Gara Guri Christian Fellowship
Show more
212
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Yetewededachu yee gara guri christian fellowship betesebochi hulachunm endeminawukewu nege maletim aribi 17/05/2016 E.C yee fellow program enedalen yitawekal bihonm temarwuchi fetena layi silehonu endihum yalen yefetena program abiren endinamelki silemayimechi yenegewu program le samint telalfuwal. Egizabhet yibarkachu tebareku ewedachuhalewu❤️❤️🙏🙏
👍 5
“Ifichi gara biyya lafaa dhufeera, namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan ta'eef, ifa irra dukkana jaallatan; firdichis akkuma kanatti in raawwatama. Hamaa kan hojjetu hundinuu ificha in jibba, hojiin isaa akka irratti hin beekamneef gara ifichaatti hin ba'u. Dhugaatti kan jiraatu garuu hojiin isaa, inni akka jaalala Waaqayyootti hojjetame, haa mul'atuuf gara ifichaatti in ba'a” jedheen.
*16 Rom 8:32; 1Yoh 4:9-10; Yoh 3:36
*17 12:47; Luq 19:10
*18 5:24; 2Tas 2:12
*19 1:5,9-11; 8:12; 9:5; 12:48
*20 7:7; Efe 5:11-13
*21 Mat 5:16; 1Yoh 1:6-7
Yohannis 3:19-21
Ati gara mirgaa fi
gara bitaatti in dagaagda,
sanyiin kee saba warra kaan irraa
biyya in fudhata,
mandara onee ture keessas
namoota isaa in galfata.
*1 49:20-21; Gal 4:27
Ati si'achi hin qaanoftuutii hin sodaatin!
Ati si'achi yeellaasifamtee
lafa hin ilaaltuutii hin na'in!
Arrabsamuu yeroo dargaggeettummaa keetii
in irraanfatta,
qaanii isa yeroo haadha hiyyeessaa turtees
deebitee hin yaadattu.
Isaayaas 54:3-4
Repost from Sisay Azusa Revival
ከ ትምህርቱ በኋላ መባከን ቀረ
መንፈሳዊ ህይወቴ የተቀየረበት
ምክንያት ይሄ ነው
15Min🚨
#ሁሉም ሊሰማው የሚገባ
sʜᴀʀᴇ💯 sʜᴀʀᴇ 💯 sʜᴀʀᴇ💯
@SisayAzusaRevivall
@SisayAzusaRevivall
@SisayAzusaRevivall
3.03 MB
Yesus, “Karra isa dhiphaadhaan ol galaa! Karaan gara badiisaatti geessu boochoo dha, karri isaas bal'aa dha; namoonni ittiin ol galan immoo baay'ee dha. Karaan gara jireenyaatti geessu rakkoo dha, karri isaas dhiphaa dha, namoonni isa argatan muraasa” jedhe.
Maatewos 7:13-14
Show all...
Samuel Damtew on TikTok
#mezmur #oromomezmur #faarfannaa #faaruu #oromotiktok #faarfannaaafaanoromoo #faarfannaa_afaan_oromoo #protestant #marsiltvwoldwide
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.