cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Kominikeeshinii Waajjira A/Alangaa Aanaa Gumbii Bordoddee

Public & Government Organization

Show more
Finland9 881The language is not specifiedLaw15 968
Advertising posts
203
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Labsii Bulchiinsa Hojiiwwan Misooma Albuudaa Lak.223-2012.pdf5.63 KB
Qajeelfa hojiwwaan albuudaa Oromiyaa.pdf4.19 KB
qajeelfa hojiwwaan albuudaa Oromiyaa.docx0.75 KB
Repost from Elias K. Law Room
👉Leenjii: Gahee Fi Dirqama Ogeessotaa Galma Gahiinsa Hojii Koree Sagantaa Fooyya'iinsa Sirna Haqaa( SFSH) Keessatti Qaban: (Ogeessa Sadarkaa Godinaa fi Magaalaa jiraniif kenname) 👉(By Elias kasa- 21/1/2016-Adama)👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/eluLaw
Show all...
Eliyaas leenjii SFSH Bara 2016.pptx16.59 MB
የኢትዮጵያ ፌዳራሊዊ ዱሞክራሲያዊ ሪፐብሉክ የንግዴና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስቴር የጨው ግብይትን ሇመቆጣጠር የወጣ መመሪያ ቁጥር 962/2015
Show all...
962_የጨው_ግብይትን_ለመቆጣጠር_የወጣ_መመሪያ_ቁጥር_962_2015.pdf3.88 KB
935_2015_የንግድ_ምዝገባ፣_ፈቃድ_እና_ድኅረ_ፈቃድ_ኢንስፔክሽን_መመሪያ_ቁጥር_935_2015.pdf9.72 KB
Labs.Sooram.Hoj.Mootu 1267 2014 (1).pdf22.07 MB
Labsii soorama hojjattota mootummaa fooyyessuuf bahe
Show all...
Labsii Sooramaa.pdf4.31 MB
229247 mindaa seeraan ala kaffalamee deebisisu.pdf8.79 KB
221716 Adabbii hojjataaf hojjachiisaa 1156 kwt 37 (1).pdf8.27 KB
Repost from Fami Abdi
Labsii_Lak_241_2014_Labsii_Gurmaa’ina,_Hojimaata,_Naamusa_Miseensotaa.pdf6.23 KB
Dambii Fandii Bulchiinsa Bishaanii Lak 236-2015 (1).pdf1.30 KB
Leenjii Aadaa, gadaafi Maloota Araaraa-2023 (1).pdf3.13 MB
Qajeelfama MM Aadaa lakk 15-2014.pdf4.04 MB
Dambii Mana Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaa Lak.10-2014.pdf6.65 MB
"Murtii barsiisoo guyyaa 4ffaa" Godina Har / Lixattii Waajjirii Abbaa Alangaa Aanaa Gumbii Bordooddee Bu'aaqabeesumma Tajaajila Abbaa Alangumma gammaa yakkattin jiruu Dabaluuf xiyyeeffannoo Addaa itti kennuun hojjecha jiraachuuu isaa ni beekkama. Bu'uurummaa kanaan Oolmaa gaafa guyyaa 24/4/2016 ttii waajjiirii Abbaa Alangaa Aanaa Gumbii bordooddde Himatama seeraa inshuransii qaama 3ffaa cabsuun konkoollachisuun argammae irrattii murtii battalaan akkaa adabaamu taasiseera. Ka'uumsii dhimmichaas akkana Himatamtaman maqaan isa Juneeydii Alii yuusuuf jedhamuu Kun ta'ee jedhe ittii yaaduun uwiisaa insuransii qaamaa 3ffaa osoo hin maxxanfattiin gaafa guyyaa 23/4/2016 galgala irra atilmaaman toora Sa'aa 11 yoo ta'u Aan/Gumbii Bordooddee magaala Bordooddee iddoo Addaa bakka jedhamee waamamuuti mootora gostii Bookseer ta'ee osoo uwiisaa insuuranasii qaama 3ffaa hin maxxanfattiin konkoollachisaa jiruutii kan qaama seeraan harkaa Fi harkaatti qabamme galmeenis qulquulla'ee xumuramuun Himannii Yakka kara Abbaa Alangaa Aanaa Gumbii Bordooddettiin irrattii dhihate ture . Mannii murtii Aanaa Gumbii Bordooddees Himanna dhihatee ofiiti fudhee ilaaluun bita fi mirga erga falmisisee boodaa Himatamaan himanna irrattii dhihate guutummaatti kan amme waan ta'eef bu'uura SDFY kewwata 134(1) ttiin murtii balleesuumma ittii kenneera . Dhummaa irrattis Oolmaa dhadachaa gaafa guyyaa 24/4/2016 Ooleen Mannii murtii Aanaa Gumbii Bordooddee yaada Adabbii bita fi mirga dhageefachuuun Adabbii Himatamaa kana barsiisuu Fi fakkatoota isaa Akeekkachisu jedhee amane Adabbiii mallaqa qarshii 3000 (kumma sadiitiin ) akka adabamu jechuun murteeset Jira . "Waliiin taannee Olaantuumma seeraa mirkaneesuun, guddiinaa dinagdee haa ariifachifnun dhaamsaa keenyaa " "Haqaan Haqaaf hojjenna " Muddee 25 bara 2016 Bordooddee
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.