cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Imalli Koo Galma Qaba

Show more
Ethiopia2 452The language is not specifiedReligion & Spirituality9 637
Advertising posts
10 316
Subscribers
+1024 hours
+2337 days
+51430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Qabsoo fi Arsaa - nabii Rabbii ﷺ hennaa lola badriif bahu ummata mari'achise. Miqdaad ibnu amr Radiyallaahu Anhu ka'e dhaabbate akkana jedhe. . . " yaa rasuula Rabbii bakka Rabbiin si ajajee irratti imali nuti si waliin jirra. Wallaahi akka ilmaan Israa'el musaadhaan jedhan sana sin hinjeennu.. "Atiifi Gooftaan kee deemaa lolaa, nuti asuma teenya.’’ (Al maa'idaa 24) . . . Garuu atii fi Rabbiin kee deemaa lolaa, nutis isiin waliin taane lolla. Wallaahi! Rabbii nabiyyi godhe si ergeen kakanna! Oso gama galaana duulte si waliin duulla". dubbiiwwan jajjaboo sahaabotaa kana irraa waan guddaa barachuu dandeenya, jireenya keessatti ,hoggansaa fi hogganummaa keessatti , namoonni akkasi nu jidduu yoo jiraatan hojii kamiinuu fiixaan baasuu nidandeenya jechuudha kanaaf akkuma qabeenya wolitti qabuu fi kuusuudhaaf yeroo fi humna keenya itti dhangalaasnu namoota akkasii kana horachuu fi bayyifachuu keessatti haa jabaannu jechuu barbaadee ti
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Habibii koo cong..! Kan kutate galma in hanqatu jedhan akuma jette ol saqaaltee umaree koo waan si ajaaibu mucaan kun osoo sagaliif kudhan baratuu kudha lama xumure alhamdu lillah
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
✍" Addunyaan kun magaalaadha. Namuu keessaa dukkaana banatee daldalachaa jiraata..! ●Hayyoonni Kitaabaan daldalan. ● Hooggantoonni Biyyaan Dalalan. ● Gaazexessittoonni Oduu daldalu. ● . . . . . . . . . . Amantiin Daldalu. Jume,aa' Mubaarak ! Salawaata Heddumeessaa Isiniin yaade. Ijumaanin isin laala jedheetan suuraa ol baase 😀 📷 hy Or Ima..!! https://t.me/Imaluuf/
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.