cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

DINIGAAS TRADING S.C HQ

Qindeessitootni koree asitti Wal gahu

Show more
Ethiopia14 582The language is not specifiedBusiness92 620
Advertising posts
268
Subscribers
-224 hours
-17 days
+230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Photo unavailable
πŸ‘ 1
Ijoollee keenya!
Show all...
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
πŸ‘ 1
Ulfi bara darbe Sadarkaa yaadaatti eegale as gahee jira. Bara itti aanu Dachaa dachaadha! This is power of Unity, vision and imagination!!! Join us!!!
Show all...
Guyyaan saaqinsa m/b Albright Akkaadamii haala kallattii Akka biyyaatti ka'ameen bakka qooda fudhattoonni argamanitti Guyyaa har'aa eegaleera Sagantaa kana boodas barsiisota waliin mariin bilchina qabu haala qulqullina barnootaa mirkaneessuu irratti taasifameera
Show all...
πŸ‘ 1
πŸŽ†πŸŽ‡πŸŽ‡πŸŽ‡πŸŽ†πŸŽ†πŸŽ†πŸŽ‡ Baga bacaqii birraa baatanii Booqa birraa nagaan geessan! Barri Kun bara milkaa'inaa, bara nageenyaa, bara jaalalaa Fi bara tokkummaan hojjennee itti milkoofnu akka Nuuf ta'u hunda keenyaaf hawwina. Ayyaana kana yeroo kabajnu Afuura Fi yaada haarawaa ta'e qabachuun milkaa'ina gama maraaf kan itti karoorsinee fuulduratti sochoonu Nuuf haa ta'u! Ayyaana gaarii! Dinigaas Trading s.c πŸŽ†πŸŽ‡πŸŽ‡πŸŽ‡πŸŽ†πŸŽ†πŸŽ†πŸŽ‡
Show all...
πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰Beeksisa!πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Miseensonni keenya Burayu, Dirree, Kattaa, Gujee Fi Naannawa sana jiraattaniif manni barnootaa keenya tajaajila Geejibaa(Service) waan qopheessinuuf ijoollee keessan erguun akka galmeessifattan isin yaadachiisna. Kana malees M B keenya beeksisuu keessatti gaheen keessan murteessaa waan ta'eef akka nutumsitan kabajaan isin gaafanna. Odeeffannoo dabalataaf 0923014132/0946474859
Show all...
πŸ‘ 2
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.