cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa πŸ’¬NU QUNNAMUUFπŸ’¬ @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @Abdiisabaa 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa

Show more
Finland3The language is not specifiedNews & Media224
Advertising posts
447 610
Subscribers
+31324 hours
+3 6337 days
+30 82830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Bu'aan barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 ifoomeera. Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera https://result.ethernet.edu.et/ irraa argattu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
πŸ‘ 858❀ 194🀯 59πŸ₯° 58πŸ†’ 48😱 43πŸ”₯ 36πŸ’˜ 36πŸ‘ 33😨 30πŸŽ‰ 25
#Waamicha #yuunivarsitii_Arsii Barattoota idilee akkasumas bara 2017 Barattoonni haaraa Yuunivarsitii Arsiitti ramadamtan guyyaan seensaa fi galmee Fulbaana 20 fi 21/2017 ta’uu Yuunivarsitichi beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
πŸ‘ 566❀ 98πŸ‘ 41πŸ† 41πŸ”₯ 37🫑 6🀯 3😱 3
#Waamicha #yuunivarsitii_Asoosaa Yuunivarsitiin Asoosaa yeroon galmee barattoota idilee bara barnootaa 2017 Fulbaana 27 fi 28/2017 ta’uu beeksise. Guyyaan galmee barattoota yeroo boqonnaa Fulbaana 25 fi 26/2017 akka ta’e ibsamee jira. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
πŸ‘ 281❀ 49πŸ”₯ 16🀝 15😨 14πŸ‘ 11πŸ‘Œ 11πŸ₯° 1
#Komii_barattootaa. #Salaale. Waamicha manneen barnoota olaanoo yeroo hammaa kana taasifamaa jiruun wal qabatee barattoonnii iddoowwaan rakkoo nageenyaa jirutti argaman rakkinaa fi yaaddoo hamaa keessa jiraachuu isaanii himan. Akkuma beekkamu yunivarsiitiiwwa addaa addaa wayita kana barattootaa waamaa kan jiran yoo ta'u Kanuma ilaalchisuudhaan barattoonni  naannolee rakkoon nageenyaa muudatee jirutti argaman rakkoo networkiitiin rakkachaa akka jiran heeraniiru. Keessumayyuu barattoonni salaaleetti argaman hedduu rakkachaa akka jiranii fi qaamni  dhimmichi ilaallatu furmaata akka itti laatuuf gaafataniiru. Haalli nageenyaa jirus yaaddeessa ta'uu heeraan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
πŸ‘ 505❀ 67😒 53πŸ‘ 26🀯 14πŸ₯° 8πŸ”₯ 5😱 3
Photo unavailableShow in Telegram
#iyyaafannoo Namni asii suuraan mula'attu tun kan maqaan ishee Madaanit Gizaaw Hordofaa jedhamtu Gaafa guyyaa 5/12/2016 sa’a 7:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Roobee Ganda Caffee Doonsaattii manaa baatee manatti hin debi'nee, gaafa manaa baatuu surree bifa daalachaa qabuu, kootii gurraachaa fi shurraabii bulee godhattee manaa baate. Kanaafuu namoonni argitan ykn iddoo isheen jirtuu beektan nugargaraa jedhuu maatin ishee. Gatii dadhabbii keessaniis ni kaffala jedhu maatiin. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
πŸ‘ 212❀ 33πŸ₯° 13πŸ‘ 11πŸ’” 11😱 7πŸ”₯ 2
Photo unavailableShow in Telegram
#iyyaafannoo Namni asii suuraan mula'attu tun kan maqaan ishee Madaanit Gizaaw Hordofaa jedhamtuu Gaafa guyyaa 5/12/2016 sa'atti 7:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Roobee Gandaa Caafee Doonsaattii manaa baate manaatii hin debi'nee, gaafa manaa baatuu suree bifaa dallachaa qabuu, kootii gurrachaa fi shurrabii bulee godhatee manaa baatee kanafuu namonnii argitaan yookiin iddoo ishee jirtuu beektan nugargaraa jedhuu maatin ishee. Gatii dadhabii kessaanis ni kaffala jedhuu maatiin ishee. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
#Ads Barattoota barnoota fayyaa gatii madaalawaan oonlaayin viidiyoo qulqullina isaa eeggateen Afaan Oromoon barachuu barbaaddan marti karaa @fayyaa_courses nu hordofaa. Galmeee eegallee jirra namoota dursanii galmaa’aniif 50% gatii hirrisnee jirra FAYYAA COURSES
Show all...
πŸ‘ 211πŸ‘ 23❀ 22🫑 9
#Waamicha #yuunivarsitii_Hawaasaa Yuunivarsitiin Hawaasaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
πŸ‘ 160❀ 19πŸ‘ 8πŸŽ‰ 7
#Waamicha #yuunivarsitii_Gaambeellaa Yuunivarsitiin Gaambeellaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
πŸ‘ 425❀ 78πŸ‘ 37🀯 37πŸ”₯ 12πŸ₯° 1πŸŽ‰ 1
#Waamicha #yuunivarsitii_Gaambeellaa Yuunivarsitiin Gaambeellaa guyyaan waamichaa Fulbaana 21 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.