cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

BBC Afaan Oromoo Official

Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo

Show more
Ethiopia180The language is not specifiedNews & Media1 275
Advertising posts
119 883
Subscribers
+23824 hours
+1 5447 days
+7 46030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Lamichi lammii Israa’el ta’e tokko shira Iraan Ministira Muummee Israa’el Benjaamiin Netaaniyaahuu fi aanga’oota olaanoo biroo ajjeesuudhaaf xaxaa turte keessatti hirmaate jedhame tokko to’annoo jala oolfamuu waajirri nageenyaa Israa’el beeksise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gyxQSsD
Show all...

37👍 22🥰 9😱 6🫡 6🔥 2
Baha Itoophiyaatti kan argam Naannoo Somaalee, godina Doolloo magaala Waardeer keessatti haleellaa hidhattoonni masijiida keessatti raawwataniin namoonni jaha ajjeeffamusaanii jaarsooliifi jiraattoonni naannichaa BBC Somaaleetti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/N8bMcXa
Show all...
Haleellaa naannoo Somaalee masjiida keessatti raawwateen jaha ajjeefaman

Baha Itoophiyaatti kan argam Naannoo Somaalee, godina Doolloo magaala Waardeer keessatti haleellaa hidhattoonni masijiida keessatti raawwataniin namoonni jaha ajjeeffamusaanii jaarsooliifi jiraattoonni naannichaa BBC Somaaleetti himan.

18🔥 7😢 5👍 4
Siyaasa Itoophiyaa keessa waggoota hedduuf kan turan Piroofesar Bayyanaa Pheexiroos boqochuu jalqaba miidiyaa hawaasaa isaaniirratti kan ibsan Ministira Muummee Abiy Ahmad. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/a1koRmD
Show all...

10👍 3😁 1
Somaalilaand iddoo lammiileen Itoophiyaa hedduun itti baqatan yoo taatu, erga dhibdeen sababa waliigaltee Itoophiyaa fi Somaalilaand mudate hammaatee garuu haalli daran geeddaramuu jiraattonni BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LlXSHWp
Show all...

👍 16😭 8 6
Addi Bilisa Baasaa Ogaadeen mootummaan Itoophiyaa waliigaltee nagaa bara 2018 mallatteessuun biyyatti akka deebinu tahe 'cabseera'' jechuun komate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u5Sbv4y
Show all...

👍 14
Guutummaa Libaanos keessatti raadiyoon qunnamtii miseensonni Hezbollaa qabatan al tokkotti dhodhohuun namoota heddu yoo ajjeesu miseensonni Hezbollaa kumaan lakkaa'aman irra miidhan gaheera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4DcJOFT
Show all...

👍 4 3
Dhiyeenya kana dubbii aanga’oonni Somaaliyaafi Itoophiyaa walitti deebisan cimaa dhufeera. Kun ammoo walitti bu’iinsa kallattiin ykn karaa biraatiin gaggeeffamu kaasa soda jedhu uumeera. Akkas taanaan humnoota Masiriifi Itoophiyaa Somaaliyaa keessa buufatan gidduutti walitti bu’insi kallattiin akka jiraatu gochuu keessatti carraa olaanaa qabaata jedhamee sodaatama. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9JMl61D
Show all...

👍 36👏 2 1
Itoophiyaatti waggoota sadan darban keessa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii kan argatan %5 gadi.Bara 2023 barattoota qoraman keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii [% 50 ol] kan argatan %3.3 qofa ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZK9s4PN
Show all...

👍 19 1
Dhohinsi marsaa lammataa Libaanoon keessatti Roobii kaleessaa kan dhaga’ame wayita namoonni baay’een guutuu Libaanos keessatti sirna awwaalchaa namoota dhohinsa meeshaan qunnamtii (peejiroonni)n ajjeefaman gaggeessuuf walitti qabamaniitti ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wdLGFpT
Show all...

👍 12 7
Tokkummaa fi birmadummaa biyya Somaaliyaa akka kabajamu gochuun yoomiyyuu ejjennoo isaa ta'uu jaarmiyaan Tumsa Misoomaa Biyyoota Baha Afrikaa (IGAD) ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PYeuAQD
Show all...
Ejjennoon IGAD ammallee tokkummaan daangaa fi birmadummaan Somaaliyaa akka kabajamuudha- Dr Warqinaa

Tokkummaa fi birmadummaa biyya Somaaliyaa akka kabajamu gochuun yoomiyyuu ejjennoo isaa ta'uu jaarmiyaan Tumsa Misoomaa Biyyoota Baha Afrikaa (IGAD) ibse.

👍 50 8😁 7👎 2
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.