cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

KANENUS Tech

🚀 Welcome to KANENUS Tech! 🚀 Your hub for full stack development, forex, crypto, and online business. 💻 Full Stack Dev | 💹 Forex Trading | 📈 Crypto | 💼 Online Business Join us for tutorials, tips, and insights. https://t.me/kanenus_tech

Show more
Advertising posts
10 028
Subscribers
+124 hours
-167 days
+7330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Bu'aan barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 ifoomeera. Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera https://result.ethernet.edu.et/ irraa argattu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Show all...
👍 3🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
Dafaa airdrop ajaaiba kana jalqaba Binance gadhisee 👉 https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startapp=ref_676024673&startApp=ref_676024673
Show all...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Catizen surpasses 1 million paying users Before $CATI token official launch on 20th of September, Catizen has already achieved remarkable growth, with over 39M total users and 18M active monthly users. Recently, the Stake To Earn activity has seen massive engagement, boasting more than 800,000 participants and 13M $CATI tokens staked. Key achievements: ▪️ 8M daily active users ▪️ 3M cumulative on-chain users ▪️ 39M+ on-chain interactions ▪️ 1.1M paying users ▪️ $31M in revenue Catizen is now the first consumer-level Web3 app to surpass a million paying users. Try Catizen now!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
OpenAI moodeelota AI haaraa walduraa duubaan gadhiisuu jalqabuuf jira. Moodeelotni kun adda kan taasisu gaaffii tokkoof deebii kennuudhaaf yeroo dheeraa fudhachuu fi gaaffilee walxaxaa ta'an salphaatti deebisuuf gargaaruu isaaniiti jedha openAI. Saayinsii, koodii fi herrega keessatti hojiiwwan walxaxaa ta’an hojjechuu fi pirobleemota rakkisaa ta’an moodeelota duraanii caalaa furuu danda’u. OpenAI marsaa kana "Moodeelota kana akkuma namaa deebii kennuu isaanii dura yeroo baay'ee rakkoolee keessa yaadanii akka dabarsan leenjifne jedhuu. Leenjiidhaan adeemsa yaada isaanii fooyyessuu, tooftaa adda addaa yaaluu fi dogoggora isaanii adda baasuu akka danda'an gooneerra," jedhu. Moodeelli OpenAI-o1 torban kana kan ba'e yoo ta'u, gara fuulduraattis moodeelonni walfakkaatan akka gadhiifaman beeksiseera.
Show all...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Akkuma suuraa irratti argitan suuraan ganama irraa eegalee bal'inaan naanna'aa jiru kun Cati ykn maqaa airdrop isaa Catizen kan jedhamu yoo ta'u, gatiin gabaa duraa bybit irratti Cati tokkoof $100 akka ta'e himama, kanaaf namni Cati 2 qabu $200 argata akka premarket jedhutti odeeffannoon kun miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti tamsa'aa ture. Haa ta'u malee, Baybit amma rakkoo kana sirreessee gatii gabaa duraa Cati gara doolaara 0.7tti deebiseera. @abrelo_tech
Show all...
👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa sharafa Guyyaa har'a 📈
Show all...
👍 1
#Waamicha #Ambo_University #Yuunivarsiitii_Amboo Barattoota Yuunivarsiitii Ambootiif Bara barnootaa 2017'f guyyaan galmee Fulbaana 27 fi 28 bara 2017 yoo ta'u, qaamaan argamuun akka galmooftan, akkasumas barnoota sagantaa reemeediyaalii hordofaa turtanii qabxii darbiinsaa kanneen fiddan fi barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 fudhattanii qabxii darbiinsaa fiddanii Yuunivarsiitii Ambootti ramadamtaniif guyyaan galmee yeroo biraa kan ibsamu ta'a. Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa! ✈️✈️✈️ Join our Telegram channel for new vacancy 👇👇👇 https://t.me/kanenus_vacancy
Show all...
KANENUS Vacancy

Karaalee ittiin daldala fi beeksisa qabdaan ittin dhiheeffattan channel kun filannoo jalqabaa keessaan haa tahu!

👍 1
Barattootni eebbifamtani baatanii hojii barbaadaa jirtan, beeksisa hojii/vacancy karaa channel kana isiniif dhiyeessuu eegallee waan jiruuf channel kana join godha 👇👇👇👇 @kanenus_vacancy @kanenus_vacancy
Show all...
👍 7
Good morning guys 🌄
Show all...
👍 13
Photo unavailableShow in Telegram
Over the past two weeks, the DOGS token has seen tremendous growth, with 17 million users claiming their tokens. Daily active user addresses reached 1.1 million on multiple occasions, and single-day transactions peaked at 14.4 million, driven largely by the DOGS token distribution. DOGS is now held by 4.5 million unique wallets on TON, setting a new record for the most unique token holders on any blockchain within such a short time frame. Only USDt on TRON and Ethereum have more holders than DOGS. DOGS, a meme project on TON inspired by Pavel Durov’s iconic dog drawing, has made history by hosting the largest meme token generation event (TGE) in cryptocurrency. Key engagement metrics include: - 53 million users interacted with the DOGS Mini App - 42.2 million users were eligible for the token airdrop - 17 million users claimed their airdropped tokens - 4.5 million unique token holders These unprecedented engagement levels in Web3 mark a new chapter for blockchain. Looking ahead to September, even larger TGEs for projects like Catizen and Hamster Kombat are expected, potentially bringing tens or even hundreds of millions of new users to the blockchain. While the network will face technical challenges, we remain committed to overcoming these obstacles and advancing toward mass adoption.
Show all...
👍 8
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.