cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Temesgen A.Lawyer

Show more
Ethiopia10 477The language is not specifiedLaw3 990
Advertising posts
1 185
Subscribers
-124 hours
+17 days
+5030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost fromΒ Elias K. Law Room
πŸ‘‰Qabiyyee lafaa nama biraa irratti osoo abbaan qabiyyee hin mormiin yoo mana ijaare abbaa qabiyye manichaa fi lafa manni irratti ijaaramee ta'a jechuun murtiileen kennamaa turan yeroo ammaa manni maree federeeshinii ejjannoo qabate jijjiruun murtii kennu isaa yeroo darbe post godhame ture. πŸ‘‰Gama kanaan barreefamoota ogeessotaan barraa’an kana dura murtiicha qeeqaa turan jiraachuunis ibsame jira. barreeffamoota kanneen keessa muraasni kunoo.πŸ‘‰(credit to Behailu Solomon-Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa)πŸ‘‰πŸ‘‰https://t.me/eluLaw πŸ‘‰Judicial Protection of Private Property Rights in Ethiopia: Selected Themes: By Hailu Burayu Elias N. Stebek & Muradu Abdo πŸ‘‰Transfer of Land Rights in Ethiopia: Towards a Sustainable Policy Framework: By D a n i e l B e h a i l u G e b r e a m a n u e l
Show all...
Transfer_of_Land_Rights_in_Ethiopia_Towards_a_Sustainable_Policy.pdf1.50 MB
Judicial_protection_of_property_rights_ato_Hailu_Burayu,_Dr_Elias.pdf2.68 KB
πŸ‘ 1
Qajeelfama sirna Keessumeessa gara garummaa bal'ina qabiyyee lafaa seera qabeessa ta'ee 2/2016 Biiroo Laafaa Oromiyaatiin bahe.
Show all...
QAJEELFAMA 2.2016.PDF2.45 MB
Repost fromΒ Elias K. Law Room
Qajeelfama Murteessa Qallaba Daa’immanii Manneen Murtii Federaalaa lakk. 1/2016 α‹¨αŒα‹°αˆ«αˆ αŒ α‰…αˆ‹α‹­ ααˆ­α‹΅ ቀቡ α‹¨αˆ•αƒαŠ“α‰΅ α‰€αˆˆα‰₯ αŠ α‹ˆαˆ³αˆ°αŠ• መመαˆͺα‹« ቁαŒ₯ር 1/2016 https://t.me/eluLaw
Show all...
α‹¨αˆ…αŒ»αŠ“α‰΅ α‰€αˆˆα‰₯ αŠ α‹ˆαˆ³αˆ°αŠ• መምαˆͺα‹« (2).pdf2.67 MB
Repost fromΒ ILQSO
Qorannoo_Gaafatamummaa_Hawaasummaa_Dhaabbilee_invastmantii_final.docx2.20 KB
Qorannoo hoggansa waliigaltee projektii (2).docx5.20 KB
Qorannoo Mana Murtii Aadaa Final After Workshop (1).docx3.73 KB
Qorannoo MRH Abbaa seeraa final kan galii ta'e (3).docx1.51 KB
Seera Bosonaa irratti leenjii ILQSO dhaan kenname..pptx4.30 KB
1️⃣.Dambii Sirna Raawwannaa Naamusaa fi Dhiyeeffannaa Komii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.36/1996, 2️⃣.Labsii Hojjattoota Mootummaa Lakk.61/1995 Labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.215/2011 tiin fooyya'e. 3️⃣.Labsii Lakk.76/1996. 4️⃣.Dambii Sirna Raawwannaa Naamusaa fi Dhiyeeffannaa Komii Hojjattoota Mootummaa Federaalaa Lakk.77/2002. 5️⃣.Qajeelfama Hundeeffama Koree Naamusaa Manneen Hojii Godinaalee,Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalotaa ilaalchisee gaafa 14/01/2003 irraa eegalee hojiirra oole. πŸ‘‰Bakka tokkotti qindaa'an Pdf dhaan buufadhaa dubbisaa. βš–οΈHaqaaf haqaan hojjanna!!
Show all...
Maanuwalii hojii dhaddacha Daa'immanii oromiyaa.pdf9.01 MB
Maneen_Murtii Hawaasummaa.docx0.65 KB
Leenjii_koree haawwaasumaaf.pptx8.67 KB
Dhimma Taaksii Murame Hafee .pdf14.04 MB
Qaj,15_2012 Bu_Odiitarootaa.pdf5.32 MB
Qaj,Gita Waloo 26_9-2014.PDF1.87 MB
Labsii,Dambii fi Qajeelf.Hojjatootaa-1.PDF37.60 MB
Repost fromΒ Desalegn B.
Murtiilee dirqisiisoo dhaddachi Ijibbaataa MMWF, bara 2015 fi 2016, abbootiin seeraa baay'inaan torba ta'an irratti moggaafamuun murteessaniifi Ibsa gabaabaa murticha irratti kenname. Fuula FB MMWF irraa kan fudhatame.       Desalegn B.
Show all...
α‹¨αŒα‹°αˆ«αˆ αŒ α‰…αˆ‹α‹­αα‰€α‰΅.pdf7.35 KB
α‹¨αŒα‹°αˆ¬αˆ½αŠ• ምክር ቀቡ α‹αˆ³αŠ” β‰ˆβ‰ˆβ‰ˆ ~~~α‰ αˆŒαˆ‹ αˆ°α‹ ሡም α‰°αˆ˜α‹αŒα‰¦ α‹¨αˆšαŒˆαŠ α‰€α‰΅αŠ• α‹¨αŒ‹αˆ« αˆˆαˆ›α‹΅αˆ¨αŒ α‹¨α‰°α‹°αˆ¨αŒˆ αˆ΅αˆαˆαŠα‰΅ ከሌለ α‰ αˆ΅α‰°α‰€αˆ­ αˆˆα‰€α‰± αˆ˜αˆ°αˆ«α‰΅ α‹¨αŒˆαŠ•α‹˜α‰₯ α‹ˆα‹­αˆ α‹¨αŒ‰αˆα‰ α‰΅ αŠ αˆ΅α‰°α‹‹α…α‹– αˆ›α‹΅αˆ¨αŒ α‰₯α‰»α‹αŠ• α‹¨αŒ‹αˆ« α‰£αˆˆαˆ€α‰₯ቡ α‹¨αˆ›α‹«α‹°αˆ­αŒ αˆ΅αˆˆαˆ˜αˆ†αŠ‘~~~
Show all...
Repost fromΒ Elias K. Law Room
πŸ‘‰From Behaylu Solomon πŸ‘‰M/Murtii Feedaraalaa Dhadachii Ijibbaataa jildii 4ffaa irraa eegalee murtiilee dirqisiisaa Kennaa turen qabiyyee lafaa nama kan biraa irratti osoo abbaan qabiyyee hin morniin yoo mana ijaare Abbaa qabiyye manichaa fi lafa manni irratti ijaaramee ta'a jechun murteessaa jira. Murtiilee kanaafiis sababni dhiyeessu lifti qabeenya ummataa fi mootummaa waan ta'ef(Heera Mootummaa kwt 40(3) lafa irratti mana nama ijaareef eegumsi taasifamuu qaba kan jedhu dha. Ejjannoon kun waan barameef falmiin irratti dhiyaachaas hin jiru. Garu ogeessonni gameessi dhimma kana irratti qorannoo taasisan kan akka Dr Muraaduu Abdoo. Filipinos Ayinaalem fi Mollaa Abbaabuu fi kkf barreefama adda addaa qopheessun murtilee kunnen qeeqaa turan. Amma garu M/M/Feedareeshinii ejjannoo kana jijjjiiree jira. Namoonni barreefamoota ogeessota armaan olitti caqasaman barbaaddan isiniif erguu nan danda'a. Mee murtii kana akkamitti ilaalatu?
Show all...
Repost fromΒ Desalegn B.
☝️☝️☝️☝️ Cheekiin (Cheque) Wabummaadhaan Qabamuu (Wal Amantaadhaaf Kennamuu) Ni Danda'aa? Gosti Cheekii Wal Amantaadhaaf Kennamuu Danda'u Kamidhaa? Garaagarummaan Cheekiifi Waraqaa Hawaalaa (Bills of Exchange) Maalidhaa? Β£Β£Β£Β£Β£βœ“βœ“βœ“Β£Β£Β£Β£Β£Β£βœ“βœ“βœ“βœ“βœ“Β£Β£Β£Β£ Barreeffamni pdf dhaan olitti dhoobame kun daran hawwataadha. (Murtii Dhaddachi Ijibbaataa MMWF kenne irrattis yaada qeeqa fakkaatu kan kennedha) (Dubbifamuu qaba!) Barreeffamicha keessatti: ✍️Cheekiin gosa sanadoota daldalaa daddarboo ta'ee maloota kaffaltiin ittiin raawwatamu keessaa tokko ta'uu, ✍️Cheekiin sanada liqii osoo hin taane, sanada battala baankiitti ykn dhaabbata wal fakkaataa birootti dhiyaatetti kaffaltiin itti raawwatamu ta'uu, ✍️Cheekiin sanada maallaqa bakka bu'uudhaan kaffaltii ariifachiisuuf gargaaru ta'uu, ✍️Wal fakkeenyummaan Cheekiifi Waraqaa Hawaalaa (Bills of Exchange) kan baay'atu ta'ullee, Waraqaan Hawaalaa yeroo hunda (kaffaltiidhaaf) baankiidhaaf qofa kan dhiyaachuu qabu ta'uu dhabuun, gama birootiin wabummaadhaan qabamuu kan danda'u ta'uun isaafi qaama kaffaluuf itti dhiyaateen fudhatama argachuu (tole jedhamuu) kan qabu ta'uun isaa amaloota waraqaa Hawaalaa kana adda taasisu ta'uu, ✍️Gosoonni cheekii bebbeekamoon baay'inaan torba ta'uufi isaan keessaa, seera daldalaa biyya keenyatiin beekamtii qabaachuu baatus, namni maallaqa liqeeffate hanga deebisutti wal amantaadhaaf kennuu danda'u cheekii 'Memorandum Cheque' jedhamee waamamu ta'uu, ✍️Cheekiin qabeenya socho'aa ta'uufi ittisoonni hariiroo dhuunfaa bu'uureffatani (personal defences) fi ittisoonni nama kamirrattiyyuu ka'uu danda'an (real defences) kan irratti ka'uu danda'an ta'uu, ✍️Seerri Daldalaa waraqaan hawaalaafi Sanadni waadaa (abdii) akka qabeenya socho'aatti idaadhaaf qabsiifamuu (pledge) kan danda'u ta'uu ibsuun ala cheekinis bifa kanaan kan qabsiifamu ta'uu kan hin ibsine ta'uu, ✍️Murtii dirqisiisaa Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Galmee lakk.24435 ta'e irratti cheekiin wabummaadhaan qabsiifamuu danda'a jechuun kenne sirrii akka hin taane kan ibsameefi raawwiin murtichaa yoo itti fufe cheekiin gahee daldala ariifachiisuu taphachuu qabu akka hin taphanne kan taasisu ta'uu, ✍️Dhuma irratti, seera baastuun 'Memorandum Cheque' kan jedhamuuf beekamtii kennuu qaba jechuun yaada dhiyeessee kan golobe ta'uutu hubatama. ❓❓Dhaddachi Ijibbaataa xiinxala murticha keessatti; seerri daldalaa cheekiin wabummaadhaan kan hin qabamne ta'uu hin tumne kan jedhe yemmuu ta'u, barreessaan maqaan isaa olitti eerame immoo seerri daldalaa hin hayyamne yaada jedhu calaqqisiiseera. Seerri Daldalaa Cheekiin wabummaadhaan qabamuu (Wal amantaadhaaf Kennamuu) ni danda'a jedhee hayyamuu ykn hin danda'u jedhee dhorkuu qaba turee? Gareewwan waliigaltee, Waliigaltee wabummaa ifa ta'e qopheessuudhaan qabiyyee waliigaltichaa keessatti cheekiin wabummaadhaaf qabsiifamuu isaa ifatti ibsuun yoo tajaajila cheekii gara wabumatti fidan dantaan uummataa ni tuqamamoo hin tuqamu?                  Desalegn B.
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.