cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Biiroo Barnootaa Oromiyaa

Biiroo Barnoota oromiyaa Odeeffannoo barnootaa Haaraa akka ba'aniin argachuuf join godhaa❗️❗️

Show more
Ethiopia4 049The language is not specifiedEducation28 588
Advertising posts
5 596
Subscribers
-624 hours
No data7 days
+69930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from N/a
Photo unavailable
😱Oduu gammachiisaa❗️❗️ Namoonni youtube keenyarraan nu beektan Oboro media kara telegram channel siniif dhufeera❕ Hundi keessan join gochuun maatii keenya tahuu ni dandeessu👇
Show all...
❤️Oboro Media❤️
🔔Join Now🔔
Repost from N/a
Photo unavailable
🌐Mana keessan teessanii hojii argattanii qacaramuu ni barbaaddumoo❓👇
Show all...
👍 1
✅Eeyyee✅
❌Lakki❌
Repost from N/a
Photo unavailable
🌐Mana keessan teessanii hojii argattanii qacaramuu ni barbaaddumoo❓👇
Show all...
✅Eeyyee✅
❌Lakki❌
Photo unavailable
Barattoonni keenya obsaan karaawwan sadaniin yaalaa, sababa rakkina serveriitiif dafee hin dhufu. 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. https://haurouja.net/4/6246757 https://haurouja.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Show all...
👍 22🆒 3 2
Bu’aan qormaata kutaa 12 ffaa ifoomeera Haaluma kanaan barattoonni bu’aa isaanii karaawwan armaan gadiin ilaaluu ni danda’u. 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. https://haurouja.net/4/6246757 https://haurouja.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Show all...
EAES 🇪🇹 Result bot

EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot. Use this bot to check your Result.

👍 2 2 1
Photo unavailable
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u. Haaluma kanaan 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. @farfannaahaaraa 👈 @Burqafarfannaabot👈
Show all...
👍 5🌚 2 1
Repost from N/a
Photo unavailable
📣Qormaata kutaa 12ffaa ilaalchisee Profesor Birhanu Ibsa bal'aa laatanii jiru. Isaanis akka jedhanitti...              See more👇
Show all...
👍 17 8 6
🎯See More🎯
☑️Qormaanni biyyaalessaa halkan sa'aatii 6:00 gubbaatti gadhiifama karaa kanaan ilaallachuu dandeessu. 👉Karaa marsaarratti http://result.neaea.gov.et 👉SMS 6284 👉Karaa Telegraama @eaesbot 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
Show all...
👍 14 2🔥 1😁 1🌚 1
Waggoota darban keessa keessumaa yeroo barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo (yunivarsiitii) seenanii qormaata kennuu eegalan irraa eegalee bu'aan baay'ee gadi aanaa / baay'inaan barattoonni bu'aa darbiinsaa hin galmeessan ta'uun ni beekama. Fakkeenyaaf, bara 2015 barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan 845,099 keessaa %50 fi isaa ol galmeessuu kan danda’e 27,267/3.2% qofa. Sana dura bara 2014 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irratti barattoonni 896,520 qoratamanii qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol kan argatan yoo ta’u, dhibbeentaa 30,034 / 3.3 qofatu darbe. Ministeerri Barnootaa barattoonni darban sun yunivarsiitii akka seenan hayyamuuf lakkoofsi barattoota kallattiin darban xiqqaa ta’uu hordofee sagantaa sirreeffamaa hojjechaa tureera. Hojiin kun "yeroo tokko qofa" ta'uu qaba jedhamee kan yaadame yoo ta'u, bara 2015 sababa lakkoofsi namoota kallattiin darban muraasa ta'uu isaatiin Ministirri Barnootaa waadaa gale cabsuu isaanii ifatti dhiifama gaafachuun sagantaa sirreeffamaa akka itti fufu hayyameera. ° Bara kana bu'aan akkamii galmaa'a? ° Barattoonni meeqa qabxii darbiinsaa galmeessa? Hundaa isaanii waliin ni argina. Bu'aan qormaata kanaa boru waaree booda Ministeera Barnootaatiin ni ifooma. Join for more👇              @orojobsst
Show all...
19👍 17 7
Photo unavailable
Bara kana bu'aan akkamii galmaa'a? Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 boru ni ifooma. Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaataa bor waaree booda ibsa ni kenna. Kanaan dura akka odeeffannoo Ministirri Barnootaa, Prof. Birhaanuu Negaan kennaniin, barattoota qormaata ba’uu kutaa 12ffaa bara kanaa fudhachuuf galmaa’an 701,749 keessaa barattoonni 684,205 ykn dhibbeentaa 97.5 qormaata fudhataniiru. Kanneen hafan immoo sababoota adda addaa fi barnoota isaanii yeroon booda waan eegalaniif qormaata kana hin fudhanne. Dorgomtoota keessaa barattoonni 29,718 qormaata kana karaa qormaata onlaayinii yeroo jalqabaaf fudhataniiru. Bu'aan qormaata biyyaalessaa boru Isniina Hagayya 4, 2016 ni ifooma jedhamee eegama. Join for more👇 @orojobsst
Show all...
👍 7 3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.