cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Ethiotelecom - Afaan Oromoo

Show more
Finland47The language is not specifiedSales397
Advertising posts
105 564
Subscribers
+11824 hours
+4887 days
+88530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailable
#Kutaa_12 | Grade_12 Result Hojjettoonni Itiyoo-telekoom qabxii baratoota kutaaa 12ffaa ilaaluuf qophoofne jirra. Rakkoo neetworkii muudatu furuuf sa'aati 6 irraa egaludhaan qabxii baratoota ilaaluf qophoofnerra Reg No. fi Maqaa 'group'i armaan gadii keessatti ergaa. Join | Entrance Exam Group Show result
Show all...
❀ 412πŸ‘ 265✍ 136πŸ†’ 63⚑ 53πŸ‘ 33πŸ“ 27❀‍πŸ”₯ 8
#Kutaa_12 ffaa Hojjettoonni Itiyoo-telekoom qabxii baratoota kutaaa 12ffaa ilaaluuf qophoofne jirra. Rakkoo neetworkii muudatu furuuf sa'aati 6 irraa egaludhaan qabxii baratoota ilaaluf qophoofnerra Reg No. fi Maqaa 'group'i armaan gadii keessatti ergaa. Join | Entrance Exam Group Show result
Show all...
❀ 1
Happy new year
Show all...
Photo unavailable
🌼Kennaa Bara Haaraa | 2017 🌼 Teeleebirrii Suuppar Aappii affeeruudhaan hanga Qarshii hanga 100,000 tti badhaafamaa! Channali Teeleebirrii Suuppar Aappii firaaf aantee keessaniif affeeruudhan badhaafamaa. 🌼 Telebirr SuperApp 🌼 Telebirr gifts 🌼 Ethiotelecom gifts Hanga Fulbaana 1 bara 2017 tti miseensa ta'aa! Teelebirrii- Baay’ee Salphaa,Saffisaa,Mijataa fi Amansiisaa!
Show all...
❀ 478πŸ‘ 235✍ 68πŸ†’ 61⚑ 55πŸ“ 40πŸ”₯ 37πŸ₯° 37❀‍πŸ”₯ 35πŸ•Š 12πŸ† 11
Photo unavailable
πŸ†teeleebirrii Suuppar Aappii Affeeruun Hanga Qarshii 10,000 tti Mo’adhaa! teeleebirrii Suuppar Aappii irratti filannoo β€œAffeeraa Badhaasa Argadhaa” kan jedhu fayyadamuun πŸ’¬ Karaa ergaa keessootin(inbox) yookiin 🌐 Miidiyaa hawaasaatiin Aappilikeeshinicha affeeruun tapha carraa teeleebirrii Suuppar Aappii irratti hirmaachuun taabileetota,bilbiloota ismaartii,Qarshii 200 akkasumas daataa GB 1 mo’adhaa! Dabalataanis,maamilli isin affeertan yeroo chaanaali namaaf affeeru eegalan isin immoo kennaa Qarshii 30 ni argattu. βœ… Tapha Carraaf gahaa kan taatan maamiltoota haaraa 20 yeroo argattan ta’a! teeleebirrii- Baay’ee Salphaa,Saffisaa,Mijataa fi Amansiisaa! Telebirr - Afan Oromoo Telebirr - SuperApp
Show all...
❀ 311πŸ‘ 220🍾 40πŸ†’ 33✍ 23🀩 22πŸ“ 18πŸ•Š 16πŸŽ… 16πŸŽ„ 16⚑ 15
Photo unavailable
Baga Gammaddan 🎊 Miseensonni 140 Jia darbe keessaa badhaasafamaniiru. - Abare Regasa Geleta - Abas Kasim Wako - Abdulgefar Kedir Hasan - Abdulhafez Ahmed Adem - Abeba Megersa Jima - Read more ... Namoonni Telebirr - bot affeeraa turtan, maqaa keessan chaanaali Telebirr-gifts irraatti ilaallattu. Invite | Telebirr bot Join | Telebirr - Afaan Oromoo
Show all...
πŸ‘ 456✍ 134❀ 129⚑ 61πŸ’― 47πŸŽ‰ 40πŸ“ 35🍾 35❀‍πŸ”₯ 31πŸ™ 30πŸ€— 29
Photo unavailable
Tajaajiloota adda addaa fayyadamuuf kan isin dandeessisan lakkoofsota gabaaboo fi barbaachisoo ta’an isin haa yaadachiisnu! Isin lakkoofsa isa kam baay’inaan fayyadamtu? Yaada keessan nuuf qoodaa! 🎁 Add godhaa Badhaafama! t.me/ethiotelcom_afaan_oromoo 🎁 JOIN πŸ‘‡ https://t.me/+yzGAnPf_AXM1ZmQ0
Show all...
πŸ‘ 272❀ 88✍ 50πŸ‘Œ 37🍾 25⚑ 7❀‍πŸ”₯ 7πŸŽ‰ 6
Photo unavailable
Moodeemii Intarneetii Biroodbaandii Saffisaa Filannoo Kaffaltii Kiisii Keessan Hin Miinen! yeroo kaffaltii dheereffame hanga ji'oota 12’n Moodeemii Intarneeta Biroodbaandii ((VDSL) baay’ee saffisaa fi amanamaa ta’e wabii ji’oota 6 waliin dhiyeessuu keenya gammachuudhaan ibsina. Giddugalawwan tajaajilaa keenya isinitti dhihoo jiru ni argattu! #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica Join |Telebirr - Afan Oromo Telebirr - Gifts
Show all...
❀ 663πŸ‘ 470✍ 122⚑ 101πŸ†’ 77πŸ’― 67πŸ“ 66😍 60❀‍πŸ”₯ 53πŸ”₯ 53🍾 53
Photo unavailable
Yeroo qilleensaa moobaayilaa teeleebirriin bitattanii qarshii 100 fi isaa ol yoo guuttattan %25 akkasumas qarshii 100 gadi yoo guuttattan immoo %15 kennaa dabalataa ni argattu! teelebirrii Suuppar Aappii Telebirr irraa ykn *127# fayyadamaa! teeleebirrii - Baay’ee Salphaa,Saffisaa,Mijataa fi Amansiisaa! Join | Telebirr - Afan Oromo Telebirr - Gifts
Show all...
πŸ‘ 791❀ 358✍ 91πŸŽ‰ 82πŸ†’ 73⚑ 55πŸ“ 53😍 52❀‍πŸ”₯ 49πŸ‘ 49πŸ€— 46
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Oduu Gammachiisaa Imaltoota Hajjii Hundaaf! Mana Marii Dhimmoota Islaamummaaa Waliigalaa Itoophiyaa Waliin Ta’uun sirna Raawwii Hajjiif gara Sa'uudii Arabiyaatti warreen imaltan hundaaf lakkoofsa moobaayilaa biyya keessatti ittiin fayyadamaa turtaniin biyya Sa'uudiitti fayyadamuuf kan isin dandeessisu kuufamni addaa roomiingii Kuufama Imala Hajjii waliin hammatamuun isiniif dhiiyaatee jira. Sababa imalaan firaa fi aantee keessaniin adda osoo hin fagaatin lakkoofsa moobaayilaa biyya keessatti ittiin fayyadamaa turtaniin hariiroo keessan itti fufsiisuu ni dandeessu. Kuufama dabalataa yoo isin barbaachises kuufamoota hir’ifamni adda itti taasifame teeleebirrii Suuppar Appiin ykn karaa*999# bitachuu ni dandeessu. Ethiotelecom Telebirr
Show all...
❀ 1314πŸ‘ 720✍ 228πŸ†’ 173⚑ 125πŸ“ 125πŸ‘Œ 122🍾 122πŸ•Š 64πŸ”₯ 63πŸŽ‰ 62
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.