cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Computer Solution

Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!

Show more
Advertising posts
2 976
Subscribers
-124 hours
-127 days
-4830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Waan Hin Beekne Gaafachuun Qaroomina Akka Ta'e Namni Hin Beekna Jiraachu Mala. Wallaalummaakee Gaafadhu Bari Malee Sobaan Hin Haguugiin. Maalif Beekta ? ๐Ÿ“˜ Gaafa Bubbeen Haqa Bubbisuu Duwwaatti Hafta. ๐Ÿ“˜ Yeroo Fiigu Qabdutti Kufta. ๐Ÿ“˜ Dubbii Siif Hin Galleetti Mataa Hin Raasin. Har'a Waan Siif Gale Fakkeessuuf Mataa Raasuun Yeroof Furmaata Sitti Fakkaachu Mala. Garuu Guyyaa Waan Yeroo Sana Gochuu Utuu Qabdu Dhiistef Gaabbiin Mataa Ofitti Raastu Fuldurakee Akka Jiru Yaadadhu. Yeroo Kamiyyuu Karaan Ati Sobaan Darbituu Ammas Karaa Sobu Si Barbaachisutti Si Geessa. Garuu Galmi Soban Galan Hin Jiru. Yeroof Waan Yaadde Fi Waan Raawwachu Barbaadde Sana Raawwachu Dandeessaa. Garuu Kufaati Tasa Fi Balaqqeessaa Haqa Jala Tartee Bakka Geessu Tokkoyyuu Akka Hin Qabne Hin Dagatiin. Heroin Ati Qabdu Amma Qofa. Kanaafu, โ—‹ Hin Barfatiin. โ—‹ Hin Bulfatiin. โœ @Gemechis430 Follow us ๐Ÿ‘‰ @Computersoln
Show all...
โค 2
Hamster Semptember 26 tti Beellama Qabatee Jira. Namoonni Hin Jalqabiin Jirtan Yeroo Hafetti Fayyadama. Link https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId6031682730
Show all...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

DOGS Namoonni Dalagaa Turtaan,Baga Gammaddan. Ammas Namoonni Hojii Kana Barbaaddan Blum Jalqabuun Hojjedha. Link https://t.me/blum/app?startapp=ref_TO4YRRfsNX
Show all...
Blum

Trade, connect, grow andโ€ฆ farm Blum Points! Made by @blumcrypto team ๐ŸŒธ

๐Ÿ‘ 1
Namni Beekaan: ๐Ÿ‘… Arraba xiqqaa! ๐Ÿ‘  Ija guddaa fi ๐Ÿฆป Gurra bal'aa qaba! Kana beektaayii ati? ~ ๐–๐ข๐ฌ๐ž ๐Œ๐š๐ง ๐‡๐š๐ฌ: ๐Ÿ‘… ๐’๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ ๐“๐จ๐ฎ๐ง๐  ๐Ÿ‘ ๐๐ข๐  ๐„๐ฒ๐ž and ๐Ÿฆป ๐–๐ข๐๐ž ๐„๐š๐ซ. ๐ƒ๐จ ๐ฒ๐จ๐ฎ ๐ค๐ง๐จ๐ฐ ๐ญ๐ก๐จ๐ฌ๐ž? ~ แŒฅแ‰ แ‰ แŠ› แˆฐแ‹: ๐Ÿ‘…  แ‰ตแŠ•แˆฝ แˆแˆ‹แˆต ๐Ÿ‘ แ‰ตแˆแ‰… แŠ แ‹ญแŠ•แŠ“ ๐Ÿฆป แˆฐแŠ แŒ†แˆฎ แŠ แˆˆแ‹แข แŠฅแŠแ‹šแ‹ซแŠ• แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆ‰? Share & Join Usโ€ข                  ๐Ÿ’ง @Computersoln
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Channel Sadii Qof Join Taasistu TON Isinif Kenna. Itti Fayyadama. https://t.me/HIXweb_bot?start=888682921441
Show all...
๐Ÿ•ถHIX

Telegraph account expected registration date.Get TON Rewards Invite your friends to participate to get more TON

โค 1
TONEE_App Kaanirraa Baayye Filatama. Hamma Dalagdan Baafata Deemtu. Link ๐Ÿ‘‰https://t.me/tonee_app_bot?start=a1322a42
Show all...
TONEE - Mine-to-Earn

Premier Mine-to-Earn on Telegram

๐Ÿ”ฐ BAGA NAGAAN DHUFTAN ๐Ÿ”ฐ Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera. Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Gemechu. ๐Ÿ”ฝ https://t.me/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r0053210195 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Gemechutiin galmaa'aa. JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO Itti Fayyadamaa
Show all...
Ethiotelecom - Afaan Oromoo

Baga nagaan gara Itiyoo telekoom dhuftan! Start jechuudhan galmaa'aa !

Tumsa Keessanin Channel Keenya Hordoftoota 3K Horatee Jira. Ammas Hiriyoota Keessaan Affeeruun Maatii Channel Taasisaa. Page Kanarraa, ๐Ÿ‘Œ Odeeffannoo Komputeraa Hunda. ๐Ÿ‘ŒAkkaata Fayyadama Platform Garagaraa. ๐Ÿ‘ŒWebsite Uumuu Fi Akkaata Itti Fayyadama Isaa. Softer Develop Fi kannen Biro Page Kana Hordofuu Qofan Argattuu. T.me/Computersoln
Show all...
Computer Solution

Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!

Link kanan Subscribe Taasisa. @WalalooDabalataaf
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.