cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Galaa Sammuu

The reading nation, the leading nation! In this channel:- πŸ‘‰Books 2.New apps and technologies 3. Self help messages 4. short stories Buy ads: https://telega.io/c/Afrowisdom1 Contact: @Qananii1

Show more
Finland771The language is not specifiedEducation16 243
Advertising posts
11 076
Subscribers
+5624 hours
+2307 days
+85430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Barattoota manneen barnoota Bultii Addaa WMO fi Ifa Boruu darban. @odawmo
Show all...
Barattoota MBBA'f Qorumsa Darban.pdf20.89 MB
πŸ‘ 4❀ 4
Barattoota manneen barnoota Bultii Addaa WMO fi Ifa Boruu darban.
Show all...
Barattoota MBBA'f Qorumsa Darban.pdf20.89 MB
Urjiilee Oromiyaa ⭐⭐⭐⭐⭐ Ammas irra deebi'uun uummanni Oromoo, miseensonniifi deeggartoonni, akkasumas miseensonni Boordii, hoggansiifi hojjettoonni WMO hundi baga gammaddan! Tokkummaan Misoomaaf!
Show all...
πŸ‘ 23❀ 18
Photo unavailableShow in Telegram
Simbirtuu! Baga gammaddan, Baga gammanne! Manni barumsa Bultii Addaa WMO barattoota qormaata biyyoolessaa qoraman 100% dabarsuun irra deebi'uun seenaa galmeesseera. Dabalataan barattoonni gosa barnoota Herreega, Fiiziksiifi Keemistirii 100 keessaa 100 galmeessuun qabxii bara kanaa adda taasisaniiru. Uummanni Oromoo, miseensonniifi deeggartoonni WMO hundi baga gammaddan .
Show all...
❀ 25πŸ‘ 3
kennaa urjii(star) walitti qabachuu hin irraanfatinaa .. . πŸ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=426605945
Show all...
Major

Welcome to @Major bot. Boost your rating by stars and completing tasks. Convert rating to $MAJOR token soon.

πŸ‘ 3❀ 1
Barattoonni mana barumsa Bultii Addaa WMO leenjii 'AddisCoder spark' fudhachaa turan xummuran. [WMO-Hagayya 29/2016] Barattoonni mana barumsa Bultii Addaa WMO leenjii 'Addis coder Spark' torbee lamaaf mana barumsa Bultii Addaa WMO damee Bishooftuutti fudhachaa turan xummuruun waraqaa ragaa fudhatan. Leenjii kanaan, mata dureewwan, 'programming language(python), algorithm and dynamic programming irratti kan fudhatanii yoo ta'u, dabalataanis haala ittiin barnoota bilisaa (scholarship) biyyoota garagaraa 'apply' godhan irratti muuxannoo barattoota kanaan dura carricha arganirraa qooddataniiru. Leenjiin kun barattoota mana barumsa Bultii Addaa WMO bara darbe leenji'aniin kan kennamaa tureefi namoonni biroonis karaa 'online' argamuun muuxannoo barattootaaf qoodaniiru. Leenjii kanarratti daarikteerri olaanaan WMO obbo Dajanee Itichaa argamuudhaan barattoonni jabaatanii leenjicha hordofuun carraa argatan kanatti sirnaan fayyadamuu barattoota hafaniifis muuxannoo akka qooduu qaban dhaamsa dabarsaafi turaniiru Tokkummaan Misoomaaf!
Show all...
πŸ‘ 10πŸ₯° 3
πŸ’” 2

Nama kana kaleessuman arge. Gaaffii polotikaa Oromoo keessatti 'strange' ta'eefi hin gaafatamne gaafata. Laalee...laaleen...waa yaadadhe😌 .....Waggaa 4 dura jabana 'euphoria' keessa gurbaan baala-goofareen tokko, Gadamoojjii siyaasa Oromoo tokkoon, "Oromummaa maalirratti bu'uuressitanii?" jedhee gaafate. Kan biraan immoo, "Bilisummaan bara 1960'moota keessa isin abjoottan maal fakkaataa?, bilisummaan baantan bilisummaa ta'uufi isin bilisoomsaa ta'uu maaliin beeknaa?"jedhee gaafate. Jaarsi gaafficha irra dibeetuma darbe. Kan biraas, "Dhaloota Oromummaa sadarkaa beekumsa ofiitti hiikkatu kana eenyutu uumee? You have nurtured the generation who define Oromummaa subjectively and down to its level folly." jedheeni. Kunis hin deebine...? Maayiirratti gaafa Jaarroleen paartii garagaraa wal geechu, "Isin hunduu Oromoo ofiin jettu, 'political ideology' keessan adda addatti nutti hin himne. Dur ormaafi Oromoo jennee isin filanna. Oromoo lama keessaa nasiibumaan isin filannamoo maaliin adda taatuu?"jedhee gaafata. Kaan seenaa himate, kaan of kuule, kaanimmoo aareet arrabsoo kajeele. Amma dhaloonni akka nama kanaatti odoo gaafate, jaarrooleen polotikaa keenya ni deebisuu laata? Moojiree..? Afuurri gaaffii akkanaa natti baay'istu...rukutami...torba iyyii bahi...No😁 Abbaa Daakaa, ani qubeen eega, ati na eegiπŸ™πŸ₯°
Show all...
πŸ‘ 20❀ 2πŸ’” 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.