cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

ABDII SABAA

Show more
Finland248The language is not specifiedNews & Media6 807
Advertising posts
30 858
Subscribers
-1324 hours
-797 days
+3330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Dooktar Abiy Ahimad Biilgeets waliin kilaastara qamadii fi horsiisa lukkuu daawwatan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooressa Addunyaa Biilgeetis waliin kilaastara misooma qamadii fi horsiisa lukkuu daawwataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin Biil Geet bara 2010 booda yeroo 2ffaaf gara Itiyoophiyaatti baga nagaan dhuftan jechuun simataniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ๐Ÿ“ก
Show all...
๐Ÿ‘ 116โค 33๐Ÿ‘ 15๐Ÿ˜ 8๐Ÿค” 8
Siโ€™a sadii ol nama murteen duโ€™aa itti murteeffamee ture, Daawit Dirribaa. Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura yakka cimaan himatamee murtoon adabbiin duโ€™aa yeroo 3 irratti darbee kan ture taโ€™uu ibsame Namoota qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii camsuun toโ€™annoon jala oolaan keessa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura maqaa Daawwit Dirribaa Badhaanee jedhuun yakka cimaan himatamee murtoon adabbii duโ€™aa siโ€™a 3 irratti kan darbe taโ€™uu Poolisiin Federaalaa beeksiise. Yakkamaan kun bara 1989 hanga 1999tti maqaa Daawwiit Dirribaa Badhaanee jedhuun yakkoota adda addaan himatamuun manni murtii yeroo 3 adabbii duโ€™aa irratti murteessee turuu Poolisiin Federaalaa ibseera. Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha yakkaa 2ffaa Mudde 25, 1999 ooleen yakka saamichaa, hannaa, reebichaa, ajjeechaa fi seera camsuun himata irratti dhiyaateen adabbii cimaa umrii guutuu irratti murteessee turuu qorannoon poolisiin mirkaneesseera. Shakkamaan kun maqaa Eeliyaas Dirribaa Badhaanee, Jamaal Nuuruu fi Daawwit Dirribaa Badhaanee jedhu fayyadamuun meeshaalee waraanaa 11 saamuu, hanna garaagaraa, nama 3 ajjeesuu dabalatee yakkoot adda addaa hedduun himatamuun murtoon adabbii cimaa umrii guutuu itti murtaaโ€™ee turuu eereera. Akkasumas Shakkamaan kun saamicha meeshaa waraanaan deeggarame raawwachuu, yakka mana hidhaa miliquu fi yakka hannaa garaagaraa raawwachuu himatamuun Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha yakkaa 2ffaa Ebla 30, 2000 ooleen irra deebiin adabbii cimaa umrii guutuun adabuu himeera. Shakkamaan kun murtoo duโ€™aa irratti darbe ol iyyannoon gara umrii guutuutti akka jijjiiramuuf taasiisus, irra deebiin iyyannoo dhiyeeffachuun gara adabbii waggaa 25tti jijjiiramuun waggaa 17 mana amala sirreessaa erga turee booda dhiifamaan gadi lakkifamuu Poolisiin qorannoo taasiiseen mirkaneessuu ibseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก
Show all...
๐Ÿ‘ 74โค 2
Manni Murtii Shakkamtoota Jaโ€™an Irratti Guyyoota Qorannoo 14 Eeyyame Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa Dhaddachi Beellama Yeroo, shakkamtoota jaโ€™an nageenya daandii qilleensaa balaarraa buusuuf sochoโ€™aniiru jedhamuun shakkamuun yakka shorokeessummaan himatamanirratti guyyoota qorannoo 14 eeyyeme. Manni murtichaa kaleessa Yaada Qorannoo Poolisii Federaalaa fi qabxii falmii Abukaatoonni shakkamtootaa kaasanirraatti yaada murtoo kennuuf harโ€™atti beellamuun ni yaadatama. Haaluma kanaan dhaddacha harโ€™aan Galmee himataa Yohaannis Daaniโ€™eel Barihee (Joon Daaniโ€™eel) jalatti kan hammataman jaโ€™arratti Poolisii qorataaf yeroo qorannoo dabalataa eyyamuun amansiisaa taโ€™uurraan Manni Murtichaa guyyoota qoranoo 14 eeyyameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก
Show all...
๐Ÿ‘ 34โค 3
Photo unavailableShow in Telegram
#update Shakkamtoonni 6 haala hojimaata aviyeeshinii cabsuun jeequmsaa fi doorsisa uumaniiru jedhaman, har'a mana murtiitti dhiyaataniiru. Dhaddachi Mana Murtii Olaanaa Federaalaa falmii bitaa fi mirgaa ergaa dhaggeefatee booda qorannaaf guyyoota 14 Poolisiin Federaalaa gaafateef guyyaa boruu Hagayya 21, 2016 murtii kennuuf beellamee jira. Shakkamtoonni kunneen karaa abukaatoo isaaniitiin mirga wabii gaafataniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ๐Ÿ“ก
Show all...
๐Ÿ‘ 35โค 1๐Ÿ˜ 1
#Ethiopia Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa suuraa eenyummaa namoota dhuunfaa 6 kan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaatti seeraa fi hojimaata siiviil aviyeeshinii cabsuudhaan to'annoo jala oolaniifi fi qorannoon shororkeessummaa irratti baname agarsiisu gadhiisee jira. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก
Show all...
๐Ÿ‘ 40โค 1๐Ÿคฏ 1
Amma Seenuun yaalaa Nama 1 yoo Affeertan Qarshii 5 isiniif kaffala. Qarshii 20 irraa kaasee baafachuu Dandeessu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/BirrReferBot?start=r0158985235
Show all...
๐Ÿ‘ 39โค 5
Wanti kun ๐Ÿ’ฏ% dhugaadha Ammumarraa kaasaa eegalaa
Show all...
๐Ÿ‘ 14
Amma Seenuun yaalaa Nama 1 yoo Affeertan Qarshii 5 isiniif kaffala. Qarshii 20 irraa kaasee baafachuu Dandeessu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/BirrReferBot?start=r0158985235
Show all...

๐Ÿ‘ 26โค 9
๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘จ๐‘ต๐‘จ๐‘จ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ๐‘ด๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ฉ๐‘จ๐‘น๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ผ๐‘ผโ‰๏ธ ๐‘พ๐‘ฏ๐‘จ๐‘ป ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ ๐‘ซ๐‘ถ ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฌ๐’€ ๐‘พ๐‘จ๐‘ต๐‘ปโ‰๏ธ Chaanaalii Akkamii Barbaadduโ‰๏ธ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa แˆแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ‰๏ธ  แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ แ‰€แˆ™แ‰ฃแ‰ธแ‹ แˆแˆ‰แˆ แŠ แˆตแˆแˆ‹แŒŠ แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠ•แข         ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง          ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ           ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ @seyfal_islam
Show all...
๐Ÿ˜ 1
Channel Afaan Oromoo
Da'awaa Islaamaa
Galaa Jireenyaa
Kuusaa Walaloo
Urjii islaamaa
Seyfal islaam
Hunda Bakka 1tti
#OduuAmmee Korri TPLF hoggansa paartichaa filate; Geetaachoo Raddaan aangorraa kaafaman Guyyoota torban darbaniif kora 14ffaa isaa gaggeessaa kan ture Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon G/mikaaโ€™eliin irra deebiin dura taaโ€™aa gochuun filachuu beeksise. Kana malees, Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo #Tigraay fi Dura Taaโ€™aa Itti Aanaa TPLF kan taโ€™an Geetaachoo Raddaa itti gaafatamummaa paartii irraa kaasuun bakka isaanii Amaanu'eel Asaffaa dura taaโ€™aa itti aanaa gochuun filateera. Paartichi kora guyyoota torbaaf gaggeesseen miseensota koree giddugaleessaa 45, akkasumas koree hoji raawwachiiftuu 9 filateera. Dura taa'aa fi itti aanaa isaanii dabalataan Fatilawarq G/Egzaabiheer, Liyaa Kaasaa, Taklaay Gabramadiin, Fissahaa Haaftatsiyoon, Abrahaam Takaste, Radaa'i Barha, fi Solomoon Kidaana miseensota koree hoji raawwachiiftuu ta'uun filataman. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก
Show all...
๐Ÿ‘ 33โค 3๐Ÿ˜ 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.