cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Dhaloota Haaraa

Show more
Advertising posts
33 498
Subscribers
-3324 hours
-3107 days
+31030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Binance dhaabbati beekamaan addunyaa kanaa kan sharafa maallaqaa fi bittaa fi gurgurtaan irratti raawwatamu yeroo gabaabaaf kan turu badhaasa nama afeeruudhaan argachuu dandeessan dhiyeesseera. Liinkii gadii tuquun isinis liinkii argattaniin hiriyoota keessan afeeruudhaan carraa kanarraa fayyadamaa. Yeroo eegaltan doolara 15$ isiniif lakkaa'a. Akkas jechuun gara maallaqa keenyaatti yoo jijjiirre gara 2000 ETB ta'a jechuudha. Yeroo nama afeertan immoo nama tokkotti doolara 3 argattu. Carraa kanatti fayyadamaa waliif dabarsaa. Eegaluuf liinkii gadii tuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Show all...
Eegaluuf πŸ’΅
Start πŸ’΅
Share
Photo unavailableShow in Telegram
Somaaliyaa fi Loltoonni qilleensarraa Ijipt waliin ta'uun halkan edaa haleellaa kibba Itoophiyaatti raawwattaniin hin milkoofne. Ta'us xiyyaarri Itoophiyaa 1 guutummaatti barbadaa'eera. Itoophiyaan taatee halkan edaa sa'atii 9 irratti mudateen dachaadhaan deebifna jechuun dhaadatteetti. Video gabaabduu yeroo wal waraansaa kana daawwadhaa. πŸ‘‡
Show all...
Video πŸ“·
Play ⏯️
Download πŸ“₯
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
Addisuu πŸ“₯
Baacaa πŸ“₯
Dastaa πŸ“₯
Kabaa πŸ“₯
Eliyaas πŸ“₯
Roobaa πŸ“₯
Magarsaa πŸ“₯
Abarraa πŸ“₯
Phaawulos πŸ“₯
Like ❀️
Play ⏯️
Share ♻️
Repost fromΒ Gudina Tumsa Airport
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Gammaddan! 🎁🎁 Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Guddina Tumsaa Ayyaana Waggaa Haaraa Sababeeffachuun Kennaa Addaa Isiniif Qabatee Dhiyaateera. Kennaa Nama Afeeruun Argamu Irratti  Yeroo Muraasaaf Kan Turu Jijjiiraama Godheera. Innis:  Nama 1 Afeeruun 100 ETB Argachuu Kan Isin Dandeessisudha. Carraa Kanatti Osoo Hin Darbin Fayyadamaa. 🌻🌻🌻Ayyaana Gaarii!! 🌻🌻🌻 Join | Gudina Tumsa Airport |
Show all...
Afeeruuf
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
Addisuu πŸ“₯
Baacaa πŸ“₯
Dastaa πŸ“₯
Kabaa πŸ“₯
Eliyaas πŸ“₯
Roobaa πŸ“₯
Magarsaa πŸ“₯
Abarraa πŸ“₯
Phaawulos πŸ“₯
Like ❀️
Play ⏯️
Share ♻️
Photo unavailableShow in Telegram
Daandii Xiyyaaraa Idil Addunyaa Guddinaa Tumsaa Gara Telegram Dhufanii Channel Banataniiru. Join Gochuun Odeeffannoo Isaan Maxxansan Hordofuu Dandeessu. Maamiloota Channel Isaaniifis Badhaasa Qopheessanii Jiru. Seenuudhaan Odeeffannoo Guutuu Badhaasa Sanaa Dubbisaa. ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
Show all...
Join πŸ”Ά
Seeni ♦️
Sagaleen hidda dhiigaa keessa haloo facaasu, wareersee hirribaa na dammaqse. Miira naasuun nafa mataa ol qabadhee, ija didee walitti harkifatu gargar deebisaa, naannoo koo mil'achuuf utuun yaaluu, sagaleen duraa sun yeroo lammataaf 'qaqawweessa'e.' "Hin kaatuuree amma! Du'i lafa kanarraa si haakaasuutii. Siinan jedhaam Obsa! Utuun asii gad mar'ummaan keerra ajjedhee achitti si hin hambisin, amma dafiitii ka'ika lafa kanaa! Hum...! Sii gurbattiinana; kan ati hanga guyyaatti anarra raftuuf, garbittii kee naseete moo kunuunsituu?! Hirribichi kan bara baraa siif haata'u malee!" jettee, falaxaa harkaa qabduun, uffata qorraa gadi anarraa gototte. Duratti, hirribni ijatti nadhufuu didee, yeroo dheeraaf dukkana waliin ija walitti babaasaa yoo turrellee, yeroo akkamii akka hirribni nafudhate natti hin yaadatamu. Qaamni koo qorraan kattalaa'ee hin socho'u; ijnis na guba. Imimmaan yaa'ee qaroo ijaa dura guutee argaa na daangesse axaawachuuf anaa jedhu, tasa futta'ee ba'ee maddii gubbaa gadi na konkolaate. "Siif haaboo'an ati duunaan! Siinan jechuutti jiraam Obsa! Hin kaatuu amma lafa kanaa?!" jettee saggoo qabdee, bakkan ciisee rarraastee kaastee, dadarbataa gara goor-duubaatti na geessite. Ilmaan ishee, harkaafi miillasaanii gargar diriirsanii, wal keessa galanii, uffata qorraafi afata oliifi gadi mancaasanii, hirriba nagaa, hirriba boqonnaan guute, hirriba jaalalaafi kunuunsa haadhaatiin marfame keessa jiru. Fajajee dhaabadhee, ijaan isaan ilaalee, garaatti utuun hirriba akkanaa hawwuu, duubaan na darbannaanin of qabuu dadhabee, bitintiraa dhaqee, addaan balbala gara borootti baasutti rukutamee, joonja'een bakkan jiru wallaale. Rakkoon caalu dhalachuun dura dafee ba'uuf utuun fiiguu, ilmoo adurreerra ajjennaan caraantee, ijoollee rifaasistee, hirribaa dammaqsite. Ilmaan ishee rifatanii hirribaa dammaquun isaanii sababa ta'eefii, hanga harki ishee dhukkubutti, obdii mana boroo keessa gangalchitee, alangaa gogaa roobiΓΌrraa tolchameen erga na reebdeen booda,.... See more β™₯️368 πŸ‘875
Show all...
Itti Fufi
Sagaleedhaan πŸ—£οΈ
Download πŸ“₯
Play ⏯️
Like β™₯️
Share ♻️
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.