cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gadaa Ispoortii

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedSports33 285
Advertising posts
229
Subscribers
No data24 hours
+17 days
+130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Burqaa Ispoortii
Photo unavailableShow in Telegram
⚽️Tapha Darbii Laandan 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Tootenhaam vs Arsenaal🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 👉Arsenaal taphoota darban lamaan dirree Totenhaam iratti taasise injifachuu danda'eera. 👉Arsenaal taphoota dirreen alaa sadii walitti aansuun Tootenham kan injifate Amajjii 1987 hanga Fulbaana 1988 guddittii ture. 👉Soon Huung Miin Arsenaal iratti goolii 8 lakkoofsisuu danda’eera. Kun immo tapha darbii Landan iratti Haarii Keen (14) Emaanu'el Adibayoor (10) fi Boobiy Smiiziti (10) aansuun goolii hedduu lakkoofsise isa taasisa. 👉Taphni Arsenaal fi Tootenham gidduutti gaggeeffamu yeroo mara goolii hin dhabu. Tapha kilaboota lamaan gidduutti taasifameen yeroo 43 kilaboonni lamaanuu goolii wal iratti lakkoofsisun riikoordii qabu. 👉Dabalataan tapha darbii kana iratti kilabiin duursee goolii lakkoofsise oso hin injifatin hafuun riikoordii Piriimeer Liigii Inglaand ta'un galmaaheera. Yeroo 29 kilabiin duursee goolii lakkoofsise hin injifannee 19 walqixa yoo bahu 10 injifatameera. 👉Seena Piriimeer Liigii Kessatti tapha garee lamaanii gidduutti Penality hedduun kenamuunis riikoordii qabu. Penaalitin 26 kenamee 24 gara goolii jijjirameera. 👉Taphoota sadeen darban Arsenaal Tootenham waliin taasiseen taphatoonnii Tootenham sadi goolii garee isaanii iratti lakkoofsisaanii jiru. 👉Arsenaal taphoota piriimeer Liigii  10n darban dirree isaanin ala taasisaniin 9 injifachuun 1 qofa qixa bahuun hoomaa hin injifatamne. Taphoota 8 irattis goolii hin kessummesine. 👉Bara dorgommii darbe Bukayoo Saakan taphoota Totenhaam waliin taasise lamaanu irratti goolii lakkoofsisuu danda'eera. Har'a kan lakkoofsisuu yoo ta'e Emanuel Adibayer fi  Roober Peereziti aanuun taphataa Arsenaal sadaffaa tapha darbii landan sadii iratti walitti aansuun goolii lakkoofsise ta'un galmaha. 👉Kaahi Havarteez erga barri 2024 seene taphoota 21 taasise goolii 18 iratti kallattiidhaan hirmaateera. Goolii 11 lakkoofsise 7 mijessuun kenneera. Share ➡️ @BurqaaIspoortii Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
🚨Kaadhimamtoota taphataa cimaa ji'a Hagayyaa Piriimiyerliigii Ingilaand: ■Haalaand ■Meboomuu ■Onaanaa ■ Paalmer ■ Raayaa ■ Saakaa ■ Saalaa ■ Weelbek Isiniif taphataan cimaa ji'a Hagayyaa eenyuudha? 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@GadaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@GadaaIspoortii
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Raheem Sterling har'a garee isaa haaraa ilaaluuf Emirates ture. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @BurqaaIspoortii
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a galgala sa'aatii 1 irratti Faransaay magaalaa Moonaakootti ni gaggeeffama. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @GadaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @GadaaIspoortii
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Kiristiyaanoo Ronaaldoo Al Nasriif taphoota 74n goolii 85 keessaa harka qaba. 🤯 ⚽️Goolii 68 galcheera 🅰Kubbaawwan 17 mijeessee kenneera Share ➡️ @BurqaaIspoortii Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Biruunoo Fernaandeez fi Maarkas Raashfoord Biraaytan irratti goolii galchuu jaallatu.😁 ◉ Biruunoo Fernaandeez - Goolii 4 ◉ Maarkas Raashfoord - Goolii 4 har'a hoo ? Share ➡️ @GadaaIspoortii Share ➡️ @GadaaIspoortii
Show all...
2
Photo unavailableShow in Telegram
🚨Istaatiksii taphattotni Poorchugaal lamaan Bernaandoo Siilvaa fi Biruunoo Fernaandees Piriimiyerliigii Ingilaandiin qaban. 👤Bernardo Silva: 👕 Tapha 234 hiriiree taphate. ⚽️ Goolii 39 lakkoofsise 🅰️ Kubbaa goolii tahan 43 mijeessee kenne. 👤 Biruunoo Fernaandees: 👕 Tapha 160 hiriiree taphate. ⚽️ Goolii 54 lakkoofsise. 🅰️ Kubbaa goolii tahan 41 mijeessee kenne. Kilaba keetiif lamaan isaanii keessaa tokko fudhadhu osoo siin jedhamee eenyuun filatta? 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@gadaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@gadaaIspoortii
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
🟢Sagantaa Olompikii 2024 kan fiigicha 📝Jimaata ➡️Gulaallii m1500 (dhir) Guyyaa 6:05 ➡️Gulaallii m5000 (dhal) Galgala 1:10 ➡️Gulaallii m800 (dhal) Galgala 2:45 ➡️Xummura m10,000 Halkan 4:20 📝Sambata ➡️Gulaallii marsaa 2ffaa m800 (dhal) Guyyaa 6:10 ➡️Gulaallii m1,500 (dhir) Galgala 2:15 📝Dilbata ➡️Gulaallii m3000 (dhal) Guyyaa 5:05 ➡️Walakkaa xummuraa m800 (dhal) Galgala 3:35 ➡️walakkaa xummuraa m1500 (dhir) Galgala 4:10 📝Wiixata ➡️Gulaallii m3000 (dhir) Galgala 2:04 ➡️Xummura m5000 (dhal) Galgala 4:10 ➡️Xumura m800 (dhal) Galgala 4:45 📝Kibxata ➡️Gulaallii m1500 (dhal) Guyyaa 5:05 ➡️Xummura m1500 (dhir) Galgala 3:50 ➡️Xummura m3000 gufachiisa (dhal) Galgala 4:10 📝Roobii ➡️Gulaallii m5000 (dhi) Guyyaa 6:10 ➡️Gulaallii m800 (dhi) Guyyaa 6:55 ➡️Gulaallii  m1500 (dha) Guyyaa  7:45 ➡️Xumuraa m3000 gufachiisaa Galgala 4:40 📝Kamisa ➡️Gulaallii m800 (dhi) Guyyaa 7:00 ➡️Walakkaa xummuraa m1500 (dha) Galgala 2:35 📝Jimaata ➡️Walakkaa xumuraa m800 (dhi) Guyyaa 6:30 ➡️Xumuraa m10,000 Galgala 3:55 📝Sambata ➡️Maaratoonii (dhi) Ganama 3:00 ➡️Xummura m800(dhi) Galgala 2:25 ➡️Xummura m5000(dhi) Galgala 3:00 ➡️Xummura m1500 (dha) Galgala 3:25 📝Dilbata ➡️Maaratoonii (dha) Ganama 3:00 Share ➡️ @BurqaaIspoortii Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Show all...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
📅 Guyyaa har'a bara 2017 Liivarpuul Andii Robertisan Hull irraa paawundii miiliiyoona £8M qofaan mallatteessisan: 🔴 Taphoota 297 ⚽️ Goolii 11 🅰️ 65 mijeessee kenneera 🏆 Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa 🏆 Waancaa Super Cup UEFA 🏆 Waancaa Kilaboota Addunyaa 🏆 Pirimer Liigii Ingilaand 🏆🏆 Waancaa Kaaraba'oo 🏆 Waancaa FA Ingilaand             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @GadaaIspoortii         @GadaaIspoortii
Show all...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
👍 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.