cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Asoosamaa fi Walaloo

https://t.me/+XmmdbhTeAMFhNTlk

Show more
Finland2 968The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
1 224
Subscribers
+524 hours
+247 days
+7830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿšจ ๐Ÿšจ "Wanti kun hin dandaโ€™amu baayโ€™ee ulfaataadhaโ€ jettee beektaa? Tooftaalee 10 Yaada gara Gochaatti jijjiiruuf si gargaaran,... See More ๐Ÿ‘‰ See More      See More
Show all...
โค 1
ASOOSAMA GABAABAA ๐Ÿ˜˜ DHUNGOO ๐Ÿ˜˜ KUTAA7๏ธโƒฃFFFAA Namoonni chaanalii kanaaf haaraa taatan ๐Ÿ‘‰ @Asoosamaafiwalaloo seenuun dubbisaa! DUBBISA GAARII ...jibba maaliif fandaalu Anoo sin jaaladhe malee Waan biraa sin yakkine Hidhiikee xuxxoon addas Kan biraakee hin argine !! Tole Egaa... Abbaan kee yoo na argu Ijji maaliif dhukkuba? Hinaaffaa keenyaaf jecha Harmeen dhabuun hirriba! Obbolessikee anaan Nyaapha maaliif godhate? Halalarraa na argu Daandii gatee baqate! Orma maaltu dhiphise Naaf sitoo wal jaalate!! Kanuma qofaan yaadadha achii booda wanta raawwate tokkollee hin yaadadhu, mana keenyattin of arge, garuu akka durii koo utuu taa'ee taphadhuu of hin argine. Harka koofi miillakoo lamaan irra cancalatu jira; uffanni qaamarra nan jiru. โ€œWayyoo dhuguma amma nan maraadhee?โ€ jedheen boo'a. Manuma abbaakoo keessattan cancalaan hidhame! maaliif na hiitu anoo hin maraanne? jedheen kadhachuu eegale garuu nan dhaga'an garaa natti jabaatan. Erga guyyaa sanaa manaa hin ba'u Amartii koos mil'adhee hin beeku. Carraan ishee akkam ta'a laata? jechuun ofin gaafadha. Maatiinkoo harka qal'eeyyiidha. Abbaan koo mooraa Yuuniversiitii Amboo keessaa biqiltuu bishaan obaasuun nu jiraachisa. Harmeen koo immoo hodhaa hodhuun gurgurtee waan nyaatamu nuuf bitaa nu guddifti. Maatiin koo hundinuu ganamaan ka'anii bakka, bakka hojii isaanii deemaniiru obboloonni koo: Dinaa'ol, Olaanaa, Kumaa, Mo'aa, hunduu bakkee hojii idilee isaanii hojii guyyaa bakkee kophee qulqulleessanii fi ba'aa baatan deemaniiru; obboleettii koo ishee xiqqoo Leellisee qofaatu na eeguuf na biratti hafe. Sagalee laafiffadheen, Leelloon jedhe; na jalaa calliste maraataa jalaa maaf qabu silas! irra deddeebiseen Leelloo maaloo nan beela'e jedheen kadhachuun eegale, jechoota filee qindeessee ittiin injifachuuf tarreessee toora galchee kadhachuu koo ittan fufe injifatamuu hin haftu, dhuftee fuuldurakoo dhaabbattee, "Maal barbaadde?" jettee na ifatte. Wayyoo maraatuun inuma ifatamti duruu wayi carraa ofii kanaa, "Nan beela'eem Leellookoo" jedheen kadhadhe........ itti fufa... ๐Ÿ‡ฌ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡ฑ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡น ๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ฒ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡ฆ!! @Asoosamaafiwalaloo
Show all...
๐Ÿ‘ 2๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ’” 1
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ’Œ Iccitiin jaalalatti qabamanii waggaa dheeraa turuu jaalalleewwanii lolli waan dhabameef miti...๐Ÿ‘‰ See More ๐Ÿ”œ See More See More
Show all...
๐Ÿ‘ 1
๐Ÿฅฐ โžก๏ธ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! โžก๏ธ JOIN ๐Ÿ“Œ 1๏ธโƒฃ ๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก      ๐Ÿš˜ JOIN     JOIN 2๏ธโƒฃ ๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก     ๐Ÿšฉ MORE JOIN  ๐Ÿšฉ    ๐Ÿšฉ MORE JOIN ๐Ÿšฉ 3๏ธโƒฃ๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก     ๐ŸฐMORE JOIN  ๐Ÿ•ฏ    ๐Ÿฐ MORE JOIN ๐Ÿ•ฏ ๐™ฐ๐š๐š ๐šข๐š˜๐šž๐š› ๐™ฒ๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐šŽ๐š• โž• แฅฒแƒซแƒซ แฅกแฅ†แฅ™r แฅดาปแฅฒแฅ’แฅ’แฅฑแฅฃ ๐Ÿ“Œ Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa
Show all...
ASOOSAMA GABAABAA ๐Ÿ˜˜ DHUNGOO ๐Ÿ˜˜ KUTAA6๏ธโƒฃ FFFAA DUBBISA GAARIII Addaan kutuu keenyaaf dhiifama isin gaafacha namoonni chaanaalii kanaaf haaraa kan taatan ๐Ÿ‘‰ @AsoosamaafiWalaloo Join godhaa. Dubbisa gaarii ......Garuu murtee du'a lubbuu guyyaa sana fudhate. Atimmoo, โ€œAmboo dhaabbattee sirbiteโ€ jettee? ishee Haaceen, "Yaa jabbiloota koo, jabbiloota Odaa jalaa kan nama nyaatu nu kessa jira,โ€ jedhes hin dagatinikaa!" jettee imimmaan lakkuu harcaaste. Dhiisi jedheen maddii maddii ishee lamaan irraa imimmaan haxaa'uu eegale. Osoo kanaan jirruu abbaan Amartii utaalchaan kutaa yaalii arifachiisaa duruu cufaa hin qabne sana utaalee seene. Garaan koo iddoo lamatti hirame, wanti lubbuu qabu tokko mataa koo iddoo hodhame keessa deeme. Obbolleessi ishee Harmeen ishee utuu hin hafin wal guuranii dhufan. Jechoonni isaan ittiin na arrabsan hunduu kan hiyyuummaa koo qeequ qofaadha. Kanan sodaadhe hin hafne sagaleen isaanii kutaa ani keessa ciisee jiru sana goole. Sammuun koo boqonnaa dhabnaan bakkuma sana ciiseen immimman koo akka Rooba Gannaatti harcaasaa akkanan jedhe, SIN YAKKINE Gaafa gaafi na dhukkuba Beekee waansaa hin himadhu, Gaaf gaafi na gugguba Yoon hafuura baafadhu Osoon Daamaa hin takaaliin Bulloo maafan leenjisee Harmeen koos nan abaarre Abbaan koos na eebbise Osoon sin argiin ooluuf Manni kee silaa ollaa Dhoksinee wal jaallana Maatii keenyammoo hin sobna Abbankee yoo na argu Akka qeerransaa harqa Harmeenkees na mil'chuuf Ijakoo jibbu argaa Dallaa keesaaniin demaan Akka joobiraan marsa Obboleesiikees silaa Na argu na arbsa Yoo gaangoo leenjisani Jilba maaliif sakaalu Yoo arga na jibbanis Jibba maalif fandaalu ...itti fufa @AsoosamaafiWalaloo
Show all...
๐Ÿ‘ 2โค 2๐Ÿฅฐ 1
Photo unavailableShow in Telegram
โœ… Shamarreen umurii kurnanii keessa jirtu teessee yommuu yaaddu, mallattoolee jaalala dhugaa baayee murteessoo ta'an 10 qalbeeffachuun ishee barbaachisa,... ๐Ÿ‘€ See More โžก๏ธ See More      See More
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
โžก๏ธ Jaalalli dhugaa hundee gadi fageeffatee akka dhaabbatuuf gaheen jaalalleewwan lameenii maal fa'a,... โžก๏ธ See More. ๐Ÿ‘‰ See More    See More
Show all...
๐Ÿฅฐ๐Ÿ˜˜ ๐Ÿƒโ€โ™‚๏ธ๐ŸŸข๐Ÿ””๐Ÿ””๐ŸŸข ๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰ HAPPY NEW YEAR โžก๏ธ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! โžก๏ธ JOIN ๐Ÿ“Œ 1๏ธโƒฃ ๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก      ๐Ÿš˜ JOIN     JOIN 2๏ธโƒฃ ๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก     ๐Ÿšฉ MORE JOIN  ๐Ÿšฉ    ๐Ÿšฉ MORE JOIN ๐Ÿšฉ 3๏ธโƒฃ๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก     ๐ŸฐMORE JOIN  ๐Ÿ•ฏ    ๐Ÿฐ MORE JOIN ๐Ÿ•ฏ ๐™ฐ๐š๐š ๐šข๐š˜๐šž๐š› ๐™ฒ๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐šŽ๐š• โž• แฅฒแƒซแƒซ แฅกแฅ†แฅ™r แฅดาปแฅฒแฅ’แฅ’แฅฑแฅฃ ๐Ÿ“Œ Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ’› "Miira jaalalaa namatti dhaga'amu parsantiin 70% maal akka ta'e beektuu?...." โžก๏ธ As tuquun dubbisaa. ๐Ÿ‘‰ See More See More
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.