cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

LIMA FOXTROT FOXTROT

This Channel is Created To Clench Victory Of That The Hijacked QEERROO & QARREE Revolutions in OROMIA Again.!!!! โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช

Show more
Ethiopia3 860The language is not specifiedPolitics7 134
Advertising posts
5 935
Subscribers
+1424 hours
+557 days
+23630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Kabinoonni Goroo Doolaa Shiraa Gujii fi Booraana Wal nyaachisuuf dalagdaan Ammas Fashalaa'eera. Gujiif Booraanni Foonii fi dhiiga tokko kanaan booda Shira keessaniin dignity isaa jiguu fi lubbuun isaa ba'uu hin jiru... Jaarooleen waan kana keessa harka qabdaan Namni Shan maqaa fi suura keessan maxxansuuf akkekkachiisa xumuraati..!! #AbbaaSardaati!.!!!! โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
Show all...
๐Ÿ‘ 7๐Ÿ‘ 2
Repost fromย Jabeessaa Qeerroo
#แˆ˜แˆจแŒƒแฆแ‹›แˆฌ แˆ›แˆˆแ‰ตแˆ แ‰ 19/9/24 แŒ€แŒแŠ“แ‹ แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แŠแƒแŠแ‰ต แˆ แˆซแ‹Šแ‰ต แ‰ แ‹ฐแ‰กแ‰ฅ แ‹•แ‹ แ‰ แ‹ˆแˆฐแ‹ฐแ‹ แŠฅแˆญแˆแŒƒ แ‰ แˆแ‹•แˆซแ‰ฅ แŒ‰แŒ‚ แ‹žแŠ• แ‹ฑแŒแ‹ณ แ‹ณแ‹‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แˆ„แˆ› แŠชแŠ•แˆพ แ‰€แ‰ แˆŒ แˆแ‹ฉ แˆตแˆ™ Dhaแˆœ แ‰ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆ แˆฅแแˆซ แˆˆแŠ แˆฐแˆณ แ‹จแ‹ˆแŒฃแŠ• แ‹จแ‹แˆฝแˆตแ‰ต แŠƒแ‹ญแˆ แŠจแŒฃแ‰ฑ 9:00am แ‹จแŒ€แˆ˜แˆจ แ‰ แ‹ˆแˆฐแ‹ฐแ‹ แŠฅแˆญแˆแŒƒ 23 แ‰€แˆญแŒฅแŽ 18 แŠญแ‰แŠ› แŠ แ‰แˆตแˆแˆ.....
Show all...
โค 2
Repost fromย Jabeessaa Qeerroo
#Salalee Anaa darraa Nama gaddisiisa Namni asii gaditti argaa jirtan kun #Geetachoo_magarsaa jedhama Humna fixxaaleyyii amaraan qabamuun Niibeekama haaluma kanaan erga qabanii booda Maati isaatti bilbiluun qarshii Miilihoona 1 tokko yoo kaffaltan male mucaa Keessan hinajjesna jechuun gaafatan Maatiinis erraa hafuu dadhabuun qarshii kana Waan qaban hunda itti fixanii ummannis gargaaruun Erga kaffalanii boodas humni finxaaleyyii kun garaa jabaachun ajjeesan Warri biraa jiran rasaasan rukutamanii Bishaatti of Darbuun lubbuun hafan nidubbatu Maatinis qarshii ykn mucaatti hin hafne๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ Waaqawwo Maatiif Hiriyoottan isaaf Jajjabina hakennu jenna ๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ Yoomuma imimmaan keenya qoora ๐Ÿ–ค๐Ÿ’”๐Ÿ˜ญ #แŠ แˆณแ‹›แŠ_แˆ˜แˆจแŒƒแฆแ‹ญแˆ… แ‹จแˆแ‰ตแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ฑแ‰ต #แŒŒแ‰ณแ‰ธแ‹_แˆ˜แŒˆแˆญแˆณ แ‹ญแ‰ฃแˆ‹แˆ แ‰ แŒฝแŠ•แˆแŠ›แ‹ แ‹แŠ•แ‹ถ แ‹แŠ– แ‰ฐแ‹ญแ‹ž แŠ แŠ•แ‹ต แˆšแˆŠแ‹จแŠ• แ‰ฅแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแŠจแแˆ‰ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆˆแ‰‹แ‰ธแ‹ แ‰ฐแŠแŒแˆญ แŠ แŠ•แ‹ต แˆ™แˆŠแ‹จแŠ• แ‰ฅแˆฉแŠ• แ‰คแ‰ฐแˆฐแ‰ฅ แ‹ˆแ‹ฐแˆ‹แ‹ญ แ‹ˆแ‹ฐแ‰ณแ‰ฝ แ‰ฐแˆฏแˆฉแŒฆ แŒŒแˆจแ‰คแ‰ตแŠ“ แ‹จแˆฐแˆแˆญ แˆฐแ‹ แŠ แˆตแ‰ธแŒแˆฎ แŠจแŠจแˆแˆ‰ แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‹ญแˆ…แŠ• แ‹จแŠ แŠ•แ‹ต แˆแŒ… แŠ แ‰ฃแ‰ต แŒŒแ‰ณแ‰ธแ‹แŠ• แŒจแˆแˆฎ แˆˆแˆ˜แˆจแˆฝแŠ• แˆฒแ‰ฐแŠฉแˆฑแ‰ฃแ‰ธแ‹ แŒŒแ‰ณแ‰ธแ‹ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ฑ แˆฒแ‹ซแˆแ แŠ แ‰ฅแˆจแ‹แ‰ต แ‹จแŠแ‰ แˆฉแ‰ต แˆซแˆตแˆแ‰ธแ‹แŠ• แ‹แˆ€ แ‹แˆตแŒฅ แ‰ แˆ˜แ‹ˆแˆญแ‹ˆแˆญ แ‰ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‹จแ‰ฐแˆจแ‰แ‰ต แ‰ฐแŠ“แŒแˆจแ‹‹แˆ.....แ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“แ‹ แ‹จแˆšแˆจแ‹ณแ‹ แ‹แŠ– แŠฅแŠ•แ‹ฑแˆ… แŠแ‹! แˆˆแˆ˜แˆ‹แ‹ แ‰คแ‰ฐแˆฐแ‰ฅ แ‹˜แˆ˜แ‹ตแŠ“ แ‹ˆแ‹ณ แˆ˜แŒฝแŠ“แŠ“แ‰ตแŠ• แŠฅแŠ•แˆ˜แŠ›แˆˆแŠ•!
Show all...
๐Ÿ‘ 2
Repost fromย Jabeessaa Qeerroo
#แˆ˜แˆจแŒƒแฆแ‰ แŠฆแˆฎแˆž แŠแƒแŠแ‰ต แˆ แˆซแ‹Šแ‰ต แˆตแˆ แˆฒแ‹˜แˆญแแŠ“ แˆ…แ‹แ‰ฃแ‰ฝแŠ•แŠ• แˆฒแ‹ซแˆ แ‰ƒแ‹ญ แ‹จแŠแ‰ แˆจแ‹ แŠƒแ‹ญแˆ แ‰ แˆ˜แˆ‹แ‹ แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แ‰ แŒ€แŒแŠ“แ‹ แˆ แˆซแ‹Šแ‰ณแ‰ฝแŠ• แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆ˜แŠแŒ แˆจ แ‹ซแˆˆแ‰ แ‰ต แˆแŠ”แ‰ณ แˆฒแˆ†แŠ• แŠจแŒ„แˆแ‰ฑ แŠซแ‹ตแˆฌแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‹˜แˆแ‰ขแˆ แˆ†แ‹ต แ‹ˆแ‹ถ แŒˆแ‰ฅ แ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“แ‹Žแ‰ฝ "แˆ แˆซแ‹Šแ‰ฑ แŠฅแŒ… แŠฅแ‹จแˆ แŒ  แ‹ญแŒˆแŠ›แˆ แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แŠฅแŠ“แ‰ถแ‰ฝ แŠฅแˆแ‰ฃ แ‰ฐแˆฐแˆ›" แ‹ญแˆ‰แŠ“แˆ แ‹ซแˆแŒˆแ‰ฃแ‰ธแ‹ แˆฐแ‹ แˆแˆ‰ แŠฅแŠ•แ‹ฐแŠแˆฑ แˆพแˆญแ‰ต แˆœแˆžแˆชแŠ“ แ‹ฐแŠ•แ‹›แ‹› แˆตแˆˆแˆšแˆ˜แˆตแˆ‹แ‰ธแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠแ‹šแˆ… แ‹จแŠฅแŠ“แ‰ถแ‰ฝแŠ• แŠฅแˆแ‰ฃ แˆฒแ‹ซแˆแˆต แ‹จแŠแ‰ แˆฉ แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ‹จแˆ‹แŠจแ‰ปแ‰ธแ‹ "แˆธแŠ”แ‹Žแ‰ฝ" แŠ“แ‰ธแ‹ แŠจแ‹šแˆ… แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‹จแˆ…แ‹แ‰ฃแ‰ฝแŠ•แŠ• แŠฅแˆแ‰ฃ แˆˆแˆ›แแˆฐแˆต แ‹จแ‹ˆแŒฃ แ‹จแ‰ตแŠ›แ‹แˆ แŠƒแ‹ญแˆ แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแŒ แˆจแŒ‹แˆ.....แŠฎแˆฒ แˆแˆ‹!
Show all...
Xiyyeeffannoo! PPn Qubsuma Ishee Haala Sadiin Qooddee Bobbaaftee Jirti. =============================== 1ffaa , 2ffaa, 3ffaa fi 4ffaa jettee suuta suuta Baadiyyaa to'achuuf tarsiimoo baafattee hojiitti Galtee jirti. 1ffaa. (Naannoo Magariisaa) (Qaxanaa Diina irraa Bilisaa) Humni 1ffaa Humana Aanaa irra taa'ee humna Kallattii Ajejaa Hoji kennuu, Bakka Kuusaa Meeshaa, Bakka Humna Dabalataa irraa ergamuu fi Loojistiksii adda addaa irraa dhihatuudha. Iddoo kana humna ga'aa fi Meeshaa Gurguddaa qabdi. Bakka Loli itti raawwachuuย danda'uu jedhanii amananiidha. WBO'n iddoo kanatti utuu lola hin eegalin humna hangami, iddoo akkamii fi Meeshaa akkami akka jiru dursee ciminaan qorannoo gochuun dirqama. 2ffaa. Naannoo (Keelloo) - (Bakka shakkiin Diina xiqqoo ta'e) Humna 2ffaa Qubsiisuu. Humna Aanaa irraa Km Gabaabaa xiqqoo siqee Qubateedha. Jechuun Gandoota Magaalaati dhihoo jechuudha. Humni kun akka humna ittisaati Qubatee jira. Kan Qubatee jirus (Milishaa, police Gaachana Sirnaa, Basaastoota fi Kaabinee dha). Humni bakka Kana qubbattee kun lolaaf Meeshaa fi Humna ga'aa hin qabdu. Qawwee dhukaasani Sagaleen Ittisa gaggeessuuf humna qubate jechuu ni dandeenya. Dhukaaftee nama hin ajjeeftu jechuu miti. Humna ga'a miti lola jala hin dhaabbatu qawween itti dhukaanaan albaatiin qeenxoo sagal Jechuudha yaa kotte na Baasii jetti buqqisuuf ni salphata. 3ffaa Naannoo (Diimaa)- (Qaxanaa Diinaa Cimaa) Humna 3ffaa Qubsiisuu. Humni kun humna aanaa irraa km dheeraa fagaatee humna qubsiifamuudha. Iddoon kun bakka lola itti gaggeessuuf Karoora qabanii dha. RIB Baayyee Qubsiisu, Meeshaa Gurguddaa akka bireenii, Snapper, Dishqa jiraachuu ni mala. Humna Lolaaf qophaa'ee dha. Kanaaf WBO iddoo kanati RIB meeqaa fi meeshaa akkami akka qaban dursee ciminaan daataa qorachuu qaba. 4ffaa Humna 4ffaa jedhama. Humni kun humnaa aanaa irra taa'ee yeroo lolli cimuu humna dabalataa ta'ee dhaquudha. Ammaaf bakkuma humna tokkoffaan jiru qubatee jiru qophaa'ee (Stand By) ta'ee akkuma rakkoon argameen bobbaa eegala jechuu dha ๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ž๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ ๐˜ฝ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™– ๐Ÿ’ช ๐™’๐˜ฝ๐™Š ๐™’๐™–๐™ก๐™ž๐™ž๐™ฃ ๐™๐™ช๐™ก๐™™๐™ช๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž
Show all...
โค 4๐Ÿ‘ 1
#Gujii_Lixaa Keessaa bobookkise kormi๐Ÿ’ช #Kaayyomsi_Uuma๐Ÿคฒ โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
Show all...
โค 1
#Kaaba_Shaggar Hidhaabuu Abooteetti guyyaa har'aa PP'n network balleessitee uummata nagaa irratti meeshaa gurguddaa dhukaasaa Oolte.!!!!
Show all...
Repost fromย KMN
Show all...
Turtii ob. Sulxaan Qaasim waliin, koree hojii raawwachiiftuu fi iti gaafatama Sab-qunnamtii KFO

#KMN #KUSH

#Xiyyeeffannoo! Biltsiginnaan Qubsuma ishee haala sadiin Qooddee bobbaaftee jirti.1ffaa ,2ffaa,3ffaa 4ffaa jettee suuta suuta Baadiyyaa to'achuuf tarsiimoo baafattee hojiitti Galtee jirti. 1ffaa.(Naannoo #Magariisaa)(Qaxanaa Diina irraa Bilisaa)Humni 1ffaa Humana Aanaa irra taa'ee humna Kallattii Ajejaa Hoji kennuu, Bakka Kuusaa Meeshaa,Bakka Humna Dabalataa irraa ergamuu fi Loojistiksii adda addaa irraa dhihatuudha.Iddoo kana humna ga'aa fi Meeshaa Gurguddaa qabdi.Bakka Loli itti raawwachuuย  danda'uu jedhanii amananiidha.WBO'n iddoo kanatti utuu lola hin eegalin humna hangami, iddoo akkamii fi Meeshaa akkami akka jiru dursee ciminaan qorannoo gochuun dirqama. 2ffaa.Naannoo #Keelloo (Bakka shakkiin Diina xiqqoo ta'e)Humna 2ffaa Qubsiisuu.Humna Aanaa irraa Km Gabaabaa xiqqoo siqee Qubateedha.Jechuun Gandoota Magaalaati dhihoo jechuudha.Humni kun akka humna ittisaati Qubatee jira .Kan Qubatee jirus(Milishaa, police Gaachana Sirnaa, Basaastoota fi Kaabinee dha). Humni bakka Kana qubbattee kun lolaaf Meeshaa fi Humna ga'aa hin qabdu.Qawwee dhukaasani Sagaleen Ittisa gaggeessuuf humna qubate jechuu ni dandeenya.dhukaaftee nama hin ajjeeftu jechuu miti.humna ga'a miti lola jala hin dhaabbatu qawween itti dhukaanaan albaatiin qeenxoo sagal Jechuudha.yaa kotte na Baasii jetti.buqqisuuf ni salphata. 3.Naannoo #Diimaa (Qaxanaa Diinaa Cimaa)Humna 3ffaa Qubsiisuu. Humni kun humna aanaa irraa km dheeraa Fagaatee humna Qubsiifamuudha.Iddoon kun bakka lola itti gaggeessuuf Karoora qabaniidha.RIB Baayyee Qubsiisu, Meeshaa Gurguddaa akka bireenii, Snapper,Dishqa jiraachuu ni mala.Humna Lolaaf qophaa'ee dha.Kanaaf WBO iddoo kanati RIB meeqaa fi meeshaa akkami akka qaban dursee ciminaan daataa qorachuu qaba. 4ffaa Humna #4ffaa jedhama.humni kun humnร a aanaa irra taa'ee yeroo lolli cimuu humna dabalataa ta'ee dhaquudha.ammaaf bakkuma humna tokkoffaan jiru qubatee jiru qophaa'ee (Stand By) ta'ee akkuma rakkoon argameen bobbaa รฉegala jechuudha Oromiyaan biyya๐Ÿ’ช W30n Duratti.!!!! โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.