7 782
Subscribers
-1924 hours
-1367 days
+90830 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Photo unavailableShow in Telegram
๐จ ๐จ "Wanti kun hin dandaโamu baayโee ulfaataadhaโ jettee beektaa? Tooftaalee 10 Yaada gara Gochaatti jijjiiruuf si gargaaran,... See More
๐ See More
See More
โค 3
Photo unavailableShow in Telegram
๐ Iccitiin jaalalatti qabamanii waggaa dheeraa turuu jaalalleewwanii lolli waan dhabameef miti...๐ See More
๐ See More
See More
๐ฅฐ
โก๏ธ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! โก๏ธ JOIN ๐
1๏ธโฃ ๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก
๐ JOIN
JOIN
2๏ธโฃ ๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก
๐ฉ MORE JOIN ๐ฉ
๐ฉ MORE JOIN ๐ฉ
3๏ธโฃ๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก
๐ฐMORE JOIN ๐ฏ
๐ฐ MORE JOIN ๐ฏ
๐ฐ๐๐ ๐ข๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐
โ แฅฒแซแซ แฅกแฅแฅr แฅดาปแฅฒแฅแฅแฅฑแฅฃ
๐ Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa
Photo unavailableShow in Telegram
โ
Shamarreen umurii kurnanii keessa jirtu teessee yommuu yaaddu, mallattoolee jaalala dhugaa baayee murteessoo ta'an 10 qalbeeffachuun ishee barbaachisa,... ๐ See More
โก๏ธ See More
See More
๐ 1
๐ฅฐ
โก๏ธ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! โก๏ธ JOIN ๐
๐โโ๏ธ ๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐
๐ JOIN
JOIN ๐ฏ
Open Home - Get Best Channel
โโ
โโโฑโฒ
โ โฑโฑโฒโฒ
โฑโฑโญโฎโฒโฒ
โโโโโโ
โฑโโโโโโโโโโ โฒ
โฑ ฯัโยขฯะผัโข โฒ
โฑโฑ โโณโโญโฎ โโณโ โฒโฒ
โโ โโป โโ โโปโ โโ
๐บแดแดษชษด๐บ
Click here - Open Home
๐ฐ๐๐ ๐ข๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐
๐ Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa
โ แฅฒแซแซ แฅกแฅแฅr แฅดาปแฅฒแฅแฅแฅฑแฅฃ โ
Photo unavailableShow in Telegram
โก๏ธ Jaalalli dhugaa hundee gadi fageeffatee akka dhaabbatuuf gaheen jaalalleewwan lameenii maal fa'a,... โก๏ธ See More.
๐ See More
See More
๐ 2
๐ฅฐ๐ ๐โโ๏ธ๐ข๐๐๐ข
๐๐๐๐
HAPPY NEW YEAR
โก๏ธ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! โก๏ธ JOIN ๐
1๏ธโฃ ๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก
๐ JOIN
JOIN
2๏ธโฃ ๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก
๐ฉ MORE JOIN ๐ฉ
๐ฉ MORE JOIN ๐ฉ
3๏ธโฃ๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก๐ก
๐ฐMORE JOIN ๐ฏ
๐ฐ MORE JOIN ๐ฏ
๐ฐ๐๐ ๐ข๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐
โ แฅฒแซแซ แฅกแฅแฅr แฅดาปแฅฒแฅแฅแฅฑแฅฃ
๐ Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa
๐ 1โค 1
Photo unavailableShow in Telegram
๐ "Miira jaalalaa namatti dhaga'amu parsantiin 70% maal akka ta'e beektuu?...." โก๏ธ As tuquun dubbisaa.
๐ See More
See More
๐ 1
SI ARGUU HIN FEDHU
โ๏ธ Barataa tokkotu yeroo hunda haadha isaa jibba. Sababa haati isaa ijji ishee tokko qofa ta'eef haadha ija tokkee qabaachuun isatti hin tolu. Yeroo hunda "ijuma kee kana arguu hin barbaadu wayyaatiin maradhu!" jedhee harmee isaa kana argaa jibba ture. "ati hiriyoota koo biratti na qaanessita si arguu hin fedhu" jedha ture.
Gaaftokko mana barumsaa inni baratutti ayyaana maatii barattootaatu kabajamuuf jedha. Barattoonnis, maatii isaanii fudhatanii mana barnootaa deeman. Inni garuu harmee isaa dhoksee qofaa isaa deeme. Haati isaa kunis nama irraa dhageessee, "mucaan koo otuu ani jiruu akkamitti qofaa dhaabata" jechuun mana barumsichaa dhaqxee isa barbaaddee bira teesse. Innis akka isheen hin dhufne waan beekuuf yommuu ishee argu na'ee, fuulli isaas gurraacha'e. "Ani ija kee arguu hin barbaadu siin hin jennee?" jedhee achitti dhiisee bakka jijjiirrate.
Yeroo sagantaan xumuramee gara qe'eetti galuuf jedhanis harmeen isaa kun isa wajjin qajeelte. Mucaan ishees, "ati hiriyoota koo biratti na qaanessite, ilma haadha ija tokkee jedhamuu irra otoon du'ee naaf wayya" jechaa aaree boba'e. Barattoonni tokko tokkos "hey hey ijji haadha kee tokko garam dhaqee?" jechuun itti qoosuu jalqaban. Innis kan duraa caalaa aaree gubate. Gara manaatti galuu jibbee biyya biraatti bade.
Achittis turtii yeroo booda carraa barnootaa argatee gara biyya biraa deeme. Haati isaas abbaa manaa waan hin qabneef qofaa taatee baay'ee yaaddofte. Dhiphinaaf yaaddoo irraan kan ka'es ni dhukkubsatte.
Mucaan ishee immoo barumsa xumuree hojii argatee jira. Bultii ijaarees abbaa ijoollee ta'e. Harmeen isaas sababa inni ishee jibbuuf mana isaa dhaquu sodaatte. Gaaftokko garuu murteessitee iddoo mana isaa nama gaafattee bira deemte. Akkuma mana isaa deemteen balbala rurrukutte. Mucaan ilma ishee yommuu balbala bantu jaartii ija tokkootu balbala irra dhaabatti. Mucattiin sunis ni baqatte.
Booda irra ilmi ishee gadi itti ba'ee, "ati maalumaaf jireenya kootti gufuu taataa jaartittii nanaa, ani si arguu hin fedhu siin hin jennee? Amma dafii ija koo duraa badi!" ittiin jedhe.
Isheenis waan gootu dhabdee gara qe'ee isheetti tirattee galte. Yeroo boodas dhukkubnishee itti hammaate. Ilmi ishee kunis waa'een harmee kanaa garaa isa nyaachuu eegale. Guyyaa tokko haadha warraa isaatiin, "guyyoota muraasaaf hojiif iddoo biraan deema" jechuun ishee sobee mana haadha isaa dhaqe. Haati isaa yommuu isa argitu, "ishoo mucaa koo baga dhufte. Ani akkuma ati argitu kana du'uuf qophiittin jira. Garuu osoo afuurri na keessaa hin ba'in dhugaa tokko sitti himuun fedha.
"Ani kanaan booda sin qaanessu, jireenya kees hin jeequ nagaan jiraadhu. Dhugaan jiru garuu, yeroo ati daa'ima turte osoo taphattuu, mukaan of waraantee ija kee tokko balleessite. Anis ati ija tokkoon guddachuu irra ani ija tokkoon du'uu wayya jedheen ija koo tokko of keessaa baasisee siif arjoome. Ati garuu ijuma kootiin barattee bakka guddaa geessee, hamaaf gaarii hunda argitee, ijuma kootiinis argaa koo jibbite. Kanas jaaladheen godhe, ammas nan si jaaladha. Nagaan taa'i" jechuun afuura dhumaa baafatte addunyaa kana irraas lubbuu dhaan darbite.
Mucaan ishee kun eelaa onnee horatee bara jireenya isaa guutuu dhukkuba gaabbii dhukkubsachaa jiraate. Kanaafuu haati ofii haadhuma!
Dhaamsa Koo:
โก Haati ofii haadhuma;
โก beektes wallaaltes,
โก rakkattes godhattes,
โก bareeddes fokkistes,
โก qabaattes dhaabattees,
โก dhiyaattes fagaattes,
โก qurcooftes budoomtes,
โก salphattes ulfaattes,
โก gabaabattes dheerattes,
โก qajeeltees meelattes,
โก ijaa jaamtes ilaaltes,
โก haati ofi haadhuma!
@Dirree_Beekumsaafi_hubannoo
@Dirree_Beekumsaafi_hubannoo
๐ 8โค 5๐ฅฐ 1
Show all...
๐ 7โค 1
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.