Lalisa T Ayana
Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti. ➢ Eenyummaan kee si keessa qofadha. Thoughts from the Product Manager / CEO / Founder of @Qaroocompany 📥inbox @LalisaTAyana 🔵Facebook add ➡️ bit.ly/32A48B8 Website ➡️ www.Qaroo.org
Show more2 320
Subscribers
-124 hours
-87 days
-4230 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Bagaa bara haaratiin nagaan isin ga'e🌻
መልካም አድሰ አማት🌻
Happy new year 🎉 2️⃣0️⃣1️⃣7️⃣
✈️@Lalisa_T_Ayana ✅
❤ 6
My YouTube channel has over 1.43k subscribers. Join us and become part of our community by subscribing below! 👇
https://www.youtube.com/@Lelotesfa
Lelo Tesfa
Share your videos with friends, family, and the world
❤ 6👍 1🥰 1
hello who Ready to work with me on upwork ✋🏻
https://www.upwork.com/freelancers/~013b5f15d3f2a5f2fd?mp_source=share
Lalisa T.
View Lalisa T. profile on Upwork, the world’s work marketplace. Lalisa is here to help: web designer/ graphics designer. Check out the complete profile and discover more professionals with the skills you need.
❤ 2
AMALOOTA NAMOOTA MILKAA'ANII TORBA (7)( Steven Kovey ) ━━━━━⊱✿⊰━━━━━ Akka hayyuu xiinsammuu Steevan Koovey kitaaba isaa "The Seven Habits of Highly Effective People" keessatti barreessetti namoonni jiruu fi jireenya isaanii keessatti milkaa'an amaloota tokko isaan godhu torba(7) qabu. 1. Be Proactive: ~ Nama Dursee Yaadu, osoo rakkoon tokko hin uumamin duratti nama itti qophaa'u ta'uu. Waan fagoodhaa namatti as deemaa jiru lafuma jala tilmaamudhaan itti qophaa'uu. 2. Begin with the end in mind: ~ Waan tokko wayita eegalan kaayyoo dhumaa sammuu keessatti qabaachuu, waan hunda dura mul'ata isa dhumaatif xiyyeeffannaa guddaa kennuu. Gufuulee xixinnoo nama mudataniin sakaalamuu osoo hin ta'in kaayyoo keenya bira gahuuf kaayyeffanne sana yaadachuun jabaachuu. 3. Put first things first: ~ Waan dursuu qabu dursuu. Waan hunda altokkotti galmaan gahuun waan hin danda'amneef wanta dursa kennuufii qabnu dura hojjachuu. 4. Think Win Win: ~ Hariiroo namoota waliin qabnu keessatti gareen lameenuu haala itti injifatu irratti xiyyeeffachuu. Ofuma qofaaf milkaa'uu fi gammaduu osoo hin ta'in namoonni kan biroos akka gammadan yookiin akka sababa keenyaan miidhaan irra hin geenye yaalii godhuu. 5. Seek First to understand and then to be understood: ~ Namoonni maalif na hin hubanne jechuudhaan duratti namoota hubachuudhaaf yaaluu. 6. Synergize: ~ Wantoota hojjannu keessatti waan qabnu hunda, yeroo, dandeettii, maallaqa keenya wal dandeessisuu; keessattuu akka dhaaba tokkootti yookii waajjira tokkotti yoo sochoonu wantoota qabnu wal simsiifnee hojjachuu. 7. Sharpen the Saw: ~ Ilaalcha keenya qaruu. Waan tokko akkaataa sirrii ta'een hubachuuf yaaluudha. ✍️ Eegaa waan guddaa akka hubattan abdiin qaba. @Lalisa_T_Ayana
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Biiroon Barnoota Oromiyaa bu'aa qormaata naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa bara 2016 beeksise.
Naannichatti qabxiin darbiinsa kutaa 8ffaa 50 fi isaa ol ta’uu waajjirichi beeksiseera.
Baadiyyaa naannichaa keessatti qabxiin darbiinsaa dhiirota 48 fi dubartoota 45 yommuu ta’u qabxiin darbiinsa barattoota qaama miidhamtootaa dhiiraaf 45, dubartootaaf 42 akka ta’e ibsameera.
Bu’aa kutaa 6ffaa ilaaluuf 👇
https://oromia6.ministry.et/#result
Bu’aa kutaa 8ffaa ilaaluuf 👇
https://oromia.ministry.et/#result
Karaa Teelegiraamaa ilaaluuf 👇
@emacs_ministry_result_qmt_bot
@Lalisa_T_Ayana
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru kan ifoomu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksisee. Via FBC
@Lalisa_T_Ayana
❤ 4
Photo unavailableShow in Telegram
Two sides for every story. Never assume. Always do your research.
Photo unavailableShow in Telegram
"Being late doesn't mean failure. Maybe it means getting ready for a great launch."
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.