cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Amiiroo Yuusuf

โ—† Chanaala kana #JOIN godhaa. Chanaali kana irratti Ergaawwan garagaraa ni argattuu. โœ“Jechoota xiinsammuu, โœ”wantoota barnootaa โœ“Qoosaa/baacoo Garagaraa, fi kanneen biroo irraa argachuu ni dandeessuu! @amiiroo54

Show more
Finland10 005The language is not specifiedReligion & Spirituality272 784
Advertising posts
201
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

SAYYIDUNAA RASUUL | (2022 Official Nasheed Video)-Vocals only |Nashiidaa... https://youtube.com/watch?v=Gv773KIu6S4&si=c5cxXwaFkEBgBXkB
Show all...

Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Miira Gaddaa keessa yoo jiraatte Kaleessa jiraatu jirta, Cinqama keessa yoo jiraatte Boru jiraatu jirta, Nageenyi sitti dhagahamutti yoo jiraate Arra jiraachu jirta!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Show all...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Badii Takka yeroo balleessite Gaariile ati ammaan dura daleeydu hunda biyyetti sirraa laaqa ilmi namaa!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Show all...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Yaadadhu!โค๏ธโ€๐Ÿฉน Jiruu tana keessatti wanni hundi barreeffamtee jirti Garuu, Du'aiidhaan irra deebitee barreeffamti!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ Du'ai irraa Abdii hin murin!.โค๏ธโ€๐Ÿฉน @fazakkir12
Show all...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Du'ain(kadhaan) Rabbiifi miti Mataa keetiifi malee. Rabbiin Sitti hin haajamu, siitu isatti haajama malee!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Show all...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Onneen๐Ÿซ€ Jaalala feeti, Sammuun๐Ÿง  Milkaa'ina barbaaddi, Qalbiin Garuu Nageenya barbaaddi!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Show all...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Amanummaa argatuuf Amata hedduu lakkoofsisa, Amanummaa san balleessuuf Second 1 ni geessi Garuu, Yoomillee deebi'uu dandahu!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Show all...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Rabbiin Sababaaf malee akka eeydu sin godhu. Obsi Wanni hundi yeroo isaa eeggatee hoojjatama!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Show all...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Beekii!.โค๏ธโ€๐Ÿฉน Mooti Teessoo isarra jirurra Gabricha sujuuda irra jiruutu irra caala!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Show all...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Addunyaa tanarratti Waan takkallee hin amanin Biyyeen ati irraa uumamteehu guyyaa takka si awwala!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.