Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa-East Harerghe Zone High Court
4 191
Subscribers
+424 hours
+457 days
+11530 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
29:14
Video unavailableShow in Telegram
692.80 MB
Bu'a qabeessummaa Manni Murtii Aadaa Haqa waloo mirkanessuu keessatti qabu irratti Sagantaa walta'insa Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa fi TV Harariitiin hojjatame.
Kominikeeshinii Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa
✍ Odeeffannoo Manni murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa tamsaasu argachuuf:Toora facebook:https://www.facebook.com/profile.php?id=100069113653886&mibextid=ZbWKwL
Telegiraamii:https://t.me/MMOGHB12
Tiktok:https://vm.tiktok.com/ZMMtHoT6n/ irratti nu hordofaa.
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Repost from Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Photo unavailableShow in Telegram
Repost from Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Jilli Gaggeessitootaa fi Ogeessota Mana Murtii Waliigalaa Mootummaa Naannoo Amaaraa, Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti Argamuun Muuxannoo Jijjiirraa Taasise
-------------------------------
(Fulbaana 9,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Jilli gaggeessitootaa fi ogeessota Mana Murtii Waliigalaa Mootummaa Naannoo Amaaraa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti argamuun muuxannoo jijjiirraa taasiseera.Manneen Murtii Oromiyaa keessatti kenna tajaajila abbaa seerummaa si'ataa fi dhaqqabamaa akka ta'uuf hojii hojjatamaa jiru irratti ibsi kennameeraafi.Miseensonni jilichaas riifoormiiwwan mana murtichaatiin diriiranii hojii irra oolaa jiran manneen murtii naannolee biroof fakkeenya kan ta'uu fi Manni Murtii Waliigalaa Naannoo Amaaraas muuxannoo Oromiyaa kana fudhatee hojii irra oolchuuf kan hojjatu ta'uu himaniiru.
------------------------
#Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii
★★★★★★★★★★★★★
የአማራ ክልል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ልዑካን የልምድ ልዉዉጥ
----------------------
(መስከረም 9, 2017-ኦ/ጠ/ፍቤ/ት/ጨፌ አራራ/ፊንፍኔ)-የአማራ ክልል ጠቅላይ ፍርድ ቤት የአመራሮችና ባለሙያዎች ቡድን ኦሮሚያ ጠቅላይ ፍ/ቤት በመገኘት የልምድ ልዉዉጥ አድርጓል፡፡በኦሮሚያ ፍርድ ቤቶች የዳኝነት አገልግሎት አሰጣጡን ቀልጣፋና ተደራሽ ለማድረግ እየተተገበሩ ያሉ የቴክኖሎጂ ዉጤቶችን በተመለከተ ለልዑካን ቡድኑ ገለፃ ተደርጓል፡፡የልዑካን ቡድኑ አባላት በኦሮሚያ ክልል ፍርድ ቤቶች እየተተገበሩ የሚገኙ የሪፎርም ስራዎች ለሌችም ክልሎች ጥሩ ተሞክሮ እንደሚሆኑና የአማራ ክልል ፍርድ ቤቶችም እነዚህን ተሞክሮዎች ወስደዉ ለመተግበር እንደሚሰሩ ገልፀዋል፡፡
------------------
#የኦሮሚያ_ጠቅላይ_ፍርድ_ቤት_ኮሚዩኒኬሽን_ጉዳዮች_ዳይሬክቶሬት
👍 2
Murtiilee Barsiisoo Manneen Murtii Aadaa Aanaalee Godina Harargee Bahaa keessaa kan Mana Murtii Aadaa Sadarkaa Jalqaba Aanaa Dadar A raddaa Ifa Baas, Aanaa Qarsaatti Mana Murtii Aadaa Sadarkaa Jalaaba Araddaa Burqaa Jannataa fi Mana Murtii Aadaa Sadarkaa Jalgaba Aanaa Dadar Araddaa Caffee Gurmuu Murtiilee Barsiisoo Manneen Murtii Aadaa Nannoo Oromiyaa Jildii 1ffaa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatiin Waxabajjii 2016 maxxanfame keessatti maxxanfamee bahee jira.
Kominikeeshinii Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa
✍ Odeeffannoo Manni murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahaa tamsaasu argachuuf:Toora facebook:https://www.facebook.com/profile.php?id=100069113653886&mibextid=ZbWKwL
Telegiraamii:https://t.me/MMOGHB12
Tiktok:https://vm.tiktok.com/ZMMtHoT6n/ irratti nu hordofaa.
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
👍 1
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.