cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Dr. Ilillii Jemaal

Fayyaa keenya haa eeggannu

Show more
Finland926The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
9 284
Subscribers
+19724 hours
+1637 days
+1 72730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Buna Gurraacha | Vs | Bunaa Aananii ** Buna Gurraacha: - Bishanii fi daaku firi bunaatiin kan danfifamu. - Hamma Kaafiinii guddaa qaba. - Kaalorii - humna sooratni kennu- xiqqaa (5 KC) qaba. Buna Aananii: - Aananii fi daakuu firii bunaatiin kan danfifamu - Hamma Kaafiinii buna gurraachaa gadii qaba - Hamma Kaloori guddaa (60 KC) qaba - Albuudoota, pirootiinii, faattii fi kompaawundoota biroo aanan irraa argaman qaba. β€” β€” Kam haa filannu? ● Si’eessummaa fi kaka’umsa β€œKaafiiniin” argamu caalatti argachuuf buna gurraacha dhugaa. ● Gubaa laphee -β€˜Qaar’- yoo kan isin rakkisuu ta’e buna aananii filadhaa. ● Ulfaatinna hirdhisuu worri barbaaddan buna gurraacha filadhaa; bunni aananii kaalorii guddaa waan qabuuf. ● Namoonni dhukkuboota kulkula yeroo dheeraa buuseewwanii (iddo cabsata lafeewwanii) qabdan buna aananii dhugaa. Sababnis aanaan keemikaala β€˜polyphenol’ jedhamu kan kulkulfanna hirdhisu qaba. ● Carraa dhukkuba sukkaaraa gosa lammeessoo (Type-II DM) hirdhisuun buna gurraachatu caala. ● Carraa kaansarii liqimsaa (nyaataa fi dhugaatii hoo’aan wolqabatuu danda’u) hirdhisuuf bunaa aananii dhugaa. ● Wolnyaatinsa qaama keessatti godhaman saffisiisuuf (si’eessuf) buna gurraachatu caala. β€”- Isin kamiin filaattu? Gurraacha moo kan aananii? β€”- β€”- Fayyaa ta'aa, fayyaa dahaa! Horaa, bulaa, deebanaa!
Show all...
πŸ‘ 16❀ 8
00:21
Video unavailableShow in Telegram
Binance Moonbix πŸ›’ πŸ›’ Airdrop kun dhaabbata guddicha Exchange Crypto Binance dhaan deeggarama. πŸ›’ Airdrop kun guyyaa tokkotti fayyadamtoota Miiliyoona 3 ol horateera. Isinis osoo namni itti hin baay'atiin jalqabaa, warri dursanii jalqaban bu'aa guddaa argatu jedhamee eegama. Game achi irratti waan isiniif kennuuf "Play Game" kan jedhu tuquun bifa video armaan oliin taphadhaa. Jalqabuuf :- Binance Moonbix Bot https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_939219716&startapp=ref_939219716&utm_medium=web_share_copy
Show all...
3.47 MB
πŸ‘ 6❀ 4
Airdrop kunneen torbee 2 booda waan gurguramaniif hojjachuu hin dagatiinaa. Major πŸ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=939219716 X Empire πŸ‘‡ https://t.me/empirebot/game?startapp=hero939219716 BlumπŸ‘‡ https://t.me/blum/app?startapp=ref_oM7LVIfYRw CatizenπŸ‘‡ https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_752_31871794 Akkuma Notcoin Fi Dogs akka isiin hin dabarre hundaa isaanituu hojjadhaa. Hiriyyoota beektaan hundaaf share godhaa
Show all...
πŸ•Š 11πŸ‘ 7❀ 2
Photo unavailableShow in Telegram
#Gara_jabummaa Dargaggoon kun Milkeessaa Xilahuun jedhama konkolaachiisaadha. Daangaa Amaaraa keessatti humna faannootiin erga qabameen booda. Qarshii Miliyoona 1 yoo galchitan malee mucaa keessan ni ajjeesna jennaan maatiin isaas mana isaanii qabsiisanii qarshii liqeeffachuun, namoonnis hanga danda'an gargaaranii qarshii Miliyoona 1 galchan. Kana booda ammas takka turanii qarshii kuma 500 dabalaa jennaan kadhatanii qarshii kuma 200tti gadi butanii galchaniif. Qarshii hamma kana erga fudha booda gara jabummaan ajjeesan. Maatiin isaas qarshiittis hin hafne mucaa isaanis dhabaniiru.
Show all...
😭 33πŸ‘ 12❀ 5
Photo unavailableShow in Telegram
Dubartiin Tokko Fedhiin Wal Quunnamtii Saalaatiif Qabdu Yoom Ol Ka'a? Waa'ee fedhii wal quunnamtii saalaa dubartootaa waan beekuu qabdan haala armaan gadiin gaggabaabsinee haa ilaallu. 1. Yeroo laguun ishee irraa badee kaasee hanga laguun ishee itti aanu eegaluuf guyyaan sadii hafutti fedhiin ishee ol ka'aa deema. Gaafa guyyaan sadan hafanii jalqabee osuma laguun hin dhufiniyyuu fedhiin ishee gadi bu'a. Kanammoo isheen beektee osoo hin taane hoormoonii qaama ishee keessaatu ajaja. Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun Marsariitii koo jala seenaantu app fayya install godhaa dubbisaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://bit.ly/4dVKu1R https://bit.ly/4dVKu1R
Show all...
πŸ‘ 11❀ 6πŸ•Š 1
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni hedduu akkamitti akka online app irraa qarshii argatan na gaafachaa turtan. Hardha barreeffama dheeraa fi appiwwaan online hojjachuuf isiin fayyadan isiniif maxxanseen jira. Link asii gadiin dubbisuun buufadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://adk.kbibleverse.com/best-way-make-money-online-in-ethiopia/
Show all...
πŸ‘ 7
Photo unavailableShow in Telegram
Passport Haarawaa yookan kan dulloomee/yeroon irraa darbe baafachuuf system asii gadii fayyadamaa. Waan yeroo amma Mootummaan Itoophiyaati haala mijeessee namni kamiyyuu bakka kamiyyuu tahee akka baafatu godhe keessa tokko passport dha. Passport baafachuu dirqama immigration deemuun isiin hin barbaachisu. Mana keessan teessani apply gootani gaafa isiniif bilbilee deemudha. Link asii gadiin seenuun app passport guutuuf isiin fayyadu bakkan saraara diimaa itti mare yookan isaa gadi kan Jiru OPEN yookan Install tuquun buufadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://adk.kbibleverse.com/ethiopian-passport-online-apply/
Show all...
❀ 13πŸ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Position wal quunnamtii Saa*laatiif gammachiisoo ta'an. β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’ Wal quunnamtiin saal*aa(SΒ£X) dhiiraa fi dubara gidduutti gaggeeffamu akkuma ibidda qabateeti. Yoo wal hin gargaarre, yoo wal faana hin dhaamsine, walitti qabee walitti dhufeenya namaa bobeessee daaraa godhee balleessuu danda'a. Akkaataa ciisicha garaa garaa jijjiiranii wal raawwachuun madda gammachuutiif, miiraa walii eeguuf, jaalala jabeessu fi bultii miidhagsuuf baay'ee barbaachisaadha. Position, gammachiisoo, babbareedoo fi ajaa'ibaa ta'an, Guutuu isaa dubbisuuf hidhaa gadii tuquun, telegram channel Koo join godhaa keessa seenaa dubbisaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/IlilliiJemal https://t.me/IlilliiJemal
Show all...
πŸ‘ 31
Photo unavailableShow in Telegram
Abbaa Koo Baga bara haarawaa geessan πŸ₯° Guyyaa Boqonnaa keessani bilbila keessan waan bu'aaf qabu yoo oolchitan dansaadha. Applikeeshini asii olitti suuraan arigitan Kun Pickbirr jedhaamti. Appichi yoo buufattan task gargaraa isinii kennuun guyyaa Haga doolara 2 -5 dalagdu. Namoonni fedhii qabdan link asii gadiin seenuun install yookan Open kan jedhu xuquun itti fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://adk.kbibleverse.com/make-money-from-pickbirr-app/ https://adk.kbibleverse.com/make-money-from-pickbirr-app/ Dhimmaa fayyaa ala baanerra yoo tahee dhiifama isiniin jechuu barbaada.
Show all...
πŸ‘ 7
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.