarratti hambisaa turuu Sagaleen Qeerroo gabaasaa ture. Yaadannoon yeroo dhihoofi haga ammaayyuu itti fufee jiru Hundeeffama Caaseffama haaraa Magaalaa Shaggar jedhamuutiin rakkoo fi dararaa jabaan ilmaan Oromoo irratti adeemaa jiruuf ture salphaa miti. Haaluma kanaan adeemsa diigumsa manaa kana babal’isuun Godina Shawaa Bahaa Magaalaa Adaamaa keessatti adeemsisaa kan turan guyyaa har’a bakka boolloo jedhamutti mormiin jabaan mudachuu maddeen SQf mirkaneessani. Sirna abbaa irree irratti dammaquun fala filannoo hin qabne.
Show all...
πŸ‘ 77πŸ”₯ 41❀ 34πŸ™ 13😭 11😒 4
Show all...
Waayee diroonii Horro Guduruu keessatti kufe jedhamee waan hanga ammaa beeknu

Tibba kana suurriifi viidiyoon dironii Godina Horro Guduruu Wallaggaa ooyiruu keessatti kufee argame jedhame miidiyaa hawaasaarratti qoodamaa jira. Gareen BBC verify, ogeeyyii dhimma meeshaa waraana xiinxalan waliin suuraalee kana kan xiinxale yeroo ta'u, dirooniin kufe kun gosa diroonii waraanaa Turkitti omishamu Baayiraaktar TB2 jedhamu ta'uu akka hin oolle hubateera.

πŸ‘ 71πŸ™ 39πŸ”₯ 13❀ 11
6.86 MB
πŸ‘ 62❀ 26πŸ”₯ 6
Oduu Addaa (SQ-Caamsaa 22, 2024) Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongoroo Ganda Caancoo keessatti Drone n Faashistii Abiy Ahimediin akka Uummata Oromoo fixxuuf bobbaate, boombii hedduu waliin maasii qonnaan bulas keessatti kuftee argamteetti.
Show all...
❀ 35πŸ‘ 18
Photo unavailableShow in Telegram
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa kaadhimaamtoota haaraa eebbisuun Dirqama itti aanuuf bobbaase. Jaarmiyaa ABO-WBO kaadhimaamtoota leenjii Siyaasaafi Loltummaa Leenjisuun bobbaasa turun beekamaadha. Jaarmiyichi Diinaa Qabsoo Oromoof yaadda ta'uun Fira qabsootti abdii hora jira. Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Gidduu Galeessaa Birgeedii Aduu saafaa Kaadhimaamtoota Haaraa Eebbisuun dirqama itti aanuuf bobbaseera. Eebba Kaadhimaamtoota kana irraatti Itti Aanaan Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa Jaal Jireenyaa Rabbumaa argamuuniru.
Show all...
πŸ‘ 89❀ 26
25:31
Video unavailableShow in Telegram
Qophii Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Caamsaa 14, 2024 galgalaatitti dhiyaadha!
Show all...
128.11 MB
πŸ‘ 24πŸ‘ 10❀ 6
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.