25 689
Subscribers
-2824 hours
-497 days
+65930 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Photo unavailableShow in Telegram
DhangaaTorbanii
Friday | September 20| 2024.
TUNE IN Every Friday at 1 PM DC time 8 PM
OROMIA time
Pro ABO-WBO/QBO at all times
Webinar link ๐๐พ
https://us02web.zoom.us/j/85153387144?pwd=aSl61VUsJCL6wU6s2eMaXjYfX3Z1J0.1
Webinar ID: 851 5338 7144
Passcode: 193892
#DhangaaTorbanii #ABO_WBO #highlightseveryone #highlightseveryonefollowers #OromoVoice #highlights Dhangaa Torbanii DhangaaTorbanii
๐ 3
#Inbox
#Salaalee_Aanaan_dharraa xiyyeffannoo barbaaddi oromoo kutaa 11 irra
แฑแญแจแต แแฐแซ
Shawaa kaaba goodina salaalee aanaa dharraaย gareen faannoo qaama caasa mootumma fi RIB (makkalaakayan)ย nurratti ijaarrameeru haala kanaan alaaba oromiyaa tarsaasanii, ibiddaan gubuun ifaan ifatti sagalee (darraa yee amaaraa new) jedhu midiya isaanitiin dabarsa jiru.
Gareen faanno kun akkuma beekkamu aanaa dharraa keessatti haala kanaan manneen barumsa aanicha keessatti argamuu fi mana yaala gandootaย garaagara gubuu fi manneen barumsa gandoota sanii kaanbii godhachuun argama.
Garuu fallan ammo qaamni sera rib makalakayan aanicha keessatti argamu opireshini shanee balleessa jirra jedhun gandoota oromoon keessatti argamu doorsisuun meesha irraa hiikun mana hidhaatti darbachaa jira.
Oromoonni gandichaa qabeenya qabu gurguree garee badii faannoo tana ofirraa dhorkuuf meeshaa bitateeru makkalakayaan isin shaneedha WBO deeggartuudha jechuun meeshan irraa hiikkamaa jira.
dhageessu
oromoon dharraa taaten aanaa kana keessatti ta'aa jiru addaadha oromoon dharraa gocha minilik calanqotti godhe kalee seenan dhagayaa turre harra aanaa dharraa keessatti ifaan ifatti harka nu muranii luka nu muranii morma nuu qalanii ibiddaan nuu gubanii midiyaan irratti utaala jirti diinni biyya garaaga irraa dhuftee ummata dharraa irratti duula bahachaa jirti
Garuu eessa jira oromoon kutaa 11 essa jira sagaleen guguddon ijoolle shawwaa essa jira ijollen salaalee aanaan tun godinuma salaaletti argamti ummanni tunis oromoodha garuu maaf irraa callifamee kun gaafi ummata darraati.
Oromoo koo vidoo tana sher gochuun lammiile oromoo mara biraan naaf gayaa #waliyaa
๐ 8๐ก 4โค 1
G/Lixaa #Surroo_barguddaa fi #Galaanaatti waraanaa fi Kaadiree pp dhabama godheera.
OROMIYAAN BIYYA
๐ 13โค 4
Repost fromย Jaal Sinan Tumsa๐ฅ
Photo unavailableShow in Telegram
Oromoon ilaalcha itoophiyummaa horate hortee itoophiyaa tahuu hin danda'u.
Gantoonni gaafa garaa guutatan waan warroomaan itti fakkaata...
Ati Ethiyoophiyaa lubbuu kee laatullee Ethiyoophiyaan empiyera Oromoon keessatti Kabajamu miti...
Sirnaa ulaagaa ijaaramusaa keessatti Oromoo fi Oromummaa cabsuun dursee eerameedha.
Falli jiru wareegama gaafatu kafalanii dhabamsiisuu ykn dhabamuudha...
Mirga namummaa sarbaa jiraachuurraa Mirga Ofii falmataani dachee kanarraa godhaanuutu dhaloota egereef fala waaraan dhufa..
Jaal Siinaan Tumsaatiin
https://t.me/KiyaSimale1213
๐ 21โค 4๐ฅ 1
Kabinoonni Goroo Doolaa Shiraa Gujii fi Booraana Wal nyaachisuuf dalagdaan Ammas Fashalaa'eera.
Gujiif Booraanni Foonii fi dhiiga tokko kanaan booda Shira keessaniin dignity isaa jiguu fi lubbuun isaa ba'uu hin jiru...
Jaarooleen waan kana keessa harka qabdaan Namni Shan maqaa fi suura keessan maxxansuuf akkekkachiisa xumuraati..!!
#AbbaaSardaati!!
โค 21๐ 4
#แแจแแฆแแฌ แแแตแ แ 19/9/24 แแแแ แจแฆแฎแ แแแแต แ แซแแต แ แฐแกแฅ แแ แ แแฐแฐแ แฅแญแแ แ แแแซแฅ แแ แแ แฑแแณ แณแ แแจแณ แแ แชแแพ แแ แ แแฉ แตแ Dhaแ แ แฐแฃแ แฅแแซ แแ แฐแณ แจแแฃแ แจแแฝแตแต แแญแ แจแฃแฑ 9:00am แจแแแจ แ แแฐแฐแ แฅแญแแ 23 แแญแฅแ 18 แญแแ แ แแตแแ.....
โค 8๐ 3๐ฅ 1
Repost fromย KMN
Show all...Turtii ob. Sulxaan Qaasim waliin, koree hojii raawwachiiftuu fi iti gaafatama Sab-qunnamtii KFO
#KMN #KUSH
#Aanaa_Dharraa
Ppn yeroo ammaa kana ganda karaa mixi koora habaadhoo keessa sochii guddaa godhaa jiraa
OROMIYAAN BIYYA
๐ 1
#Salalee Anaa darraa
Nama gaddisiisa
Namni asii gaditti argaa jirtan kun
Geetachoo magarsaa jedhama
Humna fixxaaleyyii amaraan qabamuun
Niibeekama haaluma kanaan erga qabanii booda Maati isaatti bilbiluun qarshii
Miilihoona 1 tokko yoo kaffaltan male mucaa
Keessan hinajjesna jechuun gaafatan
Maatiinis erraa hafuu dadhabuun qarshii kana
Waan qaban hunda itti fixanii ummannis gargaaruun Erga kaffalanii boodas humni finxaaleyyii kun garaa jabaachun ajjeesan
Warri biraa jiran rasaasan rukutamanii
Bishaatti of Darbuun lubbuun hafan nidubbatu
Maatinis qarshii ykn mucaatti hin hafne๐ญ๐ญ
Waaqawwo Maatiif Hiriyoottan isaaf
Jajjabina hakennu jenna ๐๐๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
Yoomuma imimmaan keenya qoora ๐ค๐๐ญ
๐ 11๐ก 7โค 1
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.