cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

OROMIYAA MEDIA🌍

Show more
Finland3 049The language is not specifiedNews & Media44 892
Advertising posts
1 120
Subscribers
+524 hours
+247 days
+7230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from ABDII SABAA MEDIA
Photo unavailableShow in Telegram
#Qoosaa_Waggaa_ Kana👌😁😄 Waggaa 10n kana maaltu ta'a beektaa? 1) Yuuniversiitiilee hedduun waarshaalee fi Muuziyeemiitti jijjiramu. 2) Hojjetoonni Yunivaristii dhabdoota ta'u. 3) Namni qormaata 12ffaa darbe goota jedhamee siidaan isaa magaalaa walakkaatti dhaabamaaf. 4) maatiin mucaan isaanii 12 darbe beekamtiin kennameefii konkolaataa ykn mana badhaafamu. 5) Barataan qormaata 12ffaa darbe namoonni suura waliin kaana jedhanii waaan rakkisaniif eegdonnii ramadamaniifii deemu. #FacebookPage #follow https://www.facebook.com/empirestateatoman @ABDII_SABAA_MEDIA
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Waamicha #ASTU Yuunivarsitiin Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa guyyaan waamichaa barattoota digirii jalqabaafi lammaffaa Fulbaana 21- 22/2017 ta’uu beeksiseera. Fulbaana 23 barnooti ni eegala. Adabbiin galmaa’uuf Fulbaana 23-24/2017 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Waamicha #yuunivarsitii_Qabri_Dahar Yuunivarsitiin Qabri Dahar waamichaa barattoota wagga lammaffaafi isaa olii Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA📡
Show all...
Repost from ABDII SABAA MEDIA
Badhaasa baay'eetu jira!! 💁 ♂️ Sa'aatii muraasa hafe keessatti Telebr SuperApp fayyadamuun carraa dabalataa argadhaa Kennaa ayyaanaa hanga Birrii kuma 100 mo'adhaa! https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=983194186905603&language=om&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024 🗓 hanga galgala sa'aatii 6:00 qofatti Telebr - baayyee salphaa, saffisaa, mijataa fi amanamaa! #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSupperApp #DigitalEthiopia #DigitalAfrikaa #DhugoomsuuDigitalEthiopia telebirr SuperApp buufachuun, galmaa'uu fi daldala raawwachuun badhaasa akka argattan isin afeereera. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=983194186905603&language=om&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024
Show all...
#Waamicha #yuunivarsitii_Walayittaa_Sooddoo Yuunivarsitiin Walayittaa Sooddoo guyyaan waamichaa Fulbaana 10 - 11/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA📡
Show all...
Repost from ABDII SABAA MEDIA
#Waamicha #yuunivarsitii_Walloo Yuunivarsitiin Walloo guyyaan waamichaa Fulbaana 10 - 11/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA📡 t.me/empirebot/game?startapp=hero6349029545 🔥Play with me, grow your startup. 💸 +5k coins as your first gift 💵 +25k coins if you have Telegram Premium
Show all...
👍 1
#Waamicha #yuunivarsitii_Walloo Yuunivarsitiin Walloo guyyaan waamichaa Fulbaana 10 - 11/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA📡
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Bara Haaraan isin ga’e. Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa ta’u! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#SagaleeSabaa #Wallaggaa Waamicha yunivarsiitiiwwaan tokko tokkoon wal qabatee rakkoo uggura karaa jiruuf yaaddoo hamaa keessaa jiraachuu barattoonni Godinaalee wallaggaa keessa jiran komatan. Bara kana Yunivarsiitiin tokko tokko fulbaana 5 irraa kaasuun barattoonni mooraa akka seenaan kan waamaa jiran yoo ta'uu haa ta'u malee kun ammoo barattoota Godinaalee wallaggaa Arfan keessa jiran maraafuu yaaddoo hamaa ta'uu barattoonnii dubbatanii jiru. Barataa yunivarsiitii Arbaa minc kan ta'e barataan maqaasaa ibsuu hin barbaadne heeruu kenneen yunivarsiitichi gaafa guyyaa 5 fi 6tti waamuu ilaalchisee wayita kana uggura karaa jiru hordofee rakkoo keessa akka jiran ibsee jira. Keessumaayyuu wallaggi lixaa rakkoo cimaa keessa akka jiranii fi barattoonillee deemuuf hedduu rakkachaa akka jiran heeruudhaan qaamni dhimmichi ilaallattu furmaata akka itti laatuuf gaafataniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.