cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gorsaa

Joined godhun na hordofa

Show more
Advertising posts
223
Subscribers
-124 hours
-17 days
+630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

00:32
Video unavailableShow in Telegram
⏰️30 ሴኮንድ እየቆጠረ ነው ቀድመው ቻናናልችንን ለተቀላቀሉ 10 ሰወች ብቻ የ100 ብር ካርድ እሞላለሁ 💵 Wave+👉@KINGS_WAVER
Show all...
0.76 KB
🎁ለመቀላቀል🎁
✅️JOIN✅️
🆕SocksIp Config ✅New Slow DNS Ethiotelecom 🇪🇹
Show all...
socksip config 1️⃣.sip0.07 KB
socksip config 2️⃣.sip0.07 KB
socksip config 3️⃣.sip0.07 KB
Namoonni tokko tokko akkamitti dubartiin Jalloodha! Jetta jechuun na komatu. Dhugaa qabu.Mirgaas qabu. Waa'ee jallina jaraa itti deebina. Yoo lubbuun jiraanne nama hubatuuf,Jallinni dubartii ilma dhiiraatif faayidaa guddaa qaba. Miidhama guddaas qaba.Waan lama qofa.Milkaa'uu yookaan Maraachuu.Garaagarummaa kana kan fidu ciminaa fi dadhabina dhiiraati.Yoo jallina ishee dandamachuu dandeesse dhiira jabaa taatee baata.Garuu Carraa xiqqoo qabda.Waaqni jabina siif haa laatu. Akkasuma yoo jallina ishee dadhabde,Sammuun kee nyaatameeti,maraatuu nuuf taata.Yoo jabaattee jalaa baate,jallinni Dubartii akka aduutti guddisee si muldhisa. Harka yoo kennite immoo kophaa haasawaa of argita.Kanaafuu jabaadhu.Afaan ishees baradhu.Adabas godhadhu.Ishee waliinis morkii hin galin. Jallina ishees amaniitii waliin jiraadhu.Sossobaa horadhuun. Dubartiin ati jalloo miti jettee quba natti qabdu,kan ishee uumeetu "Lafee jalloo" irraa uumamuu ishee siif hime. Anarraa bu'i.Dhugaa qeebali.Dubartiin akka Lafee jajalloo cinaachaati.Amma yaa'ii dhiisi.Naaf qajeelchi jettees hin kadhatin.Waan hin qajeelle hin gaafatin.Ati qajeeliif.Anas qajeelchiif jedhii kadhadhu. 🫦🫦🫦🫦🫦👁👁❤️❤️
Show all...
Repost from Oshoo Official
Soqiraaxesii fi Barataa isaa Puluutoo Barataafii barsiisaadha. Beektota Wal beekee, beekumsaan addunyaa keessatti jaarraa jaarraatti qaxxaamuran.Beekumsi addunyaa kana gubbaatti rabbiin namaaf kenne guddaadha.Ta'us garuu warri beekkumsaan beekamtii waliif kennee Wal kabaje qofatu Beektoota ta'ee bule. Akkuma qabeenyi irratti waliif galan faca'insa malee dhaalamee dhalootatti dabru, beekumsi irratti waliif galanii irratti Wal kabajaniis biyyaafii dhalootaaf bu'aa buusuu daran, addunyaa keessatti kabaja sitti hora. Warri beekumsafii qabeenya qaban irratti waliif galuun isaan rakkise, kennuma qabaniin rakkachaa Jiran.Beekumsi qabeenya guddaadha, Garuu beekumsi beektota baafneefii beekaa hin oomishne dura beekaa wajjin Wal si dhorka. Sana booda beektota keessaa si foo'a, itti aansee ammoo beekumsuma saniitu dhibee sitti ta'a. Beekumsi warra Giriik Namoota muraasatu irratti waliif gale. San booda hordoftoota isaaniitu itti waliif gale, San booda suuta suutaan dhaloonni beekumsa hojiitti geeddaru dhufee Roomaa ijaaruu jalqaban. Agartee beekumsi Waaqayyo Akka sabaatti nuuf kenne kana Itti fayyadamuu wallaallaan beekumsuma saniin miidhamuuf (baduuf) jirraa....? Anumatu al tokko tokko ofumaaf of gaafata.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
🆕SocksIp Config ✅New Slow DNS Ethiotelecom 🇪🇹
Show all...
Sockslp dns #1.sip0.07 KB
SocksIP dns #2.sip0.07 KB
socksip dns #3.sip0.07 KB
New file 🌟 Free 0 birr 🔥
Show all...
Ethiotelecom 🔥.ehi0.12 KB
🥳New telegram package file 🙂App HTTP injector 💥Speed 6️⃣ MBPS 🫡no Expiredate 🔅Ethiotelecom
Show all...
Ⓣ︎Ⓔ︎Ⓛ︎Ⓔ︎Ⓖ︎Ⓡ︎Ⓐ︎Ⓜ︎.ᵖᵏʲ.ehi0.10 KB
TELEGRAM.pkj.ehi jedhamuun beekama 10.2 KB EHI ↓ Faayila paakeejii telegiraamii haaraa App HTTP injector jedhamuun beekama * Saffisa 6 MBPS no Yeroon isaa darbe Ethiotelecom
Show all...
🔥 fast ነፃ ኢንተርኔት ፈላጊዎች 🎁 🇪🇹 በ 0.00 birr  ኢንተርኔት መጠቀም የምትፈልጉ በሙሉ ይሄን ቻናል join አርጉ ። ✅↓↓↓ https://t.me/+UGGPAKD5Z2piMDA0
Show all...
Ethio Free Data

» Ethiotelecom » Safaricom

👍 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.