cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Al-Kawsar

Gain Islamic Knowledge anywhere, anytime.

Show more
Finland1 389The language is not specifiedReligion & Spirituality18 350
Advertising posts
5 412
Subscribers
+3424 hours
-27 days
-7530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Walaloon Jaalala
Chaanaaalaa fi Garee Teeleegiraamii join gochuun qofa USDT 0.5 hojjadhaa. Hiriyoota affeeruun ammoo USDT 0.2 salphaatti sassaabbachuun wallet keessan irraan baafachuu dandeessu. Jalqabuuf geessituu gadii makami yookaan Join jettu cuqaasuun itti fayyadamaa.
Show all...
Makami
Join
Repost from Walaloon Jaalala
Photo unavailableShow in Telegram
Deebii isa sirrii filadhaa badhaafamaa
Show all...
A
B
C
D
Repost from Sano Haji
"(Osoo humaa Iimaanni isaanii hin daballe) warra akka Aanan dhugutti Qur'aana dhuguutu ummata kiyyarraa baha." Nabi Muhammadﷺ [Sahiihul-Jaami' 3653] - Zamana boodaa warra Qur'aana beeku ka itti hin daleyneetu mul'ata. Yeroo Qur'aana dubbisnu hiikaafi Ahkaama qalbisuun, itti dalaguunis barbaachisaadha. Qara'uu qofa osoo hin taane, akka ittiin bulluuf Qur'aanni buufame. *سيخرُجُ أقوامٌ من أُمَّتِي يَشربُونَ القرآنَ كشُربِهِمْ اللَّبَنَ.* الراوي : عقبة بن عامر.
Show all...
Repost from Sano Haji
أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة. Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa! اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم. . @Sano_Haji1
Show all...
Repost from Sano Haji
-Ajrii ykn Galata Guyyaan Jumu'aa qabu: . عن أوس بن أوس عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: من غسل واغتسل وغدا وابتكر ودنا من الإمام و لم يلغ كان له بكل خطوة عمل سنة صيامها وقيامها. . Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Inni dhiqachiise (maatii isaa), ka dhiqate (ofiifis), kan ganamfate (ganamaan/yeroon masjiida kan dhaqe), kan gorsa ykn khuxbaa dhaqqabate, kan imaamatti dhihaatee taa'e (saffaa jalqabaa argatee taa'e), kan hin haasawin (dubbatin) cufa tarkaanfiitiin ni taati isaaf (jumu'aan) dalagaa waggaa soomana isaatii fi salaata isaa. {Sunan An-Nasa'ii: 1392} . Follow Us | @Sano_Haji1
Show all...
Repost from Sano Haji
Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah! . H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef. . https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN
Show all...
Garee Barnoota Kitaabaa

WhatsApp Group Invite

Repost from Sano Haji
أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة. Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa! اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم. . @Sano_Haji1
Show all...
Repost from Sano Haji
Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah! . H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef. . https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN
Show all...
Garee Barnoota Kitaabaa

WhatsApp Group Invite

Repost from Sano Haji
ღ" Qalbiileen hedduu garagaggaltee jijijjiiramti. Rabbiin ﷻ qalbiilee teeysan akka haqarratti gad dhaabu sabaata kadhadhaa!. Tolinaa fii istiqaamaa isii kan yeroo muraasaa kanaan hin dagaminaa. Irra hedduun duaaii Rasuulaa ﷺ " Yaa isa qalbiilee garagaggalchitu qalbii tiyya diin keetirra naaf gad dhaabi ||  "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك ""* jechuu turte. ۞  Nagaya bahuu fii Sabaata Rabbi ﷻ kadhadhaa! "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك " . Follow us: t.me/Sano_Haji1
Show all...
Repost from Sano Haji
Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah! . H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef. Hundaafuu, Halli Barnootni itti kennamu garerratti kan ibsamu ta'a. . https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN
Show all...
Garee Barnoota Kitaabaa

WhatsApp Group Invite

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.