cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Zizu Man๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

Addunyaa kana irraa wantii abdii si kutachiusuu danda'u tokko illee hin jiru yoo atii heyyamteef male.!! ๐Ÿ“—kitaboota adda adda ๐ŸŽงWalaloo jaalalaa ๐Ÿ‘คAsoosama ๐Ÿ“ขyaada naaf kennuu yoo Barbaada๐Ÿ‘‡ @zizu_chann

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
189
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

00:40
Video unavailableShow in Telegram
Eid Mubarak All Ethiopian Muslims happy holiday๐ŸŽ‰๐ŸŽ‡๐ŸŽˆโค
Show all...
5.44 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Obsan Darbaaโ— Nadhii dammaa dhamdhamuuf Ilkee kanniisaa obsii Kaayyoo kee bira gahuuf Dukkana barii dabarsii
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Atii ofii keetiif yoo of hin kakaafnee si kakaasuuf namni Uumamee tokkollee hin jiru, dandeetii cimaan si jijjiruu harkaa kana kee jira malee harka namoota biroo hin jiru!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Rooba (Bokkaa) hin jaaladha jetta, gatuu gaafa Rooba (Janxilaa) ofirraa qabdee deemita, Aduu hin jaaladha jetta, garuu aduu yeroo baate Gaddisa barbaaddeeti garas baqatta, Qilleensa hin jaaladha jetta, garuu gaafa qilleensi mana kee seene (Maskooti) cufatta. .........si jaaladha yeroo naan jetty kanaaf sodaadha.
Show all...
Hi
Show all...
Yaa ilma kiyya an #dhagaa fi #sibiilas baadheera wanti kun hundinuu salphaadha,Garuu wanta akka ollaa hamaa ulfaatu argee hin beeku. Yaa ilma kiyya wanta hadhaa'aas dhandhameera garuu waan akka hiyyummaa hadhaa'u argee hin beeku. @Share_&_join๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™ @Zizu_Man๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Show all...
#Dhangaa_guyyaa! โœ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ โœWanti namaaf hin galle nama galaafata. ๐ŸนBaricha injifadhu. ๐Ÿ™Jireenyi daangaa qabaa, of qabi. ๐Ÿ‘‘ Ati gaggeessaafi dargaggeessa kaayyoofi jireenya keetiiti. โœ… Waan xixiqqoo tuffadhuu caalii argami. ๐Ÿ”Tulluu si dhokse jalaa ba'ii jireenya tulluu irraa jiraadhu. ๐Ÿง  Karaan mul'ataa fagoodha.
Show all...
๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐—ฒ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฑ๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐˜€๐—ป๐—ฒ๐—ฒ ๐—ณ๐—ถ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ป ๐˜๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐—ผ. @Zizu_Man๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Show all...
JECHOOTA BEEKTOTAA! โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โ–  "Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti, hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti." โ€” (Biilii Giraam) โ–  "Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa." โ€” (Biilii Giraam) โ–  "Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii kufan, warra homaa utuu hin hojjetin milkaa'an irra ni caalu." โ€” (Looyid Joonsi) โ–  "Muka ija qabutti dhagaan baay'ata." โ€” (Shiikeeraa) โ–  "Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegalin." โ€” (Ingilizoota) โ–  "Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu." โ€” (Giriikota) โ–  "Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuun isaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi." โ€” (Araboota) โ–  "Beekumsi nyaata lubbuuti." โ€” (Pilaatoo) โ–  "Amala nama tokkoo yoo baruu feete aangoo yookiin taayitaa kenniif." โ€” (Abrahaam Liinkan) Join join share @Zizu_Man๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
โˆš Bishaan danfu keessatti of ilaaluun of arguu hin dandeessu; Isa qabbanaa'e keessattii immoo eenyummaa kee argaachuu dandeeta.!! โžช Kanaafuu, Obsi Obsan Darba โšช๐Ÿ”ดโšซ โšช๐Ÿ”ดโšซ
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.