IMALA KAAYYOO SABAA
Akkamiin Miilkoofna ?
Show more204
Subscribers
+224 hours
+37 days
+330 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
[ New ] Jobs by Kegna Beverages Sep 20 2024
For Fresh Graduates and Experienced
Bachelor’s degree in Geography, Information Technology, Transportation Engineering, or related field.
BA in Marketing and relating fields from recognized University
BA in Economics, Business Administration, Marketing Management, Business Management, or related fields.
How to Apply
https://t.me/imalakaayyoo2
https://t.me/imalakaayyoo2
https://t.me/imalakaayyoo2
IMALA KAAYYOO SABAA
Akkamiin Miilkoofna ?
✍️ Furtuun milkaayinna keetii gufuu si dhooftu irratti osoon taane, kaayyoo baateef irratti xiyyeeffachuudhaan siif banti…!!
Daballii miindaa mootummaan taasise qaala'insa jireenyaa jiru kan madaalu miti jechuun hojjettoonni mootummaa morman
Mana Maree Ministirootaatti yoo ragga'e baatii kana eegalee hojiirra oola jedhamee kan eegamu sirreeffama miindaa hojjettoota mootummaa haaraa hojjettoota irraa mormiin isa mudateera.
Sirreeffamni miindaa kun qaala'insa jireenyaa jiru, keessattuu gatiin birrii akka dadhabu taasifamuu hordofee qaala'insa jireenyaa uumame ilaalcha keessa kan galche miti jechuun hedduun qeeqaa jiru.
Sireeffamni Ministeerri Maallaqaa dhiyeesse kun iskeelii miindaa garagaraan daballii dhibbeentaa 5 hanga 332 gahu karoorfameera.
Kana hordofee hojjettoonni hedduu daballiin yaadame rakkoo maallaqaa isaan mudachaa jiru kan madaalu akka hin taane eeruun, mana maree ministirootaatti ragga'uun dura akka fooyya'u gaafachaa jiru.
https://t.me/imalakaayyoo2
IMALA KAAYYOO SABAA
Akkamiin Miilkoofna ?
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Addaa- MBIBA ( Ifa Boru Special Schools) fi Manneen Barnootaa Bultii Addaa(Boarding Schools)
Qormaata Biyyoolessaa Bara 2016 Barattoota Isaanii 100% Dabarsan Maqaa Isaanii;
1- MBIBA Yunivarsiitii S.T. Adaamaa,
2- MBIBA Yunivarsiitii Amboo
3- MBIBA Yunivarsiitii Arsii
4- MBIBA Yunivarsiitii Dambi Doolloo.
5- MBIBA Yunivarsiitii Haramayaa,
6- MBIBA Yunivarsiitii Mattuu,
7- MBIBA Yunivarsiitii Odaa Bultum,
8- MBIBA Yunivarsiitii Wallaggaa,
9- MBIBA Danbal (Godina Sh/ Bahaa)
10- MBIBA Shaambuu (Godina H/G Wallaggaa)
11- MBBA W. M .O Adaamaa
12- MBBA W. M. O Bishooftuu
Walumaa galatti, Manneen Barnootaa Ifa Boruu Addaa 10 fi Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa 2 barattoota isaanii 100% gara Yunivarsiitii dabarsaniiru.
Yunivarsiitiiwwan keenya qulqullina barnootaa mirkaneesduuf gaheen isin gumaachitaniifi gumaachaa jirtan seenan yoomiyyuu kan hin daganne waanta'eef galata guddatu isiniif mala. Galatoomaa!
Waldaan misooma Oromiyaa barnootaan, dinagdeefi hawaasummaan gumaachi ummata keenyaaf taasisaa jiru hundaa ol gammachiisaa ta'uun ni beekama. Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojiin hojjataa jiru fakkeenya olaanaa ta'uunsaa fudhatamuun Mootummaan Naannoo Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa 7 bara 2014 hundeesse bara 2017tti barattoota 1000tti dhihaatan qormaata biyyoolessaaf ni dhiheessa. Fakkeenyumaan WMO guutuu Oromiyaatti hayyoota gahumsa qaban horachuu keessatti kallattii kan agarsiise waan ta'eef qaamni MBBA hundeesse hundaa ol galata qaba.
Haaluma walfakkaatuun, Manneen Barnootaa Ifa Boruu Addaa Bulchiinsa Magaalotaafi Godinaaleetiin hogganaman qabxii gaarii galmeessisuun barattoota isaanii 80% ol dabarsaniiru.
Keessattuu Manni Barnootaa Ifa Boruu Addaa Danbal (godina Sh/Bahaa)fi Shaambuu godina H/G Wallaggaa barattoota qormaata fudhatan 100% dabarsuun seenaa hojjataniiru.
Walumaa galatti. Manneen Barnootaa Ifa Boruu Addaa Bul/ Magaalotaafi Godinootaa hundi galata guddaa qabdu. Galatoomaa!
Dhumarratti, Qulqullina Barnootaa Mirkaneessuuf karaan dheeran kan nu hafu waan ta'eef, qaamni dhimmi barnootaa Oromiyaa nalaallata jedhu hundi Biiroo Barnootaa Oromiyaafi Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin ta'uun gahee keenya akka bahannu dhaamsa keenya ta'a.
#Walta'insaafi #Walii_Galiinsaan_Rakkoon_Hin_Hiikamne_Hin_Jiru!
Irra deebi'uun, #Baga_Geessan! isiniin jenna!
Barri Haaraan kan;
Nagaa, Fayyaa, Milkii, Quufaafi Gabbinaa Haata'u!
#AYYAANA_GAARII !
Fulbaana 01/2017
https://t.me/imalakaayyoo2
IMALA KAAYYOO SABAA
Akkamiin Miilkoofna ?
በቀድሞዋ የከሚሴ ከተማ ከንቲባ ወ/ሮ ከዲጃ አሊ ወሌ ሞት የተሰማንን ጥልቅ ሀዘን ለመግለጽ እንወዳለን ።
አላህ የጀነት ያድርጋት
Du'a kantiibaa duraanii magaalaa kamisee Aadde Kadijjaa Alii gaddaa nutti dhagahame ibsuu barbaanna.
Rabbiin kan jannataa ishee haa godhu.
https://t.me/imalakaayyoo2
IMALA KAAYYOO SABAA
Akkamiin Miilkoofna ?
Yeroo hunda jabaachuu hin dandeessu
Yeroo tokko tokko taa'uu qofa si barbaachisa
imimmaaniin haa bahuu.
━━━━━━━━━━━
https://t.me/imalakaayyoo2
IMALA KAAYYOO SABAA
Akkamiin Miilkoofna ?
Baga bara haaraa kan 2017 nagaan geessan !!
Barri kun kan nagaa fi kan milkii,bara barnootaa gaariis isiniif hata'u jenna.
Yuunversitii Riifti vaaliitti kolleejjiin LTO Naqamtee, baga gammaddan isiniin jedha.
Kolleejjiin keenyaa simannaa leenjiif oguummaalee haaraa qabatee baga gammaddan isiniin jedha.
Abjuu keessan milkeessuuf, abbaa Ogummaa ta'a .
✓Ogummaa Pharmacy
✓Ogummaa Nursing
✓Ogummaa Laboratory
✓Ogummaa Animal Health
✓Ogummaa Marketing
✓Ogummaa Accounting
✓Ogummaa Purchasing
✓Ogummaa Web deve,data base
✓Ogummaa Electronics
✓Ogummaa Secreteral science and office adimistiratinon
✓Ogummaa Crop production
✓Ogummaa Midwifery
✓Ogummaa Cooperative management fi
Ogummaa garaa irratti leenjisuuf qophaa'eera.
Kottaa baradhaan afeerraa keenya.
Ayyaanni kun ayyaana gaarii isiniif hata'u
Yuunvarsitii Riifti Vaaliitti kolleejjii LTO Naqamtee.
https://t.me/imalakaayyoo2
IMALA KAAYYOO SABAA
Akkamiin Miilkoofna ?
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.