cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Chiro Gola Sec.School

0938454103

Show more
Ethiopia7 122The language is not specifiedEducation50 363
Advertising posts
2 487
Subscribers
+624 hours
+487 days
+10930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Maqaa fi llmoolee Bineensotaa: @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12 ➖➖➖➖➖➖➖➖➖ 1, Ilmoo Harree--Bukurii 2, Ilmoo Qamalee- Canoo 3, Ilmoo Xaddee-Xubii 4, Ilmoo Kuruphee-Sophoo 5, Ilmoo Booyyee-Qoqalaa 6, Ilmoo Bofaa- -Leetii 7, Ilmoo Weennii-Wullee 8, Ilmoo Buutii- -Lootii 9, Ilmoo Re'ee-Maqasha 10, Ilmoo Hoolaa- Bukkuula 11, Ilmoo Adurree-Bashoo 12, Ilmoo Huummoo-Cuucii 13, Ilmoo Lukkuu-Hucoo 14, Ilmoo Sa'aa-- Waatii 15, Ilmoo Gadamsaa-Gudalaa 16, Ilmoo Saree --Buchillaa 17, Ilmoo Kanniisaa-Barrisaa 18, IlmooHantuutaa-Ajjoo 19, Ilmoo Jawwee-Lootii 20, Ilmoo Raachaa --Callee 21,Ilmoo Sololiyaa-Cuucii 22, Ilmoo Namaa --Mucaa,finaa 23, Ilmoo Sardiidoo-Xulubaa 24, Ilmoo Bosonuu-Simboo 25, Ilmoo Illeettii-Buchilaa 26, Ilmoo Roobii-Heegira 27, Ilmoo Guchii-Ruboo 28, Ilmoo Sattawwaa-Bochoola 29, Ilmoo Qocaa --Cuucii 30, Ilmoo Leencaa-Kubalee 31, Ilmoo Qerrensaa-Linchii 32, Ilmoo Arbaa--Dhobilee 33, Ilmoo Gafarsaa-Serroo 34, Ilmoo Fardaa-- Ciloo 35,Ilmoo Gaalaa-Nyarqoo 36, Ilmoo Jaldeessaa-cakkee 37, Ilmoo Simbirroo-Cuucii 38, Ilmoo Gogorrii--Cuucii 39, Ilmoo Adurree-suuliyoo ♻️ Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇 @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1 @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1 ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
Show all...
Repost from Joobira
Photo unavailableShow in Telegram
Yunbarsiitii Finfinnee Scholarship barattoota 200 qormaata kutaa 12ffaa bara kana olaanaa fidaniif akka kennu beeksise👏 አዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ለ200 ተማሪዎች ነጻ የትምህርት ዕድል ሰጠ (መስከረም 8/2017 ዓ.ም)  አዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ በዘንድሮው የ12ኛ ክፍል ፈተና ከ500 በላይ ላመጡ 200 ተማሪዎች ነጻ የትምህርት ዕድል መስጠቱን አስታውቋል፡፡ ዩኒቨርሲቲው ራስ ገዝ መሆኑን ተከትሎ በራሱ የቅበላ ሥርዓት ተቀብሎ ለማስተማር ምዝገባ እያከናወነ ይገኛል። በቅርቡ ያዘጋጀውን የተማሪዎች መግቢያ ፈተና እንደሚሰጥ፣ ብቃትን፣ ብዝኀነትንና ፍትሐዊነትን ማዕከል አድርጎ  እንደሚቀበል ገልጿል፡፡ በ2016 የትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና ወስደው 500 እና ከዚያ በላይ ያዝመዘገቡ 200 ተማሪዎችን በውድድር ነፃ የትምህርት እድል ከመኝታና የካፌ አገልግሎት ጋር እንደሚሰጥ ዩኒቨርስቲው በማህበራዊ ትስስር ገጹ አስታውቋል፡፡
Show all...
🤷‍♀ 5
bee
Show all...
🤷 6🤷‍♀ 4
beeksisa
Show all...
Guyyaa 07.docx0.18 KB
😡 3
Shiftii Kutaa 9-10= Sa'aa Dura 11-12=Sa'aa Booda Ta'uu beektanii Yunifoormii Uffachuun Yerookabajanii Akka Argamtan Isin Beeksifna. Barataan 1st Day 1st Claass Mana Barumsaa Fi Dareetti Argamee Milkaa'inii Isaa/ishee Ol'aanaadha!!!
Show all...
🤷 14
Photo unavailableShow in Telegram
    2017EC: Yes Tutorial ============= For Grades 11 and 12 Students (Natural and Social) Sagantaan Bara 2017EC (Yes Tutorial) ☞ Barattoota ganna (2016) barachaa turtanii fi barattoota harayaaf! 🧭 Guyyaa 6-1-2017 (Wixata) barnoonni ni eegala 🧭 Yeroo barnootaa:      ♦ Wixataa-Jimmataa      ♦ Sa'atii 11:30-1:30 (Galgala) 👉 Iddoon barnootaa:        ♦ Mana Barumsaa Sad. 2ffaa Carcar        ♦ Daree barattootaa kutaa 11 fi 12:                 Gamoo/Foqii Gubbaa የ2017 ፕሮግራም (Yes Tutorial) ================= ☞ የ2016 የክረምት ትምህርት ስትማሩ ለነበራችሁ ና ለአዲስ ተማሪዎች በሙሉ 🧭 ሰኞ (6-1-2017EC) የቲቶሪያል ትምህርት ይጀምራል 🧭 የትምህርት ሰዓት:        ♦ ከሰኞ-አርብ        ♦ ከ11:30-1:30 (ማታ) 👉 ቦታ (ትምህርቱ የሚሰጠው)         ♦ በጨርጨር 2ኛ ደረጃ ት/ቤት         ♦ የ11ኛ ና 12ኛ ክፍል ህንፃ ፎቁ ላይ ☎️ Phones +251912370583/ 0910068796/0913985659
Show all...
#Ofeeggannoo_Haa_Goonuu⚠️ Ergaa Ariifachiisaa Jiraattoota Godina Harargee Lixaa Hundaaf!! Dhukkubni garaa kaasaafi haqqee ariifachisaan/koleeraa/yeroo ammaa mul’atee waan jiruuf, hawaasni keenyaa weerara dhibee balaafamaa kanaarraa ofeeggannoo cimaa akka taasiftan jechuun waajjirri fayyaa godina harargee lixaa beeksiseera. Haaluma kanaan yeroo amma dhibeen garaa kaasaafi haqqee ariifachisaan kuni yeroo ammaa iddoo tokko tokkootti mul'atee waan jiruuf dhibeen kun akka babal'achuu waan danda'uuf hawaasni keenyaa hundi ofeeggannoo cimaa gochuu akka qabuus dhaamameetti jira. Dhibeen haqqeefi garaa kaasaafi tooftaalee ittisaa! Dhibee haqqeefi garaa kaasaan maali? Koleeraan dhukkuba  garaa kaasaafi haqqee sardaa baakteeriyaan dhufuudha. Dhukkuba daddarbaa baakteeriyaa 'viibriyoo koleeree'jedhamuun kan dhufu tahee, garaa kaasaa ariifachisaafi haqqee sardaaf kan nama saaxiluufi hanga du'aatiitti geessisuutti kan deemudha. Dhukkubni kuni sa’aatii muraasa keessatti haqqisaa(haqqee)fi bobbaa (teessisaa) irraan dhangala’aa baay’ina qabu dafee dafee qaamaa keessaa liitira baay’ee baasuudhaan dadhabsiisuufi miidhuudhaan hanga lubbuu dabarsuu dhibee ga’uudhas jedhama. ⏯️Mallattoolee_Dhibee_Kanaa: Dhukkubni haqqee sardaafi garaa kaasaa nama tokko yeroo qabu mallattoolee garaagaraa armaan gadii agarsiisuu danda'a. kunis: ▶️Garaa kaasaa fi haqqee sardaa walirraa hin cinne ▶️Garaa kaasa ariifachiisaa garaa dhukkubbii hin qabne biftii isaa bishaan Ruuzii fakkaatu. ▶️Dhukkubbii mataas qabaachuu danda’a , Dadhabbii qaamaa qabachuu ▶️Gogiinsa qaamaafi qaamni qorruu, Afaan goguu, Ijji godaa mullachuu ▶️Garaa kaasaa saffisaa fi dhangala’aa hedduu ba'uu, Qaamni dhangala’aa barbaadu dhabuu. ▶️Dhibbaan dhigaa gad bu'uu. Dhukkubbii maashaa ⏯️Sababoota dhukkuba kanaaf nama saaxilan ▶️Hanqina qulqullina dhuunfaa fi naannoo dhabuu ,Mana fincaaniitti sirnaan fayyadamuu dhabuu ▶️Nyaataafi bishaan dhugaatii qulqulluu hin taane fayyadamuu ▶️Nyaata dheedhii ykn muduuraafi kuduraa osoo hi
Show all...
Barattoota Mana Barnootaa Ciroo Golaa Hundaaf Baga Bara Barnootaa 2017Nagaan geessan Jechaa Guyyaa Wixataa Baruu Barsisuun Waan eegalamuuf ganama sa'aatti 2:00irratti dursiitanii argamuun haala walii gala eegalii baruu barsisuu bara barnootichaa irratti ergaan adda addaa waan isiniif mana barnootichaa irraa darbuuf yeroo kabajuun akka atgamtan isin beeksiifna. Ramaddii Daree Fi Kochoo/shiftii Keessaniis Kan Ilaalatan Ta'a. "First Day"First Class Day" Will Begins For Bright Future!
Show all...
😡 16🤷‍♀ 6
Ramaddii kutaa fi daree kan bara 2017
Show all...
STUNDTS CLASS DISTRIBUTION 2017.xlsx1.21 KB
🤷 16🤷‍♀ 6😡 6
Photo unavailableShow in Telegram
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.