cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Jechoota Kaka'umsaa

ᴛᴀᴊᴀᴀᴊɪʟʟɪ ᴋᴇᴇɴʏᴀ 👍 ᴊᴇᴄʜᴏᴏᴛᴀ ʙᴇᴇᴋᴛᴏᴛᴀ 👍ᴊᴇᴄʜᴏᴏᴛᴀ ʜᴀᴀʟᴀ ʀᴀᴋᴋᴏ ᴋᴇᴇssᴀᴛᴛɪ ᴀʙᴅɪɪ ɴᴀᴍᴛᴛɪ ʜᴏʀᴀɴ 👍ғᴀᴋᴋᴇᴇɴʏᴀ ɴᴀᴍᴏᴏᴛᴀ ᴀᴅᴅᴜɴʏᴀᴀ ᴋᴀɴᴀʀʀᴀ ᴄʜᴀʟʟᴇɴɢᴇ ʜᴇᴇᴅᴅᴜ ᴋᴇᴇssᴀ ᴅᴀʀʙᴀɴɴɪ ғɪɪxᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴsᴀ ɪʀʀᴀ ɢᴀ'ᴀɴ ʙᴜ'ᴜᴜʀᴇғғᴀᴄʜᴜᴜɴɪ! #jechoota_kaka'umsaa

Show more
Finland7 866The language is not specifiedMotivation & Quotes82 166
Advertising posts
305
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

𝗦𝗔𝗠𝗠𝗨𝗨𝗡 𝗖𝗜𝗠𝗔𝗔 𝗧𝗔'𝗨𝗙 ☛Yeroo kophaa kee jirtu hin sodaatin. ☛Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin. ☛Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin. ☛Bu'aa hatattamaa hin eegin. ☛Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin. ☛Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin. ☛Itti gaafatamummaa irraattii hin qaanfatiin. ☛Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in. ☛Milkaa'ina namoota birootti hin aarin. ☛Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin ☛Yeroo kee ofitti gaddun hin gubin. ☛Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna kee hin qisaasesssiin
Show all...
👍 2
Mahatama Gandhi Proverbs      “Your beliefs become your thoughts.  • Your thoughts become your words. • Your words become your actions. • Your actions become your habits. • Your habits become your values. • Your values become your destiny. • The future depends on what you do today.” • “Amantiin kee yaada kee ta’a. • Yaadni kee dubbii kee ta'a. • Dubbiin kee gocha kee ta'a. • Gochi kee amala kee ta'a. • Amalli kee gatii kee ta'a. • Duudhaaleen kee hiree kee ta'u. • Fuuldurri kee waan har’a hojjettu irratti hundaa’a.”
Show all...
JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙

𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝘂𝘂 𝗸𝘂𝗳𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗮𝗺𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗺𝗼'𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂𝘂.

Mahatama Gandhi Proverbs      • @jechoota_kakaumsaa1 • “Your beliefs become your thoughts.  • Your thoughts become your words. • Your words become your actions. • Your actions become your habits. • Your habits become your values. • Your values become your destiny. • The future depends on what you do today.” ▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭ • “Amantiin kee yaada kee ta’a. • Yaadni kee dubbii kee ta'a. • Dubbiin kee gocha kee ta'a. • Gochi kee amala kee ta'a. • Amalli kee gatii kee ta'a. • Duudhaaleen kee hiree kee ta'u. • Fuuldurri kee waan har’a hojjettu irratti hundaa’a..
Show all...
JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙

𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝘂𝘂 𝗸𝘂𝗳𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗮𝗺𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗺𝗼'𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂𝘂.

Mahatama Gandhi Proverbs     “Your beliefs become your thoughts.  • Your thoughts become your words. • Your words become your actions. • Your actions become your habits. • Your habits become your values. • Your values become your destiny. • The future depends on what you do today.” ▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭ • “Amantiin kee yaada kee ta’a. • Yaadni kee dubbii kee ta'a. • Dubbiin kee gocha kee ta'a. • Gochi kee amala kee ta'a. • Amalli kee gatii kee ta'a. • Duudhaaleen kee hiree kee ta'u. • Fuuldurri kee waan har’a hojjettu irratti hundaa’a.” #Share
Show all...
JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙

𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝘂𝘂 𝗸𝘂𝗳𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗮𝗺𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗺𝗼'𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂𝘂.

Mahatama Gandhi Proverbs “Your beliefs become your thoughts.  • Your thoughts become your words. • Your words become your actions. • Your actions become your habits. • Your habits become your values. • Your values become your destiny. • The future depends on what you do today.” ▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭ • “Amantiin kee yaada kee ta’a. • Yaadni kee dubbii kee ta'a. • Dubbiin kee gocha kee ta'a. • Gochi kee amala kee ta'a. • Amalli kee gatii kee ta'a. • Duudhaaleen kee hiree kee ta'u. • Fuuldurri kee waan har’a hojjettu irratti hundaa’a.” #Share
Show all...
JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙

𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝘂𝘂 𝗸𝘂𝗳𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗮𝗺𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗺𝗼'𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂𝘂.

Mahatama Gandhi Proverbs      • @jechoota_kakaumsaa1 • “Your beliefs become your thoughts.  • Your thoughts become your words. • Your words become your actions. • Your actions become your habits. • Your habits become your values. • Your values become your destiny. • The future depends on what you do today.” ▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭ • “Amantiin kee yaada kee ta’a. • Yaadni kee dubbii kee ta'a. • Dubbiin kee gocha kee ta'a. • Gochi kee amala kee ta'a. • Amalli kee gatii kee ta'a. • Duudhaaleen kee hiree kee ta'u. • Fuuldurri kee waan har’a hojjettu irratti hundaa’a.” #Share
Show all...

"Namni ogeessi rakkina kudhan karaa tokko fura utuu hin ta'in rakkina tokko karaa kudhan nama furuu danda'u." Ogeessa ta'i!     — Mihratuu Shaanqoo
Show all...
👍 2 1
𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮 ✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.       Roobart Mugaabee. ✰ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.”        Shiiv keeraa. ✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”       M. Gaandii. ✰ “Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u; jaalalatu jibba ari’a.”        Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.”        Shiiv keeraa. ✰ “Hin danda’amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.”          N. Maandellaa. ✰"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa"        Abdii Taammanee. ✰ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif."         Roobart Mugaabee. ✰ “Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”       Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har’a sanyii facaasuu hin dhiisu.”        Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.”         Riichaard Niiksoon. ✰ "Of wallaaluun of awwaaluudha"         Miratuu Shaanqooo. ✰ "Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef"         Abdii Taammanee. ✰ “Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.”         Albeert Inistaayin. ✰ “Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.”         Albeert Inistaayin. ✰ “Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda’e.”         Iyezak Niiwtan. ✰ "Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu"         Miratuu Shaanqoo. ✰ “Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”           Biil Geet. ✰ "Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu"            Abdii Taammanee. ✰ “Karaa milkaa’inatti geessu hin beeku yoon ta’ellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhama’uudha.”          Biil Koosbiil ✰ “Kun hundumtuu ta’ullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.”            Haannaa Firaank. ✰  “Maqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.”            Joon F Keenedii. ✰ “Addunyaa kana irraa wanti baay’ee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mul’ata dhabuudha.”             Heelen Kiiler. ✰" Waaqatu na muude, isatu na buusa"            Roobart Mugaabee. ✰ “Hiyyumnis ta’e sooromni bu’aa ilaalcha keenyaati.”              Naappooliyoon Hiil. ✰ “Carraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.”            Toomaas Jeefersen. ✰ “Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.”             Miratuu  Shanqoo Maal irraa Barannaa...? #Share
Show all...
👍 2 2
1. Ati waan yaaddudha. Yaadni kee sanyii amala fi hiree kee irraa biqiludha.™ 2. Haalli kee yaada keetiin bocama. Wanta si mudatu hunda toʼachuu hin dandeessu, garuu akkaataa itti deebii itti kennitu toʼachuu dandeessa. 3. Fedhiin kee, addunyaa naannoo kee uumtu qajeelcha.  Wanti ati irratti xiyyeeffattu balʼaa waan taʼeef, yaada kee sirriitti filadhu. 4. Waan tokko hawwuu qofa osoo hin taane argachuu qabda. Milkaaʼinni kan argamu hojii cimaa, of kennuu fi ciminaan hojjechuudhaani. 5. Yaadni kee fayyaa qaama kee irratti illee dhiibbaa qaba.  Yaadni gaariin sirna ittisa qaamaa kee guddisuu fi dafee akka fayyitu si gargaaruu danda'a. 6. Ati abbaa sammuu ofiiti.  Yaada kee filattee dhugaa mataa keetii uumuuf humna qabda. 7. Yaadni kee dubbii kee ta'a.  Dubbiin kee gocha kee ta'a. Gochi kee amala kee ta'a. 8. Amalli kee hiree kee murteessa. Yaada kee ogummaadhaan filadhu, egeree kee waan uumuuf. 9. Gammachuu ofii keetiif itti gaafatamummaa qabda.  Namni biraa si gammachiisuu hin danda’u; yaada gaarii horachuun kan kee ti. 10. Ati uumaa jireenya ofiiti.  Jireenya barbaadde uumuuf humna yaada keetii fayyadami!
Show all...
4
📚Jechoota Hayyootaa 📗 1. Ifa guyyaa argachuuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. #Wiiliyaam_Shekipiir 2. Kaleessaaf gaabbuuf boriif dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. #Maaksim_Tiroobey 2. Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, Urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa ba'uu hin dandeessu. #Wiiliyaam_Shekispiir 3. Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru.  #Jecha_Warra_Morookoo 4. Nama carraa qabuu galaanatti yoo darbateyyuu qurxummii qabatee ba'a. #Jecha_warra_Arabaa 5. Namni dogoggorasaa mul'isee himatu akka nama kosii mana keessaa haruuti. #Maatammaa_Gaandii 6. Nama tokko dogoggora isaa irraa deebisuun waan guddaadha. #Abirahaam_Liinkan 7. Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane, waanta namootaaf gochuu dandeenyu gochuufii yoo dhiisne, burqaa gammachuu tokko akka gogsine beekuu qabna. #Rey_Liiman_Wiilber 8. Gammachuuf shittoon wal fakkaatu. Utuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu. #Raaliif_Waaltoo_Imarsan 9. Maallaqni nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu. Maallaqni qoricha malee fayyaa hin bitu. Maallaqni hordoftoota malee hiriyaa hin bitu. Maallaqni hojjettoota malee amanamtoota hin bitu. #Heenrik_Ibsan 10. Waanta nuti sodaachuu qabnu sodaa qofadha. #Firaankiliin_D_Ruuzvelti 11. Sodaakee of keessa dhokfadhu. Dhimma biraa garuu hiriyoota keetiin mariyadhu. #Robert_Luwis_Istevens 12. Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf aangoo qaba. #Andiree_Morwaa 13. Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofii isaa injifatummoo hundumaa caala. #Laawoo 8ffaa 14. Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa. Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha. #Kanan_Fireedirik_Furaar 15. Irra deddeebi'anii yaaluun salphina miti, Carraa gaarii ta'uusaatu ittin safarama. #Joorji_Maatiyaas 16. Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan ta'ee yeroo hundumaa banaa taasisi. #Joorjii_Barnaand_Show 17. Namoonni heedduun gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen ittii fayyadaman immoo beektota qofa. #Toomaas_Taakiyoos 18. Amma rakkinni si rakkisutti ati hin rakkatin. #Jecha_Ameerikaanotaa 19. Sammuu keenya keessatti jannataafi gaanamiin uumuu ni dandeenya. #Milten 20. Balaa namatti dhufe injifachuuf tarkaanfiin jalqabaa waanta raawwate galataan fudhachuudha. Rakkoo simudate akkuma jirutti fudhachuuf iyyamamaa ta'i. #Wiiliyaam_Jeemsi
Show all...
5👍 3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.