cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

Show more
Finland413The language is not specifiedReligion & Spirituality4 288
Advertising posts
19 472
Subscribers
No data24 hours
+437 days
+22830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Salaatawwan salaattu kessaa inni tokko salaata isa dhumaa kee taatii  isidhaan dunyaa irraa gargar baata. - kanaaf yeroo isaa eeggatte fi barchiite salaati... isi kamtu salaata kee dhumaa akka taate waan hin beekamneef. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
29👏 5👍 4🥰 1
00:20
Video unavailableShow in Telegram
Qaama midhamaa tahun kee Rabbii irraa kan si fageessu hintahu. Jaalalli Rabbii onnee kee to'annaan  haala kamu kessa taatullee Rabbii keetiif sujuddu male boqonnaa hin argattu, tasgabbiin sitti hindhaga'amu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
CnK2PDPI_HioGWW-.mp41.07 MB
😢 16👍 10 5🥰 4🤔 1
00:16
Video unavailableShow in Telegram
وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan. أُولَٰئِكَ فِي جَنَّاتٍ مُّكْرَمُونَ Warri sun jannata keessatti kabajamoodha. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
PNnKJBB4N-Hx03GM.mp45.08 KB
15👍 2🙏 1
Dureessi beekamaan biyya lubnaan kessatti argamu tokko gaafan du'u achii kessatti awwaalamaa jedhe qabrii baay'ee bareedu qopheeffate. Xayyaara dhunfaa qaba ture. Galaana kessatti kufte caccabdee. Reeffa isaa barbaacha qarshiin miliyoonaan baafame hata'u garu reeffi isaa argachuun hindanda'amne. " ﻭَﻣَﺎ ﺗَﺪْﺭِﻱ ﻧَﻔْﺲٌ ﻣَﺎﺫَﺍ ﺗَﻜْﺴِﺐُ ﻏَﺪًﺍ ﻭَﻣَﺎ ﺗَﺪْﺭِﻱ ﻧَﻔْﺲٌ ﺑِﺄَﻱِّ ﺃَﺭْﺽٍ ﺗَﻤُﻮﺕُ ﺇِﻥَّ ﺍﻟﻠَّﻪَ ﻋَﻠِﻴﻢٌ ﺧَﺒِﻴﺮٌ " صدق الله العظيم 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
👍 17 6
00:46
Video unavailableShow in Telegram
Walgahii kessan Qur’aanaan midhagsaa! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
mDdKyK-AaoprvZt6.mp43.12 MB
👍 11🥰 6 2
Photo unavailableShow in Telegram
amma oso lubbuun jirtu yoo masjiida hin seentu taate...erga duute booda seensifamuun kee faayidaa hinqabu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
12👍 5😢 2
https://t.me/HQ_Gaaffi/178 ☝️☝️ Raadiyoo hawwiidhaan eegamu torbaan 86ffaa gadhiifame jirra ofii dhaggeeffanne warreen birootifis share hagonu!
Show all...
Haq-Ibsa

🎙Sagantaa torbee Raadiyoo Al Hijrateyn Afaan Oromo 86ffaa 🕰 Ahada 22 Muhaarram 1446H Te» @Link_hijrateyn Yaada» @Hijr69 ___ 🎧 MP3 - Qulqullina Ol-aanaa

👍 6
00:21
Video unavailableShow in Telegram
Abbaa ajaa'iba tahe tokkotu Gaafa ilmi isaa waggaa torba gahu fira, ollaa fi hiryoota isaa waame mana isaa kessatti sagantaa ho'aa qopheesse.  Daa'imni waggaa torbaffaa isaa eegale kum mana isaanii kessatti maal akka adeemsifamaa jiru hinbeeku. Namoonni sagantaa kanaaf waamaman hundu kennaa addaddaa daa'ima kanaaf fudhachaa dhufu.  Achii booda Abbaan daa'ima kanaan  akkana jedheen " ati amma umrii kee salaata eegaltu irra waan geesseefi qophiin addaa kun kan sif qophaa'e. Sadarkaa umrii  ruku'aa fi sujuda kessatti Rabbii keetin dubbattu irra geessetta  BAGA GAMMADDE!" jedhen. Daa'imni kun baay'ee gammade. Salaanni Islaamummaa kessatti  sadarkaa akkana olaanaa tahe qabaa? Kan jedhu sammu isaa kessatti bocame hafe. Kuno oso gaaf tokkollee addaan hin kutin walitti fuufinsaan erga salaatu eegale waggaa shanaffaan dhufe. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
sURXiJEOgMJjCHl3.mp45.63 KB
👍 32🥰 7 1
Guyyootan kessaa guyyaa tokko ummata banii Israa'el irraa roobni addaan ciite gogiinsi uumame. Nabiyyullaah muusaan Rabbiin Rooba akka isaaniif buusu kadhachu eegale. Rabbiin akkana jedhe.."isin kessa gabricha waggaa afurtamaaf maasiyaa hojjataa jiruutu jira" jedhe Muusaan..."eegaa yaa Rabbii kiyya maal goonu falli maali?" Jedhe. Rabbiin..." of kessaa gad baasaa yoo inni isiin kessaa bahe Roobni isiniif rooba" jedhe. Muusaan ummata isaa walitti qabe lallabe.." yaa banu Israa'el isiin kessaa nama waggaa afurtamaaf Rabbii isaa diide maasiyaa hojjataa tureetu jira, sababa maasiyaa isaatiif rooba dhorkamne. Haga namichi kun nu kessaa bahutti roobni hin roobu" jedhe. Namichi waggaa afurtamaaf maasiyaa/ badii hojjataa ture kun ofirratti beekeera, garu hin baane... " yaa Rabbii kiyyaa! Yoo haadha bahe  namoota fulduratti qaanfachu fi salphachu kooti, yoon ammoo bahu dhise dheebudhaan du'u kenya. Yaa Rabbii kiyyaa araarama si gaafachu male filannoo biraa hinqabu, naaf araaramii! Na sattarii naaf dhoksi yaa Rabbii kiyya.." Rabbiin namichi kun onnee isaarraa tawbaa gochu isaa beeke oso namichi du'aayii/kadhaa isaa hin xumurunii  roobni roobu eegale. Muusaan ajaa'ibsifate... " Yaa Rabbii namni tokkollee nu kessaa hin baane  akkamitti nuf roobsite?" Jedhe Rabbiin gaafate. Rabbiinis ni jedhe.." gabricha koo waggaa afurtamaaf maasiyaa hojjataa ture tawbaa gochu isaatiin gammadeetan isiniif roobse" jedhe. Muusaanis.."ya Rabbii namichi kana arge gammaduu fedha eenyuni?" Jedhe. Rabbiin muusaadhaan akkana jedhe deebiseef..."gabricha waggaa afurtamaaf oso badii dalagu sattareen/badii isaa isaaf dhokse... har’a tawbaa gonaan isa saaxilaa?" سبحان الله الغفور الرحيم Waanni beeku qabnu yeroo mara balballi tawbaa banaa tahu isiti. Garu yoom akka duutu hinbeekamu yoo lubbuun dhufte qonqoo gesse tawbaan fudhatama hinqabu. Yoom akka duunu ammoo hin beekamu kanaaf yeroo mara tawbaatti arifachu qabna. Rabbiin tawbaa kenya nurraa haa qeebalu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
👍 22🥰 1🙏 1
intala hundi namaa jaallateen! Gurbaan tokko Abbaa isaatiif  intala akkaan bareeddu wahii arge onnee isaa akka boojite fi akka jaallateen itti hime. Abbaan gammade  intala kana ilma isaatiif kaadhimudhaaf  deeme. Abbaan dhaqee akkuma intala kana argeen jaallateenii ofii hawwe. "Dhagahii yaa ilma koo intalli akkanaa kun sif hinmaltu nama akka kooti muxannoo jireenyaa qabuutudha kan fuuchuu qabu" jedhen. "Gurbaan aaree fuulli isaa gurraacha'e Lakki anatu fudhaan atii hin fuutuun" jedhe. Wali galu dhabnaan furmaata barbaacha Abbaa fi mucaan wal qabatanii buufata poolisii deeman. Ajajaa polisiitiif waan isaan gidduutti uumame hennaa itti himan.  " mee intalattii fidaa isiin eenyu akka barbaaddu gaafannaan" jedhe. hennaa intalli dhufte polisiichi arguun bifa ishiitiin dinqisifate  " intalli kun isiin lamaaniifuu hin maltu polisii akka kootif taatii anatu fuudhaan" jedhe.  Sadanuu wal dhaban    walqabatanii gara kantiibaa biyyattii bira deeman dhimma isaan gidduutti uumame akka furuuf. Kantiibaan biyyattii hennaa intalattii argu innis jaallateenii  " intalattiin kun hunda kessaniifu hin maltu  kantiibaa akka kootiitu isi fuuchuuf mala" jedhe. Intalattiin yeroo kana argitu  anii furmaata qaba jette. Anii nan fiiga Hundii kessanu na duuba fiigaa  Abbaan na bira gahe na dhaqqabe  anii kan isaatii isatti heeruma jette waliif galan.  Osoo isii duuba fiiganuu hundinuu bolla kessa kufan. Achii booda intalli garagaltee ilaalteenii   anii eenyu akka tahee beektu?  ANII DUNYAADHA jette. Hundii namaa na jala fiiga  ana argachuudhaaf wal dorgoomu. ana bira gahuudhaaf diin isaanirraa dabu oso na dhaqqabatiin qabrii kessa seenu! mee namni kanarraa gorfamuu jiraa? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
😁 21👍 18 15😱 3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.