cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Tumsaa Sharaf official

الآ إن نصر الله قريؚ

Show more
Advertising posts
1 603
Subscribers
+1124 hours
+1477 days
+59830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
hin gaddinaa. Namoonni fakkii kee balleessuu danda’u, namummaa kee xureessuu danda’u, garuu hojii gaarii kee irraa fudhachuu hin danda’an sababiin isaas akkamitti si ibsanis Rabbiin miidhaa isaan geessisan siif badhaasa. Dagachuu dandeenya garuu Rabbiin yeroo hunda waan hunda beeka malee homaa hin dagatu! Don’t be sad. People may destroy your image, stain your personality, but they can’t take away your good deeds because no matter how they describe you, Allah will reward you for the harm they cause. We may forget but Allah always knows everything and never forgets anything!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Woow Woow Baga gammaddan Etiyoophiyaa keessatti Free internet deebi'aa jira. Ammumarraa eegaluun fayyadamuu dandeessu. Bakka Free Enternet jedhu tuqi.
Show all...
FREE INTERNET
Repost from N/a
𝗞𝗌𝘁𝘁𝗮𝗮 𝗮𝗱𝗱 𝗺𝗲𝗺𝗯𝗲𝗿 𝗎𝗌𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗳𝗮𝗺𝗮𝗮. 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗶 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗟𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 100𝗞 𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗟𝗌𝗜𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝗲𝗲 𝗷𝗶𝗿𝗮. 𝗕𝗮𝗮𝘆𝘆𝗶𝗻𝗮 𝗡𝗮𝗺𝗮 10𝗞 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗻𝗶 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗲𝗲𝗎𝗮𝗹𝘂. 𝗊𝗲𝗜𝘁𝗲𝗺𝗯𝗲𝗿 18/2024 𝗛𝗮𝗎𝗮 𝗡𝗌𝘃𝗲𝗺𝗯𝗲𝗿 20/2024 𝗚𝗹𝗮𝗮𝗎𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮𝗮 ➪𝗻𝗮𝗺𝗮 10 𝗳𝗶 𝗜𝘀𝗮𝗮 𝗌𝗹 𝗮𝗱𝗱 𝗎𝗌𝗰𝗵𝘂𝘂 ➪𝗕𝗲𝗲𝗞𝘀𝗶𝘀𝗮 𝗎𝗮𝗿𝗲𝗲 𝗵𝗌𝗷𝗷𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗝𝗮𝗹𝗟𝗮𝗯𝘂𝘂𝗳 𝗢𝗣𝗘𝗡 𝗞𝗮𝗻 𝗷𝗲𝗱𝗵𝘂 𝗰𝘂𝗟𝗮𝗮𝘀𝗮𝗮👇👇
Show all...
𝗢𝗣𝗘𝗡
𝗊𝗧𝗔𝗥𝗧
Photo unavailableShow in Telegram
💧💧💧 “Yoo siif gaarii ta’e Rabbiin akka ta’u taasisa. Yoo siif hin tolle ta’e Rabbiin waan kana caalu siif kenna kan daran siif wayyu.” 💧💧💧💧💧 “If it's good for you, Allah will make it happen. If it's not good for you, Allah will give you something far greater which will be even better for you.” 💧💧💧💧💧
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣Namni jumu'aa 3 walitti aansee uzrii takka malee dhiise munaafiqummaan isarratti katabamtee ja'an rasuulli Salalahu wa'aleyhi wasallam ❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣ 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 ☘☘☘ Salluu ,❣❣🌺 🍂🍂🍂 Alannabiyyi ☘ 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Show all...
Repost from N/a
ℹሜልማቶቜ አሉን ስለዚህ ተሳተፉ ℹ badhaasa qopheessinee waan jirruuf hirmaadhaa Kan 1ffaa bahe qarshii 500 Kan 2ffaa bahe qarshii 250 Kan 3ffaa bahe qarshii 50 Add and join iddoo jedhu tuquun dorgomaa🀝
Show all...
JOIN
ADD
Photo unavailableShow in Telegram
☘ Sababa tokkoof tola Kee Kan waggaa meeqaa dagata ilmi namaa Jiruu duniyaatiif jaalala jidduu teessan jirtu busheessa ilmi namaa akka waan ofii Hin balleessinetti badii tee tuulee odeessa sababni akkas godhuuf gaafa waan sirraa barbaadu sirraa dhabe duyda sitti garagala ☘☘ ❀‍🩹 Rabbiin Ammoo kha balleessitee tee beekhu fi ka sii balleessaa jiru irra siif kutee yoomuma Gara khiyya naaf deebitan balbala isaa banee si eega maqaa Kee ka namni xureessu inni ammoo siif qulqulleessu ❣❣❣❣❣ Yeroo mara Yaa gabricha Gara narraa Hin murin anaatu siif jira waan feete Nagaafadhu narraa Hin dhabdu atumti Gama khiyya koottu siin ja'ee waamicha siif godhaa oola Garuu namni waamicha owwaatee Abbaa carraa tahe nitakkate 🥰🥰🥰🥰 anaafi ati hoo warra waamicha rabbii uwwaatu Mo Hin awwaanne tana ?? 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 Yaarabbi khiyya warra waamicha Kee owwaatee carraa tole sanirraa nutaasisi warra duniyaa Aakhiratti milkaawe nutaasisi warra rakkoon balloo keessattillee siwajjiin Tahu nutaasisi Yaa Allaah 🥰😘💝🫁🌹🥀

Rakkoon Yoo hammaatte qaama qalbii tee sirratti ajjeefti wallaah warra rabbiin obsa keenneef malee baqqaa an dadhabe sijajjisiifti Yoo Nama jabaa taate malee 💔🖀💔🖀🫁
Show all...
𝗕𝗮𝗎𝗮 𝗎𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱𝗱𝗮𝗻 👉𝗕𝗮𝗿𝗿𝘂𝘂𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗯𝗮𝗿𝘀𝗶𝗶𝘀𝗌𝗌 👉𝗘𝗿𝗎𝗮𝗮𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗛𝗮𝘆𝘆𝗌𝗌𝘁𝗮𝗮 (𝗟𝗌𝘂𝘁𝗲𝘀) 👉𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗞𝗮𝗞𝗮'𝘂𝗺𝘀𝗮𝗮 (𝗠𝗌𝘁𝗶𝘃𝗮𝘁𝗶𝗌𝗻𝗮𝗹 𝘀𝗜𝗲𝗲𝗰𝗵) 👉𝗚𝗌𝗿𝘀𝗮(𝗮𝗱𝘃𝗶𝗰𝗲) 👉𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗵𝗌𝗷𝗶𝗶(𝗷𝗌𝗜 𝗌𝗜𝗜𝗌𝗿𝘁𝘂𝗻𝗶𝘁𝘆) 👉𝗶𝗰𝗰𝗶𝘁𝗶𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗞𝗮𝗮'𝗶𝗻𝗮𝗮(𝘄𝗮𝘆𝘀 𝗌𝗳 𝘀𝘂𝗰𝗰𝗲𝘀) 𝗞𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲𝗻 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗮 𝗮𝗿𝗎𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝗞𝗮𝗻 𝗷𝗲𝘁𝘁𝘂 𝗳𝗶𝗹𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝘀𝗲𝗲𝗻𝗶.
Show all...
JOIN
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.