Naziif ð¹
Gargaarsa Rabbiitiin Jiraanna!!! Namni Gargaarsa Rabbii Qabummo Galma Qaba Galmisaas Milkaayina
Show more189
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Jannata Eenyutu Seena?
Jannata kan San Nama Rabbi Sodaatutu Seena Rabbiin Gabroottan isaa irraa Worri Jannata dhaalu warra Rabbiin Sodaatu nuun jedhe.
Maryam Ù
رÙÙ
19:63
تÙÙÙÙ٠اÙÙجÙÙÙÙة٠اÙÙÙتÙÙ ÙÙÙرÙØ«Ù Ù
ÙÙ٠عÙØšÙادÙÙÙا Ù
ÙÙ ÙÙاÙ٠تÙÙÙÙÙÙا
Jannatni sun ishee gabroota keenya irraa namoota Rabbiin sodaatan dhaalchifnuudha.
Ummata Pheenxeettu Waan jedhu nut Warra Jannataati jettee lafa uf keetti waan akka Boru waan dalagan beekaanii. kkkk
Nut Ummanni Islaamaa immo wanti jennu Muslima taanee yoo Duune jannata Ni Seenna Jenna.
Maaliif Muslima taanee yoo Duune jannata Seenna Jenna Sababni isaa Lubbuun takka boru waan carraaqatu hin beektu kafartee du'utu Mala kanaaf Muslima tahee Duunaan kan jannataat jenna Malee Waadaa Rabbiin Jannata Muslmtootaaf Qopheesse Shakkineetii miti.
LuqmÄn ÙÙÙ
ا٠31:34
Ø¥ÙÙÙ٠اÙÙÙÙÙ٠عÙÙدÙÙ٠عÙÙÙÙ
٠اÙسÙÙاعÙØ©Ù ÙÙÙÙÙÙزÙÙÙ٠اÙÙغÙÙÙØ«Ù ÙÙÙÙعÙÙÙÙ
Ù Ù
Ùا ÙÙ٠اÙÙØ£ÙرÙØÙاÙ
Ù Û ÙÙÙ
Ùا تÙدÙرÙÙ ÙÙÙÙس٠Ù
ÙÙاذÙا تÙÙÙسÙؚ٠غÙدÙا Û ÙÙÙ
Ùا تÙدÙرÙÙ ÙÙÙÙس٠ؚÙØ£ÙÙÙ٠أÙرÙض٠تÙÙ
ÙÙØªÙ Û Ø¥ÙÙÙ٠اÙÙÙÙÙ٠عÙÙÙÙÙ
Ù Ø®ÙØšÙÙرÙ
Dhugumatti, Rabbiin beekumsi Qiyaamaa Isuma bira jiraRoobas ni buusa; waan gadaamessa keessa jirus ni beeka Lubbuun tokko waan boru carraaqqattu hin beektu Lubbuun tokko dachii kamitti akka duutus hin beektu Dhugumatti, Rabbiin beekaa, keessa hubataadha.
Ebalu kan jannataat ebalu kan Ibiddaatii kan Beeku Rabbii tokkicha waan ta'eef itti yaadaa Dubbadhaa.
Nut Muslimtoonni Osoo Allaah gabbaru yoo Duune yoo isatti waa hin qindeessin Muslima taanee yoo Duune kan Jannataat kan kan Jedhe Rabbitu nuun jedhe.
Fussilat ÙصÙت 41:30
Ø¥ÙÙÙ٠اÙÙÙØ°ÙÙÙÙ ÙÙاÙÙÙا رÙØšÙÙÙÙا اÙÙÙÙÙÙ Ø«ÙÙ
Ù٠اسÙتÙÙÙاÙ
ÙÙا تÙتÙÙÙزÙÙÙ٠عÙÙÙÙÙÙÙÙ
٠اÙÙÙ
ÙÙÙا؊ÙÙÙة٠أÙÙÙÙا تÙØ®ÙاÙÙÙا ÙÙÙÙا تÙØÙزÙÙÙÙا ÙÙØ£ÙØšÙØŽÙرÙÙا ØšÙاÙÙجÙÙÙÙة٠اÙÙÙتÙÙ ÙÙÙتÙÙ
٠تÙÙعÙدÙÙÙÙ
Dhugumatti, isaan âgabbaramaan keenya Allaahdhaâ jedhanii, ergasii achirratti gadi dhaabbatan, (yeroo isaan duâan) malaykonni isaan irratti bubuâaniiti, âhin sodaatinaa; hin gaddinaas; jannata waadaa isiniif galameen gammadaa.
ÙÙØÙÙ٠أÙÙÙÙÙÙÙا؀ÙÙÙÙ
Ù ÙÙ٠اÙÙØÙÙÙاة٠اÙدÙÙÙÙÙÙا ÙÙÙÙ٠اÙÙآخÙرÙØ©Ù Û ÙÙÙÙÙÙÙ
Ù ÙÙÙÙÙا Ù
Ùا تÙØŽÙتÙÙÙ٠أÙÙÙÙسÙÙÙÙ
Ù ÙÙÙÙÙÙÙ
Ù ÙÙÙÙÙا Ù
Ùا تÙدÙÙعÙÙÙÙ
Nuti jiruu addunyaa keessatti jaalalloo keessan turre; Aakhirattis akkasuma. Isiniif ishee (jannata) keessa waan lubbuun keessan feetutu jiraIsiniif ishee keessa waan barbaaddantu jira.
ÙÙزÙÙÙا Ù
ÙÙÙ٠غÙÙÙÙر٠رÙÙØÙÙ
Afeerraa (Rabbii) araaramaa, rahmata godhaa irraa taâeedhaâ (isaaniin jedhu).
Fussilat ÙصÙت 41:33
ÙÙÙ
ÙÙ٠أÙØÙسÙÙÙ ÙÙÙÙÙÙا Ù
ÙÙÙ
ÙÙ٠دÙعÙا Ø¥ÙÙÙ٠اÙÙÙÙÙÙ ÙÙعÙÙ
ÙÙ٠صÙاÙÙØÙا ÙÙÙÙاÙ٠إÙÙÙÙÙÙÙ Ù
ÙÙ٠اÙÙÙ
ÙسÙÙÙÙ
ÙÙÙÙ
Nama gara Rabbiitti waameefi hojii gaggaarii hojjatee âani Muslimoota irraayiâ jedhe caalaa namni jecha bareedu eenyu?
Kanaaf Rabbiin Waadaa nuuf Seeneera Waadaan Rabbii haqa
Az-Zukhruf اÙزخر٠43:68
ÙÙا عÙØšÙاد٠ÙÙا Ø®ÙÙÙÙ٠عÙÙÙÙÙÙÙÙ
٠اÙÙÙÙÙÙÙ
Ù ÙÙÙÙا Ø£ÙÙتÙÙ
٠تÙØÙزÙÙÙÙÙÙ
Yaa gabroota kiyya! Harâa sodaan isin irra hin jiru; isin hin gadditanus.
Az-Zukhruf اÙزخر٠43:69
اÙÙÙØ°ÙÙÙ٠آÙ
ÙÙÙÙا ØšÙØ¢ÙÙاتÙÙÙا ÙÙÙÙاÙÙÙا Ù
ÙسÙÙÙÙ
ÙÙÙÙ
Isaan keeyyattoota keenyatti amananii, Muslimoota taâan;
Az-Zukhruf اÙزخر٠43:70
ادÙØ®ÙÙÙÙا اÙÙجÙÙÙÙة٠أÙÙتÙÙ
Ù ÙÙØ£ÙزÙÙÙاجÙÙÙÙ
٠تÙØÙØšÙرÙÙÙÙ
Isiniifi haadholiin manaa keessanis gammadaa jannata seenaaâ (isaaniin jedhama).
ÙÙØ·ÙاÙ٠عÙÙÙÙÙÙÙÙ
ØšÙصÙØÙاÙÙ Ù
ÙÙÙ Ø°ÙÙÙØšÙ ÙÙØ£ÙÙÙÙÙØ§ØšÙ Û ÙÙÙÙÙÙÙا Ù
Ùا تÙØŽÙتÙÙÙÙÙ٠اÙÙØ£ÙÙÙÙس٠ÙÙتÙÙÙØ°Ù٠اÙÙØ£ÙعÙÙÙÙÙ Û ÙÙØ£ÙÙتÙÙ
Ù ÙÙÙÙÙا Ø®ÙاÙÙدÙÙÙÙ
Qoriiwwan warqee irraa taâaniifi kubbaayyaan isaan irra naannaâama. Ishee keessas waan lubbuun feetuufi ijji itti gammaddutu jiraIsin ishee (jannata) keessatti hafoodhaâ (jedhamaani).
Az-Zukhruf اÙزخر٠43:72
ÙÙتÙÙÙÙ٠اÙÙجÙÙÙÙة٠اÙÙÙتÙ٠أÙÙرÙØ«ÙتÙÙ
ÙÙÙÙا ØšÙÙ
Ùا ÙÙÙتÙÙ
٠تÙعÙÙ
ÙÙÙÙÙÙ
Jannata ishee dhalchifamtan kana waan hojjachaa turtaniini.
ÙÙÙÙÙ
Ù ÙÙÙÙÙا ÙÙاÙÙÙÙØ©Ù ÙÙØ«ÙÙرÙØ©Ù Ù
ÙÙÙÙÙÙا تÙØ£ÙÙÙÙÙÙÙÙ
Isiniif ishee keessa fuduraalee baayâee isaan irraa nyaattantu jira.
Kanaaf Rabbiin Muslima osoo hin taane hin du'inaa nuun jedhe Jannata nuuf kennuuf.
@KaraandhugaaIslaamummaaqofa
https://t.me/NaziifTakkaliny
https://t.me/NaziifTakkaliny
٢ـ- اÙدعاء عÙد اÙØ¥Ùطار: ((Ø¥Ù ÙÙصا؊Ù
عÙد ÙÙطر٠دعÙØ© Ùا تÙرÙد)) رÙا٠اؚ٠Ù
اجÙ
24- Yeroo soomana furan Rabbi kadhachu. Hadiisatti "nama soomanuuf yeroo soomana isaa furu kadhaa hindeeffamneetu isaaf jira" ibnumaajahtu odeesse.
٢٥- اÙدعاء Ù
ÙØ·ÙÙÙا: ((إ٠اÙÙÙ ÙÙÙÙ: Ø£Ùا عÙد ØžÙÙ٠عؚد٠ؚÙØ ÙØ£Ùا Ù
ع٠إذا دعاÙÙ)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
25- Kadhaa rabbi akka walii galaatti bayyisuu hadiisatti "Rabbiin akkana jedha, ani abdii gabrichi kiyyaa narraa qabu birattin isaaf taha, yeroo inni nakadhate isa birattin taha (isaafin qeebala)" bukhaariif muslimtu odeesse.
٢ي- اÙسØÙر: ((تÙسØÙÙرÙØ§Ø ÙØ¥Ù Ù٠اÙسØÙر ØšÙرÙØ©)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
26- Hiraabbachuu: hadiisatti "hiraabbadhaa nyaata hiraabaa (ohboroo) nyaadhaa nyaanni hiraabaa barakaa qabaa" bukhaariif muslimtu baase.
٢٧- اÙزÙاة: Ùا٠تعاÙÙ:  ÙÙÙ
Ùا Ø£ÙÙ
ÙرÙÙا Ø¥ÙÙÙÙا ÙÙÙÙعÙØšÙدÙÙا اÙÙÙÙÙÙ Ù
ÙØ®ÙÙÙصÙÙÙÙ ÙÙÙ٠اÙدÙÙÙÙÙ ØÙÙÙÙÙاء٠ÙÙÙÙÙÙÙÙ
ÙÙا اÙصÙÙÙÙاة٠ÙÙÙÙØ€ÙتÙÙا اÙزÙÙÙÙاة٠ÙÙØ°ÙÙÙÙ٠دÙÙÙ٠اÙÙÙÙÙÙÙÙ
Ùة٠ اÙØšÙÙØ©: 5
27- Zakaa baafachuu âqur'aanatti " isaan waa hin ajajamne Rabbi gabbarutti malee amantii isaaf qulqulleessoo haalatahaniin qaqqajeeloo, salaata dhaabuttii fii zakaa baasutti (ajajaman) kun amantii sirraawaadha." Suuraa bayyinaa 5
Ù¢Ùš- زÙاة اÙÙÙØ·Ùر: "Ùرض رسÙ٠اÙÙÙ - صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙسÙÙ
- زÙاة اÙÙØ·Ø±Ø Ø·ÙÙÙرة٠ÙÙصا؊Ù
Ù
٠اÙÙغ٠ÙاÙرÙÙÙØ«Ø ÙØ·ÙعÙÙ
Ø© ÙÙÙ
ساÙÙÙØ Ù
Ù٠أدÙÙاÙا Ùؚ٠اÙصÙØ§Ø©Ø ÙÙ٠زÙاة Ù
ÙØšÙÙØ©Ø ÙÙ
Ù٠أداÙا ؚعد اÙصÙØ§Ø©Ø ÙÙ٠صدÙØ© Ù
٠اÙصدÙات)) رÙا٠أؚ٠داÙد
28- Zakaa fixrii baasuu â hadiisatti "Rasuulli Rabbi zakaa fixrii murteesse akka badiifii dogoggorarraa nama soomanaa qulqulleessituuf, dhihana hiyyeeyyii akka taatuuf, namni salaata (iidaa) dura baase zakaa qeebalamtuudha , namni salaata booda baase ammo isiin sadaquma sadaqarraa taate isaaf taati." Abuu daawuud odeesse.
٢٩- اÙØ¥ÙÙا٠Ù٠سؚÙ٠اÙÙÙ:  ÙÙÙ
Ùا تÙÙÙدÙÙÙ
ÙÙا ÙÙØ£ÙÙÙÙÙسÙÙÙÙ
Ù Ù
ÙÙÙ Ø®ÙÙÙر٠تÙجÙدÙÙÙ٠عÙÙÙد٠اÙÙÙÙÙ٠إÙÙÙ٠اÙÙÙÙÙÙ ØšÙÙ
Ùا تÙعÙÙ
ÙÙÙÙÙÙ ØšÙصÙÙر٠ اÙØšÙرة: 110
29- Karaa Rabbii keessatti kennachuu- Rabbiin s.w akkana jedha "waan tolturraa lubbuu teysaniif dursattan Rabbi biratti ni argattan, Rabbiin waan isin dalaydan ni arga." Suuraa baqaraa 110
Ù£Ù - اÙصدÙØ©: ((اÙصدÙØ© تÙØ·ÙØŠ اÙخطÙ؊ة٠ÙÙ
ا ÙÙØ·ÙØŠ اÙÙ
اء٠اÙÙارÙ)) رÙا٠اÙترÙ
Ø°Ù
30- Hadiisa keessatti â akka bishaan ibidda dhaamsutti sadaqaan maaseta dhaamsiti" tirmiziyyiitu odeesse.
https://t.me/NaziifTakkaliny
https://t.me/NaziifTakkaliny
isinii himuu? "Ee nuu himaa jedhaniin." Rabbi faarsuu (zikrii Rabbiiti)" jedhaniin. Tirmiziyyitu odeesse.
١٣- اÙاستغÙار: ((Ù
ÙÙ ÙزÙÙ
اÙاستغÙØ§Ø±Ø Ø¬Ø¹Ù Ø§ÙÙÙ ÙÙ Ù
Ù ÙÙÙÙ ÙÙ
ÙÙ ÙرجÙØ§Ø ÙÙ
Ù Ù٠ضÙÙ Ù
خرجÙØ§Ø ÙرزÙÙÙ Ù
Ù ØÙØ« Ùا ÙÙØتسÙØš)) رÙا٠أؚ٠داÙد ÙاÙÙسا؊Ù
13- Rabbiin araaramu kadhachuu (istigfaara) - Hadiisatti "Namni istigfaara heddummeessuu qabate rabbiin yaaddoo hundarraa furmaata isaaf godha, rakkoo hundarraa hiikkaa isaaf godha, bakka inni hin herreginirraa isaaf hiree hira." Abbaa dawudiif Nasaa'iyyitu odeesse.
١ـ- اÙسÙاÙ: ((ÙÙÙا أ٠أ؎ÙÙ٠عÙ٠أÙ
تÙØ ÙØ£Ù
رتÙÙ
ؚاÙسÙاÙÙ Ù
ع Ù٠صÙاة)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
14- Siwaaka. Hadiisatti "osoo ummata kiyyarratti jabaataaf sodaachuu baadhee silaa salaataa hundarratti siwaakattin isaan ajaja." Bukhaariif muslimtu odeesse.
١٥- اÙÙ
ØاÙ؞ة عÙ٠اÙصÙÙات اÙØ®Ù
س: ((Ù
ا Ù
٠اÙ
ر؊ Ù
سÙÙ
تØضÙر٠صÙاة Ù
ÙتÙؚة ÙÙÙØسÙÙ ÙضÙØ¡Ùا Ùخ؎ÙعÙا ÙرÙÙعÙØ§Ø Ø¥Ùا ÙاÙت ÙÙÙÙارة ÙÙ
ا ÙØšÙÙا Ù
٠اÙØ°ÙÙØš Ù
ا ÙÙ
ت؀ت٠ÙØšÙØ±Ø©Ø ÙØ°Ù٠اÙدÙر ÙÙÙ)) رÙا٠Ù
سÙÙ
س؊٠اÙرسÙÙ -صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙسÙÙ
-: أ٠اÙعÙ
٠أÙضÙØ ÙاÙ: ((اÙصÙاة ÙÙÙتÙا)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
15- Salaatoowwan shanan irratti uf eeguu â Hadiisatti :"namummaan muslimaa tokko kama tahee haa tahuu salaanni fardii isatti geessee kan wuduu'a isii tolchee, kushuu'a isii tolchee, rukuu'a isii tolchee salaate badiilee achi duraatiif araarsituu isaaf taati waan badiin gurguddoon hin dalagaminiin, kuni umrii guutuudha." Muslimtu odeesse.
Hadiisatti:- hojiin kamti irra caala jechuun gafatame nabiin s.a.w akkana jedheeti deebise yeroo isiitti salaata "salaatuudha".
١ي- اÙÙ
ØاÙ؞ة عÙ٠صÙاة اÙجÙ
عة: ((اÙصÙÙات اÙØ®Ù
Ø³Ø ÙاÙجÙ
عة Ø¥Ù٠اÙجÙ
Ø¹Ø©Ø ÙرÙ
ضا٠إÙ٠رÙ
ضاÙØ Ù
ÙÙÙÙÙرات Ù
ا ØšÙÙÙ٠إذا اجتÙÙؚت اÙÙؚا؊ر)) رÙا٠Ù
سÙÙ
16- Salaata jum'aa irratti tiiyfafu. Hadiisatti "salaanni shanan , jum'aan hanga jum'aatti, ramadaanni hanga ramadaanaatti, hayxuu waan isaan jiddutti taheeti yoo gurguddoon irraa fagaatamte" Muslimtu odeesse.
١٧- اÙØ°ÙÙÙاؚ Ø¥Ù٠اÙÙ
ساجد: ((Ù
Ù٠غدا Ø¥ÙÙ Ù
سجد أ٠راØØ Ø£Ø¹Ø¯Ù٠اÙÙÙ ÙÙ ÙÙزÙا٠Ù٠اÙجÙØ© ÙÙÙ
ا غدا أ٠راØ)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
17- Masgiidatti ganamfatanii deemuu..hadiisatti " namni ganamaanر masgiidatti deeme takkii waaree booda masgiidatti deeme hanguma inni gama masgiidaa jannatatti deemeen rabbiin mana isaaf qopheessa" bukhaariif muslimtu baase.
Ù¡Ùš- اÙÙ
ØاÙ؞ة عÙ٠صÙاة اÙجÙ
اعة: ((صÙاة اÙجÙ
اعة Ø£Ùض٠Ù
٠صÙاة اÙÙØ° ؚسؚع Ùع؎رÙ٠درجة)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
18- Salaata jamaa'ah irratti uf eeguu..hadiisatti "salaanni gamtaa (jamaa'aa) salaata kophaarra sadarkaa diydamii torbaan caalti" Bukhaariifi muslim.
١٩- اÙØرص عÙ٠اÙصÙÙÙ٠اÙØ£ÙÙ: ((ÙÙ ÙعÙÙ
اÙÙاس Ù
ا Ù٠اÙÙداء ÙاÙص٠اÙØ£ÙÙ Ø«Ù
ÙÙ
ÙجدÙا Ø¥Ùا Ø£Ù ÙÙستÙÙÙÙ
Ùا عÙÙÙ ÙاستÙÙÙ
Ùا)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
19- Saffii duraa irratti bololuu..hadiisatti "namni osoo waan azaanaafii saffii duraa keessa jiru beekee eegsasii hixaa itti muratan malee kan hin argannee osoo tahanii silaa hixaa itti muratan." Bukhaarii fi muslimtu baase.
Ù¢Ù - اÙÙ
ØاÙ؞ة عÙ٠اÙسÙÙÙ٠اÙراتؚة: ((Ù
ا Ù
Ù٠عؚد Ù
سÙÙ
ÙÙصÙÙÙÙ ÙÙ٠تعاÙÙ ÙÙ ÙÙÙ
اثÙت٠ع؎رة رÙعة تطÙÙÙعÙا غÙر اÙÙرÙØ¶Ø©Ø Ø¥Ùا ØšÙ٠اÙÙÙ ÙÙ ØšÙتÙا Ù٠اÙجÙØ©)) رÙا٠Ù
سÙÙ
20- Sunnaalee Raatibaa irratti tiifamuu.. hadiisatti "kama tahee haa tahuu gabrichi Rabbii kan muslimaa tokko kan guyyarraa rabbiif raka'aa kudhanii lama salaatu sunnaawanirraa kan fardii hintahin Rabbiin jannata keessatti mana isaa jaaru malee hin hafu." Muslimtu odeesse.
٢١- تعجÙ٠اÙÙÙØ·Ùر: ((Ùا Ùزا٠اÙÙاس ؚخÙر Ù
ا عجÙÙÙÙا اÙÙطرÙ)) رÙا٠اÙؚخارÙ
21- Furiinsa jarjarsuu hadiisatti "namni hanga furiinsa soomanaa jarjarsiisu toltuma keessatti jira" Bukaariitu odeesse.
٢٢- ÙØ¥Ùطار عÙ٠اÙتÙ
ر Ø¥Ù ÙÙجÙد: ((Ù
ÙÙ Ùجد اÙتÙ
Ø±Ø ÙÙÙÙÙØ·Ùر عÙÙÙØ ÙÙ
Ù ÙÙ
Ùجد اÙتÙ
Ø±Ø ÙÙÙÙÙØ·Ùر عÙ٠اÙÙ
Ø§Ø¡Ø Ùإ٠اÙÙ
اء Ø·ÙÙر)) رÙا٠أØÙ
د Ùأؚ٠داÙد ÙاÙترÙ
Ø°Ù
22- Yoo mijaaye timirarratti furuu hadiisatti "Namni timira argatee isatti haa furuu, namni timira hin argatin bishaanirratti haa furuu, bishaan qulqulleessaadha waan taheef." Ahmadiifi abuudaawuud odeesse.
٢٣- اÙÙ
ØاÙ؞ة عÙ٠دعاء اÙØ¥Ùطار: ((Ø°ÙØš اÙØžÙ
Ø£Ø ÙاؚتÙÙÙت اÙعرÙÙØ ÙØ«ØšÙت اÙأجر إ٠؎اء اÙÙ٠تعاÙÙ)) رÙا٠أؚ٠داÙد ÙاÙدارÙØ·ÙÙ ÙاÙØاÙÙ
23- Du'aa'ii yeroo furanii qara'uu, isiniis tana "zahaba zzama'u, wabtallatil uruuqu, wasabatal ajru inshaa'Allaah." Abuu daawudii fi daaraquxniitu baase.
ؚاؚ Ù
٠اؚÙاؚ اÙØ®Ùر Ù٠رÙ
ضاÙ
Hulaa toltuu (kheyrii) 30 tan Ramadaanaa keessaa
Ù¡- اÙإخÙاص: Ùا٠اÙÙ٠تعاÙÙ:  ÙÙÙ
Ùا Ø£ÙÙ
ÙرÙÙا Ø¥ÙÙÙÙا ÙÙÙÙعÙØšÙدÙÙا اÙÙÙÙÙÙ Ù
ÙØ®ÙÙÙصÙÙÙÙ ÙÙÙ٠اÙدÙÙÙÙÙ ØÙÙÙÙÙاء٠ÙÙÙÙÙÙÙÙ
ÙÙا اÙصÙÙÙÙاة٠ÙÙÙÙØ€ÙتÙÙا اÙزÙÙÙÙاة٠ÙÙØ°ÙÙÙÙ٠دÙÙÙ٠اÙÙÙÙÙÙÙÙ
Ùة٠ اÙØšÙÙØ©: 5
1- Rabbiif qulqulleessuu.waan dalagan hundaa. Rabbiin s.w. akkana jedha "isaan waa hin ajajamne Rabbiif ibaadaa qulqulleessanii rabbi gabbarutti malee, qajeelloo qabatutti malee, salaata dhaabuu fii zakaa kennutti malee, kuni amantii diriiraadha." Bayyinaa 5
Ù¢- تجرÙد اÙتÙؚة ÙÙ٠تعاÙÙ: ((إ٠اÙÙÙ ÙÙؚ٠تÙؚة٠اÙعؚد Ù
ا ÙÙ
ÙÙغرغÙر))Ø Ø±Ùا٠اÙترÙ
Ø°Ù
إ٠اÙÙÙ ÙÙؚ٠تÙؚة اÙعؚد Ù
ا ÙÙ
Ùغرغر. رÙا٠اÙترÙ
Ø°Ù
2- Towbaa Rabbiif qulqulleessuu. hadiisatti "namni osoo aduun dhiha isiitiin oldeebitee hinbaane towbate Rabbiin irraa qeebala."muslimtu odeesse. Hadiisa birootti "Rabbiin towbaa gabrichaa ni qeebala waan hin shakaraatiniin." Tirmiziyyiitu odeesse.
Ù£- صÙاÙ
رÙ
ضا٠إÙÙ
اÙÙا ÙاØتساؚÙا: ((Ù
Ù٠صاÙ
رÙ
ضا٠إÙÙ
اÙÙا ÙاØتساؚÙØ§Ø ØºÙÙÙر ÙÙÙ
ا تÙدÙÙÙ
Ù
Ù Ø°ÙØšÙ)) رÙا٠أØÙ
د ÙاÙترÙ
Ø°Ù
3- Dhuga'oomsaa abdachaa Ramadaana soomanuu. Nabiin s.a.w. akkana jedhan "namni dhuga'oomsaa abdachaa Ramadaana soomane badii isaarraa wanni dabre isaaf araaramame." Ahmadiifi tirmiziitu odeesse.
Ù€- ÙÙاÙ
رÙ
ضا٠إÙÙ
اÙÙا ÙاØتساؚÙا: ((Ù
ÙÙ ÙاÙ
رÙ
ضا٠إÙÙ
اÙÙا ÙاØتساؚÙØ§Ø ØºÙÙÙر ÙÙ Ù
ا تÙدÙÙÙ
Ù
Ù Ø°ÙØšÙ)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
4- Amanaa abdachaa Ramadaana dhaabbachuu (salaatuu): Hadiisatti "Namni dhuga'oomsaa abdachaa Ramdaana dhaabbate (salaate) badii isaarraa wanni dabre isaaf araaramama." Bukhaariif muslimtu odeesse.
Ù¥- ÙÙاÙ
ÙÙÙØ© اÙÙدر Ø¥ÙÙ
اÙÙا ÙاØتساؚÙا: ((Ù
ÙÙ ÙاÙ
ÙÙÙØ© اÙÙدر Ø¥ÙÙ
اÙÙا ÙاØتساؚÙØ§Ø ØºÙÙÙر ÙÙ Ù
ا تÙÙدÙÙÙ
Ù
Ù Ø°ÙØšÙ)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
.
5- Amanaa abdachaa leylatul qadri (halkan murtii) dhaabbachuu (salaatuu): "Namni dhuga'oomsaa abdachaa halkan murtii dhaabbate (salaate) badii isaarraa wanni dabre isaaf araaramama." Bukhaariif muslimtu odeesse.
ÙŠ- اÙاجتÙاد Ù٠اÙع؎ر اÙØ£Ùاخر: "Ùا٠رسÙ٠اÙÙÙ -صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙسÙÙ
- إذا دخ٠اÙØ¹ØŽØ±Ø Ø£ØÙا اÙÙÙÙØ ÙØ£ÙÙ؞٠أÙÙÙØ Ù؎دÙÙ Ù
؊زرÙ" رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
6- Kurnan ramadaanaa kan boodaa keessatti ibaadarratti jajjabaachuu. Hadiisa keessatti Nabiin s.a.w. yeroo kurnan boodaa seene halkan nijiraachisa, maatii isaa nidammaysa, marxoo isaa nijabeysa." Bukhaariif muslimtu baase.
Ù§- اÙعÙ
رة: ((اÙعÙ
رة Ù٠رÙ
ضا٠تÙعدÙÙ ØجÙÙØ© - Ø£Ù Øجة Ù
عÙ)) رÙا٠اÙؚخار٠ÙÙ
سÙÙ
7- Umraa godhuu. Hadiisatti "umraan ramadaana keessaa hajjitti qixxooyti, yookan hajji nawajji taatetti qixxooyti" Bukhaariifi muslimtu baase.
Ùš- اÙاعتÙاÙ: "Ùا٠رسÙ٠اÙÙÙ -صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙسÙÙ
- ÙÙعتÙÙÙ Ù٠اÙع؎ر اÙØ£Ùاخر Ù
٠رÙ
ضاÙ" رÙا٠اÙترÙ
Ø°Ù ÙÙاÙ: Øس٠صØÙØ
8- Teessoo masgiidaa (i'itikaafa) "nabiin s.a.w. kurnan ramadaanaa kan boodaa keessatti masgiida taa'aa ture" Tirmiziyyii odeesse.
Ù©- Ø¥Ùطار اÙصا؊Ù
: ((Ù
ÙÙ ÙØ·ÙÙر صا؊Ù
ÙØ§Ø Ùا٠ÙÙ Ù
Ùث٠أجرÙØ ØºÙر Ø£ÙÙ Ùا ÙÙÙÙÙص Ù
٠أجر اÙصا؊Ù
ØŽÙØŠÙا)) رÙا٠اÙترÙ
Ø°Ù ÙÙاÙ: Øس٠صØÙØ
9- Nama soomanaa fursiisuu-hadiisatti "Namni nama soomane fursiise isaafis sawaabuma akka nama inni fursiisee santu taha,akkasumaan wajji galata nama soomaneerraa waa takka hin ir'ifamu" Tirmiiziyyitu odeesse.
Ù¡Ù - Ùراءة اÙÙرآ٠ÙتÙاÙتÙ: ((اÙر؀Ùا اÙÙرآÙØ ÙØ¥ÙÙ Ùأت٠ÙÙÙ
اÙÙÙاÙ
Ø© ØŽÙÙعÙا ÙأصØاؚÙ)) رÙا٠Ù
سÙÙ
10- Qur'aana qara'uu fii dubbisuu âNabiin s.a.w. akki jedhe "qur'aana qara'aa inni guyyaa qiyaamaa warren isaatiif araarsaa taheeti dhufaa" muslimtu odeesse.
١١- تعÙÙÙÙ
اÙÙرآ٠ÙتعÙÙÙ
Ù: ((Ø®ÙرÙÙ
Ù
Ù٠تعÙÙÙÙ
اÙÙرآ٠ÙعÙÙÙÙ
Ù)) رÙا٠اÙؚخارÙ
11- Qur'aana barachuufii barsiisuu. Hdiisatti "irra caalaan keessan nam qur'aana baratee barsiise" Bukhaariitu odeesse.
١٢- Ø°ÙÙر اÙÙ٠تعاÙÙ: ((Ø£Ùا Ø£ÙØšÙÙØŠÙÙ
ؚخÙر أعÙ
اÙÙÙ
Ø ÙأزÙاÙا عÙد Ù
ÙÙÙÙÙ
Ø ÙأرÙعÙا Ù٠درجاتÙÙ
Ø ÙØ®Ùر ÙÙÙ
Ù
٠إÙÙا٠اÙØ°ÙØš ÙاÙÙØ¶Ø©Ø ÙØ®Ùر ÙÙÙ
Ù
٠أ٠تÙÙÙÙÙا عدÙÙÙÙÙ
ÙتضرؚÙا أعÙاÙÙÙ
Ø ÙÙضرؚÙا أعÙاÙÙÙ
Ø))Ø ÙاÙÙا: ØšÙÙØ ÙاÙ: ((Ø°ÙÙر اÙÙ٠تعاÙÙ)) رÙا٠اÙترÙ
Ø°Ù
12- Faaruu rabbi (zikrii) godhuuâ Nabiin s.a.w. akki jedhe "si isiniinhimuu hrra caalaa hojii keessanii, irra qulqulluu isii gooytaa keessan biratti, tan irra sadarkaa keessan ol isin fuutu, meetaa fi ziqaya sadaqachurra tan isinii caaltu, tan adawwii keessanitti duultanii morrma isaanii dhooytanii isaanis morma keessan dhawuu isiniicaaltu mee
âáááµá á á áᜠáá á°áá áá¥áááœá¢ á¥áá ášáá á á áá
ááá¥áá á¥áá ášáášá áá á áá
ááášá á áµáááœá¢â
ášá±á (ï·º)
âWallaahi warrii qabrii keessa jiran hawwaa osoo jedhamani guyyaa ramadaanaa tokkoma hawwan tureâ
Ibnu Al-Jawzii
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.