cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

CENTRAL HARARGE STUDENTS

Telegram Chaanaalii kanarraa kitaabilee garagaraa argachuu ni dandeessan Kitaabilee kutaa 9-12 Akkasumaas university argachuun ni dandeessan Keessattuu warri freshman isin fayyada Wantoota barnoota ala ta'an asirratti maxxansuun dhorkaadha

Show more
Ethiopia6 004The language is not specifiedEducation42 060
Advertising posts
3 262
Subscribers
+224 hours
+297 days
+8230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
69,000 $X Voucher

You will be able to exchange this collectible for $X token after a token generation event.

Show all...
X Empire

Build your own empire!

Show all...
Moonbix

Moonbix is a Binance crypto-themed game on Telegram Mini App game. Explore the galaxy, collect items, and boost your score!

Manneen Barnoota Ifa Boruu fi Bultii Addaa #Oromiyaa 12 barattoota isaanii guutummaan dabarsaniiru Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 irratti manneen barnoota Ifa Boruu Addaa 10 fi manneen barnoota bultii addaa 2 barattoota isaanii guutummaatti (100%) dabarsuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Manneen barnoota kunneen keessaa Mana Barumsaa Ifa Boruu Addaa Yuunivarsiitii Amboo, Mattuu, Odaa Bultum, Wallaggaa, Dambi Doolloo (m/b Nagaasoo Gidaadaa), Haramaayaa, Arsii, akkasumas yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa ta'uu ibsameera. Dabalataan mana barumsaa ifa boruu addaa #Danbal (Shawaa Bahaa), MBIFA #Shaambuu (Horroo Guduruu Wallaggaa), Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa #Adaamaa fi #Bishooftuu barattoota isaanii hunda dabarsuu ibsameera. Barattoota mana barnootaa bultii addaa WMO kanneen keessaa 40% ol 500 ol galmeessuu waldichi ibseera. http://t.me/cntrl_hararghe
Show all...
CENTRAL HARARGE STUDENTS

Telegram Chaanaalii kanarraa kitaabilee garagaraa argachuu ni dandeessan Kitaabilee kutaa 9-12 Akkasumaas university argachuun ni dandeessan Keessattuu warri freshman isin fayyada Wantoota barnoota ala ta'an asirratti maxxansuun dhorkaadha

Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa tokko ka'een Deemuudhaaf dirqamee Gama maayaa City Haramaya ga'ee Achitti hin Dhaabbanne Deemsa koo itti fufee Bareedduu takkaaniin Karatti walitti dhufee Isheeniis bareeddii Akka malee haalaan Miidhaginni ishee Kan faranjii caalaa Jedheetiin gaafadhee Itti siqee suuta Si baruun barbaadee Wal haa barruu laata? Jedhee yoon gaafadhuu Ija keessa ilaalaa Isheenis naan jettee Ani urjiin jedhamaa Biyyi koo harargee Ati hoo warra eessaati Tarii eessaa dhuftee ? Aniis harargumaa Mucaa biyya keetii Baayyeedha na hattee Dhugaa onnee kootii. Deebiseetiin jedheen Yaa baredduu tiyya Hedduudha miidhagda Bareedni kee addaa Simboo wahii qabdaa Yoo suuta na ilàaltuus Onnee tiyya hattaa Wahiin si gaafadhaa Tarii jaarsa qabdaa? Ani jaarsa hin qabuu Kophaa koon jiraadhaa Maaliif na gaafattee Maal barbaaddu laata ? Yeroon isheen jettuu Anilleen gammadee Maddii hidhii ishee Dhungoon irra bu'e
Show all...
👍 8👎 3💘 1
Photo unavailableShow in Telegram
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u. Haaluma kanaan 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. https://t.me/cntrl/Hararghe
Show all...
❤‍🔥 1👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u. Haaluma kanaan 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. https://t.me/cntrl/Hararghe
Show all...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu: Manneen barnoota #Oromiyaa 553 barataa tokkoyyuu hin dabarsine: Ministeera Barnootaa Firiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2016 ALI har’a ifoomuu Ministeerri Barnoota Itoophiyaa beeksise. Ministeerichi barattoota waliigalaa qormaata kana fudhatan 684,205 keessaa 36,409 ykn 5.4% qofa qabxii darbiinsaa galmeessu ibseera. Sadarkaa biyyaalessaatti qabxiin olaanaa kan galmaa’e naannoo #Tigraay irraa yoo ta’u, 700 irraa qabxii 675 galmaa’e [Tigraay keessatti qormaanni kun 700 irraa kenname]. Kanneen 600 irraa qoraman keessaa ammoo qabxiin olaanaa 575 #Finfinneetti galmaa’eera. Gama biraatin, sadarkaa biyyaatti manneen barnoota 1,363 ta’an barattoonni isaanii guutummaatti kan hin dabarre yoo ta’u, kana keessaa 553 manneen barnoota Oromiyaa ta’uu ibsameera. https://t.me/cntrl_hararghe
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Ethiopia: Only 5.4% of students pass Grade 12 exam; #Addis_Abeba leads in pass rate The Ministry of Education has announced that only 5.4% of students passed the 2024 Grade 12 national exam, with 36,409 of the 684,405 test-takers eligible for university admission. A student from #Kallamino School in #Tigray achieved the highest score, with 675 out of 700. Addis Abeba recorded the highest pass rate among cities, with 21.4% of its candidates meeting the passing criteria. The Ministry also noted a decline in results from the #Amhara region, where only half of the eligible students took the exam. https://t.me/cntrl_hararghe
Show all...
👍 2💘 1
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoota qormaata Biyyaleesaaa Kutaa 12ffaa fudhataan keessaa barattoonni kuma 36 fi 409 (%5.4) darbuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Ministeeraa Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan firii qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa 2016 ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, barattoota qormaaticha fudhachuuf galmaa’an kuma 701 fi 749 keessaa barattoonni kuma 684 fi 205 qormaaticha fudhachuu kaasaniiru. Barattoonni kuma 29 fi 736 qormaatichaaa oonlaayiniin fudhachuu himaniiru. Bu’aan qabxii baranaa kan waggoota lamaan darbaniin yoo walbira qabamuu fooyya’aa ta’uu kaasaaniiru. Qabxii olaanaan galmaa’e 675 kanneen qormaata 700 keessaa qoraman yoo ta’u, kanneen 600 keessaa qoraman Saayinsii Umamaan 575, Saayinsii Hawaasaan ammoo 538 qabxii olaanaan akka galmaa’e ibsaniiru. Manneen barnootaa kumni 1 fi 363 barataa tokkooyyuu hin dabarsine ta'uu Pirofeesar Birhaanuun himaniiru. Barattoonnis qabxiiisaanii halkan keessaa sa'aatii 6:00 irraa eegalee ilaallachuu akka danda'an ibsaniiru.
Show all...
👍 8
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.