cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

🇪🇹GINGILCHAA DHUGAA🇹🇷

وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabameDhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.

Show more
Finland2 166The language is not specifiedReligion & Spirituality35 778
Advertising posts
2 591
Subscribers
+224 hours
+907 days
+42230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Waaqa isa hin nyaanne Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin 6:14:- "Sila Rabbii uumaa samiifi dachii, inni kan nyaachisu hin nyaanne ta'een alan gabbaramaa tolfadhaa?" jedhi" قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَتَّخِذُ وَلِيًّا فَاطِرِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَهُوَ يُطْعِمُ وَلَا يُطْعَمُ Waaqni keenyi Allahan Qaama sooratu uumudhan inni kan hunda nyaachisudha. Garuu faallaa kanaatiin inni Rizqii keennaa waan ta'ef waaqa hin nyaannedha. 6:14:- "Sila Rabbii uumaa samiifi dachii, inni kan nyaachisu hin nyaanne ta'een alan gabbaramaa tolfadhaa?" jedhi" قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَتَّخِذُ وَلِيًّا فَاطِرِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَهُوَ يُطْعِمُ وَلَا يُطْعَمُ 51:57:- Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhu Akka Ana nyaachisanis hin fedhu. مَا أُرِيدُ مِنْهُم مِّن رِّزْقٍ وَمَا أُرِيدُ أَن يُطْعِمُونِ Macaafa Qulqulluu keessatti Waaqayyo inni tokko ta'e sun  akka hin nyaanne ibsameera: Farfannaa 50:13 "Ani foon korommii nan nyaadhaa ree? Yookiis dhiiga korbeeyyii nan dhugaa ree? Uumaan: nan nyaadha? nan dhuga? yeroo jedhu akka nama ajaa'ibutti hin nyaadhus hin dhugus jecha jira. Kanaa mannaa, hunda kan nyaachisudha: Faarfannaa 136:25:- “Inni foon kan uffate hundumaa in soora; gaarummaan isaa bara baraan in jiraata.” Waaqni keenya Allahan Maariyaamii fi ilma ishee addunyaaf Mu'ijizaa godhera. Garuu inni, ergamaa fi haati isaa dhugaa kan taate dha, sadarkaa kana caalus hin qaban. Lamaanuu akkuma uumama kamiiyyuu nyaata ni nyaatu ture. waaqeffammu kan qabu, kan nyaachisu kan ofi hin nyaane, Rizqi namas ta'e waa tokko irraa kan hin barbaanne, Rabbiin tokkicha gabbaramuu Allaaha dha. 5:75:- Masiih Ilma Maryam ergamaa isa dura ergamoonni dabran malee homaa miti Haati isaas akkaan dhugoomsituudha Lamaanuu nyaata kan nyaatan turan Akkamitti akka keeyyattoota ifa isaaniif taasifnu ilaali Ergasiis akkamitti akka isaan (dhugaa irraa) garagalan ilaali. مَّا الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ إِلَّا رَسُولٌ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِهِ الرُّسُلُ وَأُمُّهُ صِدِّيقَةٌ ۖ كَانَا يَأْكُلَانِ الطَّعَامَ ۗ انظُرْ كَيْفَ نُبَيِّنُ لَهُمُ الْآيَاتِ ثُمَّ انظُرْ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ Yesus seera uumamaa ja’aaf ni ajajama; Seerotni kun: beela, dheebuu, nyaachuu, dhuguu, fincaa’uu fi qulqullaa'udha. Yesuus nyaachaa dhugaa dhufe. Maatewos 11:19:- “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata, in dhugas; Luqaas 24:42-43 Kana irratti isaan qurxummii waadamaa seeraa tokko kenninaaniif, inni fudhatee isaan fuul duratti nyaate. Yesus kan beela’u, kan dheebotu, kan nyaatu fi dhugu erga ta'e. Wanti afaan seenu hundi garaacha keessaa seene gara qulqullinnatti  darbun isa dirqamsisa. Maatewos 15:17:- “Wanti afaaniin lixu hundinuu, mar'umaanitti darbee bakkeetti akka ba'u hin qalbifattanii ree?” Uumaan nama ta'e ni beela'a ni dheebota. ni nyaata, ni dhuga,ni qulqula'a ni fincaa'a jechuun isaaf amala hir'u fi qaaniidha. Gooftaan samii fi dachii, Gooftaa Arshii, Gooftaan injifannaa, waan isaan wassafan irraa qulqullaa’era. Jechi ''wassafan'' jedhe "yasifuna" يَصِفُونَ jechunis "waan isatti qindeessan ''they attribute'' irraa qulqullaa'e'' jechuudha: 43:82:- Rabbiin samiifi dachii kan Gooftaa arshii ta’e waan isaan ittiin (Isa) wassafan (ibsan) irraa qulqullaa’eera. سُبْحَانَ رَبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ رَبِّ الْعَرْشِ عَمَّا يَصِفُونَ 21:22:- Rabbiin Gooftaa Arshii ta’e waan kaafiroonni (Isaan) jedhan irraa qulqullaa’e! فَسُبْحَانَ اللَّهِ رَبِّ الْعَرْشِ عَمَّا يَصِفُونَ 6:100:- Inni wantoota isaan kijibaan Isatti maxxansan irraa qulqulluufi ol ta’aadha. سُبْحَانَهُ وَتَعَالَىٰ عَمَّا يَصِفُونَ 23:91:- Rabbiin waan isaan itti fakkeessan (hunda) irraa qulqullaa’e! سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ 37:180:- Goftaan kee, Gooftaan injifannaa, waan isaan jedhaniin irraa qulqullaa’e. سُبْحَانَ رَبِّكَ رَبِّ الْعِزَّةِ عَمَّا يَصِفُونَ ✍Apoolojistii Islaamaa Wahiid https://t.me/Wahidomar1 Wassalaamu Aleykum https://t.me/Gingilchaadhugaa
Show all...
ወሒድ የሃይማኖት ንጽጽር በኦሮምኛ

Obboleessi keenya wahid garaagarummaa fi tokkummaa amantaa islaamatiifi Kiristiyaanaa kessa jiru wal bira qabuudhan kan ibsuudha.

Namni hundii dhunfaaniis ta’ee gareedhaan ta’ee gara kallattii gara garaa kan salaatan yoo ta’e tokkummaan eessa jira? Haala kanaan akka salaatu hoo eenyuutu isa ajaje? Rabbiin tokko yoo ta’e ajajne Rabbii tokkicha irraa dabru tokko malee kan gara garaa miti. Kanaafuu tokkummaan ummata kanaa eeggamee akka turuuf qiblaan isaanii tokko ta’uu qaba. . إِنَّ هَٰذِهِ أُمَّتُكُمْ أُمَّةً وَاحِدَةً وَأَنَا رَبُّكُمْ فَاعْبُدُونِ «Dhugumatti, isheen kun amantii keessan amantii tokkittii dha. Anis Gooftaa keessanii Ana (qofa) gabbaraa.»(suuratul Anbiyaa’ 21:92) . وَإِنَّ هَٰذِهِ أُمَّتُكُمْ أُمَّةً وَاحِدَةً وَأَنَا رَبُّكُمْ فَاتَّقُونِ «Isheen kun (Rabbii tokkicha gabbaruu) karaa tokko taatee amantii keessani. Anis Gooftaa keessanii ana sodaadhaa.»(Suuratul Mu’minuun 23:52) ↪QABXII AFURAFFAA ●►Gara kallattii biros gara galanii salaatuun/sagaduun kan danda’amu ta’uu. Qabxiin biro kan Gara Ka’abaa gara gallee salaatuun keenya akka nuti Ka’abaa hin gabbarre argisiisu. . 1ffaa:-Akkuma Qabxii Lammaffaa jalatti ilaaluuf yaallette Nabiyyiin keenya(ﷺ) Gara Kaa’baa gara galanii salaatuu isaaniitiin dura, Sahaabootaa(r.a) isaaniitii wajjiin Ji’oota 16f gara Beeytal Maqdas (Filisxiin) tti salaataa/sagadaa turan. Kana jechuun Ka’abaan waan gara Beeytal Maqdas jiruuf yookiin immoo Waan Beeytal Maqdas Gabbaraniif osoo hin taane Ajajni Rabbii kan Gara ka’abaa gara gala salaataa jedhu waan hin dhufiniif ta’uun nama sammuu qabu kamiifiyyuu ifaa dha. Maaliif? Yoo jenne kallattiin isaan itti salaataa turan kallattii Ka’abaatii ala waan tureef. . 2faa:-Yeroo qiblaan nu jalaa bade gara kallattii qiblaa ta’uu danda’a jennee tilmaamnuutti sagaduu danda’uu keenya. Kuniis muslimoonni osoo imala irra jiranii yeroon salaataa itti ga’ee salaatuu barbaadanii kallattii qiblaa isa sirrii ta’e nama itti himu yoo dhaban, akkasuma koompaasii illee yoo hin qabaanne. Namni hundinuu iddoo qiblaa ta’uu danda’a jedhanii yaadanitti tokkummaadhaan salaatu ni danda’u. erga isaan salaata isaanii salaatanii xumuran namni tokko kan kallattii sirrii beeku dhufee qiblaan isin itti salaattan dogoggora yoo jedheen illee irra deebi’anii salaatuun isaan hin barbaachisu. Sababni isaas salaata kan salaatan Rabbiif malee kallattiif yookiin immoo Ka’abaaf miti waan ta’eef. Osoo isaan salaata irra jiranii yoo itti himame garuu gara qiblaa itti himamee gara galanii kallattii isaanii sirreeffachuu qabu. Akkasuma Imala qilleensaarraan (xiyyaaraan) osoo adeemnuu Yeroon salaataa yoo nutti ga’e Salaata keenya salaatuuf yeroo salaata keenya jalqabnu (Takbiiratal Ihraam) qofa irratti fuula keenya gara qiblaa gara gallee Niyyannee jalqabna. Sana booda booda garuu hanga salaata keenya xumurrutti Kursii irra teeny irra taanee salaata sana xumuruu dandeenya. Xayyaarichi Gara kallattii barbaadeetti yoo gara galees salaata nama salaatutti jiruu sana jalaa hin balleessu. . وَلِلَّهِ الْمَشْرِقُ وَالْمَغْرِبُ فَأَيْنَمَا تُوَلُّوا فَثَمَّ وَجْهُ اللَّهِ إِنَّ اللَّهَ وَاسِعٌ عَلِيمٌ «Bahaa fi Dhiitis kanuma Rabbiiti. Kanaafuu gara feetan yoo gara galtan, Fuulli Rabbii achuma jira. Dhugumatti, Rabbiin (Rahmanni Isaa) bal’aa dha; hunda beekaa dha.»(Suuratul Baqraah 2:115) Gabaabumatti deebiinifi dhugaan jirtu kanuma🙏 dubbiin ifa natti fakkaata warrii yeroo baay'e waa'e ka'abatti deebi'anii salaatuu irratti gaafii kaaftan. https://t.me/Gingilchaadhugaa
Show all...
🇪🇹GINGILCHAA DHUGAA🇹🇷

وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabameDhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.

Gaafii maalif gara Ka’abaah gara galtanii salaattan jedhu qabxiiwwan armaan gadii kanneen jalatti ilaaluu dandeenya. ↪QABXII TOKKOFFAA ●►Rabbiin Waan Nu Ajajeefi:- Eyyeen! Nuti gara Kaa’baa Gara gallee kan salaannu fedhii lubbuu keenyaa irratti hundoofnee yookiin immoo Rabbiin kallattii tokko qofatti waan argamuuf osoo hin taane, Rabbii keenya Allaahaan gara Kaa’baa gara gala Salaataa jedhee waan nu Abboomeef/nu Ajajeefi dha. Ajaja Allaahaa hojjechuun yookiin hojii irra oolchuun immoo Dirqama filannoo hin qabnee dha. Salaata kan salaatnu yookiin sagadnu waan Allaahaan itti nu ajajeefi akkuma jennu; Akkamitti Salaatna? Gaafii jedhuufis deebii kan ta’u, Akkuma Allaahaan itti nu ajajetti kan jedhuu dha. Rabbiin keenya kan nuti salaatnuuf Allaahaan Iddoo jirru kamiyyuuttuu salaatni yoo nutty ga’e kallattii gara qiblaa (kallattii salaataa) gara galuu akka qabnu akkana jechuun nu ajaja:- . وَمِنْ حَيْثُ خَرَجْتَ فَوَلِّ وَجْهَكَ شَطْرَ الْمَسْجِدِ الْحَرَامِ وَإِنَّهُ لَلْحَقُّ مِن رَّبِّكَ وَمَا اللَّهُ بِغَافِلٍ عَمَّا تَعْمَلُونَ «Iddoo (imalaaf) baate baate kamirraayyuu fuula kee gara Masjidal Haraam gara galchi. Dhugumatti, inni dhugaa Gooftaa kee irraa ta’e. Rabbiiniis Waan isin dalagdan dagataa hin taane.»(Suuratul Baqraah 2:149) Dabalataaniis Aayaata 150 ffaa irrattiis ilaaluu dandeessu. ↪QABXII LAMMAFFAA ●►Fedhii/Hawwii Rassuula keenya(s.a.w) waan tureef. Nabiyyiin keenya(ﷺ) Gara Kaa’baa gara galanii salaatuu isaaniitiin dura, Sahaabootaa(r.a) isaaniitii wajjiin Ji’oota 16f gara Beeytal Maqdas (Filisxiin) tti salaataa/sagadaa turan. Haa ta’uu malee garuu onnee isaaniitiin gara mana Nabi Ibraahim(a.s) ijaareetti jechuuniis gara Kaa’baattii gara galuu jaalachuu fii hawwuu turan. Salaata isaanii keessattiis Allaahan fuula kee gara kaa’baatti gara galchi jedhee ajaja naaf dabarsa jedhee abdachuunis ija isaanii gara samiitti ol kaasuu turan. Dabalataanis Yahuudoonni isaanitti dhaadachuudhaan Qiblaa keenya (Beeytal Maqdas) ni hordoftu, jechuudhaan dararuu/cinquu turan. Xumura irrattiis Allaahaan fedhii lubbuu isaanii guutuufiif, akkasuma Ajaja Rabbii malee Qiblaa(kallattii) isaanii(yahuudootaa) akka hordofaa huin jirre Yahuudootatti argisiisuuf, dabalataanis Mu’mintoota hoojiidhaan qoruufii Munaafiqoota (Gara Rassuulli(s.a.w) itti gara galan tole jedhee kan fudhatuu fii didee amantii irraa kan gara galu) addaan baasuuf Gara kaa’baa gara gala kan jedhu ergaan Rabbi biraa itti dhufe:- . قَدْ نَرَىٰ تَقَلُّبَ وَجْهِكَ فِي السَّمَاءِ فَلَنُوَلِّيَنَّكَ قِبْلَةً تَرْضَاهَا فَوَلِّ وَجْهَكَ شَطْرَ الْمَسْجِدِ الْحَرَامِ وَحَيْثُ مَا كُنتُمْ فَوَلُّوا وُجُوهَكُمْ شَطْرَهُ وَإِنَّ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ لَيَعْلَمُونَ أَنَّهُ الْحَقُّ مِن رَّبِّهِمْ وَمَا اللَّهُ بِغَافِلٍ عَمَّا يَعْمَلُونَ «Dhugumatti gara samii deddeebi’uu fuula keetii arginee jirra. Gara qiblaa ati jaalattuu siif deebisuuf jirra. (Ammuma) fuula kee gara Masjidal-Haraam (Ka’abaatti) gara galchi. Eessallee yoo taatan fuula keessan gara isaa gara galchaa. Dhugumatti, Warri kitaabni kennameef akka inni dhugaa Gooftaa isaanii irraa ta’e ni beeku. Rabbiinis waan isaan hojjatan irraa dagataa miti. »(Suuratul Baqraa 2:144) ↪QABXII SADAFFAA ●►Tokkummaa ummata muslimaa agarsiisuu fii eeguuf. Ummanni muslimaa ummata tokkoo dha. Furtuun tokkuummaa guuddoonis jecha raga bahinsaa kan «Laa Ilaaha, Illallaah, Muhammadun Rassuulallaah» jedhuu dha. jecha raga bahinsaa kanaani namni «Kaafira» ture tokko muslima ta’uudhaan gara Mu’mintootaatti kan makamu. Sadarkaa lammaffaa irratti immoo Muslima ta’uu keenyaaf hojiin nu mul’isu “Salaata” dha. namni salaata kana irraa boone yookiin immoo dhiise/lakkise gara kufrummaatti deebi’e jechuu dha. Kana waan ta’eefis gabrootni Allaahaa gaggaariin Ajaja Rabbii isaanii fudhatanii salaata isaanii irratti gad-dhaabbatan, Tokkummaa islaamummaa isaanii kana eeggachuudhaaf gara qiblaa tokkootti salaatuu qabu.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Show all...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Photo unavailableShow in Telegram
Pc Fayyadamuu Ni Barbaadduu? Would You Like To Use Pc? Ads: 👇👇👇 https://t.me/+SvNVaBANLyg4MzQ0
Show all...
𝙾𝙳𝙴𝙴𝙵𝙵𝙰𝙽𝙽𝙾𝙾 𝙷𝙰𝙰𝚁𝙰𝙰
𝙸𝚃𝚃𝙸 𝙵𝙰𝚈𝚈𝙰𝙳𝙰𝙼𝙰 𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙱𝙰𝚁𝚄𝚄𝙵
𝙵𝙰𝙰𝚈𝙸𝙳𝙰𝙰 𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙱𝙰𝚁𝚄𝚄𝙵
𝙱𝙰𝚁𝙽𝙾𝙾𝚃𝙰 𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙱𝙰𝚁𝚄𝚄𝙵
𝙲𝙸𝙼𝙸𝙽𝙰𝙰𝙵𝙸 𝙻𝙰𝙰𝙵𝙸𝚂𝙰 𝙸𝚂𝙰 𝙱𝙴𝙴𝙺𝚄𝚄𝙵
𝙱𝙸𝚃𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵
𝙲𝙾𝙽𝚃𝙰𝙲𝚃 𝙼𝙴
𝙹𝙾𝙸𝙽
Yoo Macaafni Qulqulluun ati dubbisaa jirtu kun gara Islaamummaatti si hin geessine, Macaaficha dogongoraan dubbisaa turte, yookaan Macaaficha ni dubbifte malee hin hubanne jechuu dha. If the Bible doesn't lead you to Islam, then either you have been reading the wrong Bible, or you don't understand the Bible . sababoota... ; 1. Yesus Kiristos (Nageenyi Rabbii isarra haa jiraatuu) Waaqayyo tokkicha akka ta'ee fi Waaqayyoon tokkochi sun qofti waaqeffamuu akka qabu barsiisaa ture. Keessa Deebii 6:4, Maarqos 12:29. Muslimtoonnis kana akka aayata Qur'aanaa 4:171 keessatti barsiifame jirutti ni amanu. 2. Yesus Kiristos akka Seera Lewwotaa 11:7 irratti barsiifamee jirutti foon Booyyee dhoorgaa waan ta'eef Yesusis sooratee hin jiru. Muslimtoonnis akka Booyyeen haraama ta'e aayata Qur'aanaa 6:145 irratti barsiifamee waan jiruuf hin nyaatan. Garuu ammaan tana Kiristiyaanonni biyyoota Lixaa foon Booyyee soorachuudhaan beekkamu. 3. Yesus Kiristos jechoota akka “Salaamu Alaikum” ( Nagaan isiniif haa ta’u ) jedhu Yohaannis 20:21 irratti nagaa gaafate. Muslimoonnis haala kanaan nagaa wal gaafatu. 4. Yesus Kiristos yeroo hunda “Waqayyo yoo fedhe” ( Inshallah ) jedha ture. Muslimoonnis waan tokko bor hojjadha jedhanii jala muruu dura yoo Rabbiin fedhe akka jedhan Qur'aanni 18:23-24 jalatti isaan ajajee jira. 5. Yesus Kirstos osoo Rabbiin hin kadhatin dura fuula, harkaa fi miila isaa dhiqate. Muslimoonnis osoo salaata hin eegalin dura akkasuma godhu. 6. Yesus Kiristos yeroo Rabbiin kadhatu mataa isaatiin lafatti gombifamee kadhata. (Maatewos 26:39 ilaali). Muslimoonni akkasuma akka Qur’aana 22:77, Qur'aana aayata 3:43 keessatti barsiifameetti ni godhu. 7. Yesus Kiristos afaan Aramaayik dubbataa ture, Waaqayyoon afaan saniin “Elah” jedhee waame, kunis jecha “Allaah” jechuun wal fakkaata. Afaan Aramaayikiitinis "Alaah" afaan durii, afaan Macaafa Qulqulluti. https://t.me/Gingilchaadhugaa
Show all...
🇪🇹GINGILCHAA DHUGAA🇹🇷

وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabameDhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.

𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄 Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W) аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee olfuudhuudhaan dubbise eenyu? Ads:👇👇 https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0
Show all...
Abuu Bakr As-Siddiiq (RA)
Abdallaah Bin Mas'uud (RA)
Ja'afar Bin Abii Xaalib (RA)
Bilaal Bin Rabaah (RA)
Photo unavailableShow in Telegram
Leenca kufri mataa gadi qabachise hayyu islaama rabbin umrii haa dheerressu❤️❤️❤️🥰🥰🥰 Dr zakir nike❤️❤️🥰 @MuhaajirafiAnsaara
Show all...
5
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚❓ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
Show all...
✅ 𝐄𝐄𝐘𝐘𝐄𝐄𝐍 ✅
❌ 𝐋𝐀𝐊𝐊𝐈𝐈 ❌
𝐀𝐃𝐃 𝐀𝐋𝐋 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋
#Waa sadi jiruu tee keessatti hin dhiisin.. 1Shukrii hin dhiisin dabaltii dhooggitii ✍Rabbiin guddaan akki jedhu: لَئِن شَكَرْتُمْ لَأَزِيدَنَّكُمْ "yoo na galatoomfattan ni'imaa kiyya irraa isiniif dabalaa" 2 istighfaara hin dhiisin nagaya si dhoorgitii👌 ✍Jecha rabbii ol taheeti👇👇 وَمَا كَانَ اللَّهُ مُعَذِّبَهُمْ وَهُمْ يَسْتَغْفِرُونَ 👉Hiikni isaa:"Rabbiin osoo isaan araarama kadhatan kan isaan adabu hin taane" 3Du'aa'ii hin dhiisin qeebaltii dhooggitii ✍Jecha rabbii ol ta'eeti: وَقَالَ رَبُّكُمُ ادْعُونِي أَسْتَجِبْ لَكُمْ ۚ إِنَّ الَّذِينَ يَسْتَكْبِرُونَ عَنْ عِبَادَتِي سَيَدْخُلُونَ جَهَنَّمَ دَاخِرِينَ Gooftaan keessan ni jedhe: “Na kadhaa; isiniifiin awwaadhaaDhugumatti, isaan ana gabbaruu irraa boonan, salphattoota ta’anii, jahannam seenuuf jiru.” ✅Worra itti fayyadamu Rabbi nuhaa godhu🤲 🎤 Guyyaa Gaarii isiniif hawwe👍
Show all...
1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.