cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Madda Beekkumsaa👍

Dubbifnee uf yaa jijjirruu! karaan ittiin jijjiiramuu dandeenyu kitaabota adda addaa dubbisuudhaa!

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
1 479
المشتركون
+224 ساعات
-67 أيام
-2130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Yaa Rabbi! Dilaawaa keenyaaf Araarama, Dhukkubsataa keenyaaf fayyaa, dhabaa keenyaaf durummaa si kadhanna!
إظهار الكل...
#Hin_bareedu_dhugatti! Afaaniin nama sobaa Garaan namatti maluun Bifaan nama fakkaataa Qaamaan Bosona galuun ⭐ Caba ofii dhoffataa Isa namaa odeessuun Dhugaa namaa awwaalaa Garaa namaa bobeessuun ⭐ Afaan Damma dibataa Qeensa namatti qabuun Daba namatti yaaduuf Lagarra namatti labuun ⭐ Hin bareedu dhugatti Nama dhugaa dubbatu Afaan isaa ukkaamsuun Mana haqaan dalagu Haqaan malee itti saamsuun ⭐ Daandii qajeelaa dhiiftee Isa dabaa filatuun Abbaa yakkaa dhossitee Isa fayyaa himatuun ⭐ Daandii haqaarra deemta Jedhaa nama ugguruu Dhugaa lafarra jirtu Maallaqatti gurguruu ⭐ Rasaasa summii baattee Mana namaa naannayuu Har'a hannaaf bobbaatee Boru immoo qaanayuun Hin bareedu dhugatti Aangoof qabeenna keetiin Hiyyeessarratti duuluu Qabeenya haqaan malee Kuusaa keetitti tuuluu ⭐ Leenjii shiraan guuttameen Baatee nama dararuu Kijiba isan jirre Kiiloo Dhibbaan safaruu ⭐ Hin bareedu dhugaa! ✍️Ahmed Husen Gishe https://t.me/tafak_or
إظهار الكل...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

Repost from Dhaloota Qubee!
....    DHALOOTA QUBEE    .... 📄 Dhaloota Qubee jechuun dhaloota waa dubbisu. - ✍ Dhaloota Qubee jechuun dhaloota waa barreessu. - Dhaloota Qubee jechuun dhaloota taatee hundarraa waa baratu. 📒 Dhaloota Qubee jechuun dhaloota waa baratee barsiisu - 📂 Dhaloota Qubee jechuun dhaloota seenaa dabre baratee, seenaa haaraa galmeessee dhaloota itti aanu dhaalchisu. Dhaloota qubee jechuun hiika baayyee qaba - Kanaafu bara dhaloonni qubee itti dagaage kana keessatti seenaa gadhee hin hojjetin; bara dhaloonni seenaa galmeessu guute kanatti atimmoo seenaa hin balleessin ✊Nuti dhaloota qubeeti !!!!!
إظهار الكل...
⭕Yaada dhiirota qofaaf.😀 Shamarran dubbisuun dhorkaadha🚫 👫 Hiriyyaan dubaraa kee amaloota gadii qabdi taanaan hin abdatiin. 👉 Yeroo ati bilbiltu hin kaasiin haftee, booda siif deebistee hin bilbille taanaan😭 👉 Yeroo sibira dhuftu bilbila silent, airplane mode, off, fi yoo bilbilamu ilaaltee dhiisti taanaan.😭 👉 Bilbila sibiratti hin kaastu taanaan, yoo kaastu sirraa fagaattee aasofti taanaan 😠 👉Bilbila kaasuu dhiistee, irra deebitee yerooti bilbiltu bilbila cufaa ( off ) gooti taanaan😭 👉 Bilbila ishee icciitiidhan cimsitee si dhokfatti taanaan😭 👉 Yeroo si waliin deemtu ija naannessitee dhiira ilaalaa deemti taanaan😭 👉 Yeroo si waliin deemtu , yaada sodaa qabuun, eessumako, obboleessako, kan adaadaako jetti taanaan😠 👉 Yeroo kaaffee si waliin teessu sirra dabarsitee dhiira ishii ilaalutti kolfiti taanaan😠 👉 Yeroo karaa deemtu bilbila hin kaastu , bilbila cufatti taanaan😭 👉 Manaa ba'uun naaf hin mijatu siin jettee , akka carraa bakkeetti argite taanaan😠 👉 Yeroo ati bilbiltu maatii biran jira jechuu baayyisti taanaan 😠 👉Waan goote tokko dhugaa sitti fakkeessuuf waaqaa fi lafaan kakatti taanaan😛 👉 Yeroo sibira jirtu irra yeroo dhiira biraa argitu kokkofaltee gammaddi taanaan😠 👉 Aasaa kee caalaa , aasawaa dhiirota sibiratti barteef iddoo laatti taanaan😭 👉 Kaardii guutteefii utuu siin bilbiliin , booda call me back sitti ergiti taanaan😠 👉 Yeroo hunda bilbilli ishii qabamaa~~ obboleessakoo, adaadaa kootu bilbile etti taanaan😔 👉 Yeroo waliin teessan bilbila irratti busy taati taanaan😠 ,👉 Yeroo hunda qarshii akka baastu barbaaddi taanaan 😠 👉 Lakk Bilbilaa maqaan save hin taane fi mallattoon qabame baayyisti taanan😭 👉 Yeroo chat waliin aasoftu siif deebisuuf busy taati taanaan😠 👉 Yeroo siif kennitee si waliin aasa'uuf faayidaa irratti hundoofti taanaan😠 👉 Bifti kee diimaa , isheen garuu sibira teessee dhiira magaalatuu natti tola jetti taanaan😭 👉 Ati dheeraa , sibira teessee dhiira gabaabatu natti tola jetti taanaan😠 👉 Waan yeroo malee, Karoora fuula duraa hin aasoftu taanaan 😠 👉 Ati ilma xinnaa , isheen garuu waan gommaan deemu jaallatti taanaan 😠 👉 Aasawaa ishii keessatti tasa " yeroon heerumu " jetti taanaan😭 👉 Ati rifeensi solaarii, si bira teessee rifeensa firiiziitu natti tola jetti taanaan😭 🍎Maaloo obboleessa koo utuu ofi hin dhabiin dafii biraa deemi✋ 💚Obboleessi kees haala kanaan utuu inni of-hin dhabiin share godhii lubbuu qaqqabi.😂 Dandi Teshome Leenjiin kun dhiirataaf miliniem addarashitti kennamuu qaba.😋
إظهار الكل...
“Namatu na miidhe, namatu na gane” kan jedhu malee, “Anatu nama miidhe, anatu nama gane” kan jedhu hin jiru. Erga hunduu kan miidhameefi kan ganame ta’ee, kan miidheefi kan gane eenyu?
إظهار الكل...
Namni tokkolleen nama jirjiiruu hin dandahu Allaahaa yoo taate malee, Garuu tokkoon keenya jijjiirama tokkoo keenyaatiif sababa tahuu dandeenya ! Qarshiin tahuu, beekkumsaan tahuu waan nama tokko caalatti nuuf mijjatee jiruun nama tokkoof sababa guddinaa haa taanu. 🥀 Yaanni Kun👆 yaada namni guddaan qofti yaaduudha.✍
إظهار الكل...
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
Firii qormaata kutaa 12ffaa ilaalchisuun Guyyaa boruu waaree booda ministeerri barnootaa ibsa miidiyaaleef ni kenna. Bara kana barattoota 684,205 qormaata kana qoraman keessaa barattoonni 29,718 onlaayin yeroo jalqabaaf qoramaniiru. Guyyaa boruu wiixata qaammee 04/2016 bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ni ifooma jedhamee eegamaa jira. Miidiyaan @Abdii_Sabaa ibsa waaree booda kennamu hordofuun kallattiin kan isin qaqqabsiisu ta’a. https://haurouja.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
☆☆☆﷽☆☆☆ ■#Gorsa gabaabduu..... !!! ●hin dallanin dallansuun xummurri isaa gaarii kan hin ta'in farda sheeyxaanni ittiin gulufu waan ta'eef..... ●hin waanyin waanyummaan dhibee keessa namaa nyaatee fixu.... dhibee suukkanneessaa waan ta'eef... ●Abdii hin kutatin... abdii kutachuun#RAHMATA Allh dagachuu waan ta'eef.... ●hin gaddin .... gaddi ruuhii fi foon dabalatee kan barbadeesu.... farra gammachuu waan ta'eef...
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Kam irra Jaalatta /barbaadda ? Sukkara moo sooqidda ? Deebiin namoota hedduu sukkara jedha Garuu lameen isaaniituu bakka isaaniitiin Alatti yoo fayyadamne Jibbisiisoodha . Akkasuma bakka isaaniititti kan bikka isaanii bu'u hin jiru , barbaachisummaan jara lamaaniituu qixa ta'a . Atilleen Akkasuma bakka kee hin tahin gaafa of keette ni jibbamta /fudhatama dhabda.bakka hin barbaadamnetti argamtekaa . 👉Kanaaf Bakka si fakkaatu taa'i Waan si fakkaatu dubbadhu Waan si madaalu dalagi. Yoo san barbaadamaa taatee argamta . Ykn sooqidda shaayii tti naqaniifii sukkara Ittotti naqan taatee fudhatama dhabda. #Akkasi. @Alrisala1
إظهار الكل...
"Harka takka tan yeroo ati mucucaatte ol si qabduutu, harka kuma tan yeroo ati galma geeyse baga gammadde jechuudhaaf harka si fuutu siif caala."
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.